👉DHALOOTA💜 HAARA👈


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Guyya kun
@nagenya
@jaalala
@eda'ama
Gidduti kan yaadameedha

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Chaaneli afaan oromoo kana join jedha
Dhaloota haara hojii waan dhaabeef bifa haarawan hojii eegaluu heda👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👇👇👆👆👆


#JECHA HAYYOTA kuta1ffaa

🌾Addunyaa Tana Irratti:
☆🌴Jecha kee eeggadhu, isatu gocha ta’aatii.
☆🌴Gocha kee eeggadhu, isatu amala ta’aatii.
☆🌴Amala kee sirreessi isatu namoota wajjiin si
jiraachisaatii.
☆🌴 Jireenya kee fooyyessi, isatu boqqonnaa bara
jireenya kee guutuutii.
☆🌴Qabeenyaan qabduun namatti hin boonin,
qabeenyi fixeensa ganamaatii.
☆ 🌴Beekumsa qabduun uf hin tuulin, namoonni si
caala beekan heddutu jiraatii.
☆🌴Aangoo qubaan si filaniin uf hin dhiibin, qubaan
irraa si buusaniitii.
☆🌴Hin hatin abaarsa jalaa baataatii.
☆🌴 Hin kijibin amanamaa taataatii!


T.me/dhalootahaara


Kuta 2 ffaa.. ....
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
1🌾Amma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatiin.
(Jecha Ameerikaanotaa)

2🌾Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti
qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta
barbaannu argachuu yoo ta’u,Inni lammaffaan
immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni
karoora isa lammaffaatti gammadan garuu
beektota qofa.

3🌾Namni waan qabutti hin gammanne osoo
maaluu argatee hin gammadu.(Hoomer, Abbaa
walaloo Giriik)


T.me/dhalootahaara


Kutaa 1 ffaa
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
1🌾~Galaanni yeroo hundumaa waan yaa’uuf Namni
tokko yeroo lama cehuu hin danda’u.(Hirik Litas)

2🌾~Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin
jalqabaa waanta raawwate galataan
fudhachuudha.Rakkoo si mudate akkuma jirutti
fudhachuuf eeyyamamaa ta’i.(William James)

3🌾~Jireenyi Kenya waanta yaadni keenya uumudha.(Mark Awurias)
@yerosanlove
T.me/dhalootahaara


Forward from: 🇪🇹ኢትዮ University
🌹Oduu Gammachiisa barattota 12ffa intransiif🌹

🔥Haga ammatti qabxiin seensa yuniversitii #gad_hin_dhiifamne. Barattoonni qabxii seensa argatan hundinuu fildii isaani #Naturaali fi #Social jechuun kan filatan yoo ta'u, warri #Naturali fildi Social filatu akka danda'an himameera.

🎇 barattoonni erga darbu isaani beekani booda, Yuniversitii filatan #qabxii isaanitin walbira qabani ilaalu qaban.

🚩yuniversitii seenani ji'a 6'f barnoota #freshman_course jedhamu akka baratanii fi qabxi achitti argatan ykn qormaata achitti fudhatani fidanin fiildi
kan filatan ta'uun beekamera.

✴️odeeffanno kanneeni fi kan biros dabalatee, waan isin dhibe hundaa gaafachu dandeessu. @yerosanlove dha.

⭕️barattonni heddu rakkachutti akka jiran odeeffannon nu gaheera. Haluma kanaan warri yaadni kun isin gahe hundi #share gochuun ilmaan #Oromoo biraan nagaha.

🙏🙏Adaraa #lammitu_lammiif kan jedhamu kanuma. #share🙏🙏

🎯Gaafi fi yaadaf 👉 @yerosanlove
🎯Groupi barattoota 👉 @university2012

💥 @NEAEA2012 💥
💥 @NEAEA2012 💥
💥 @NEAEA2012 💥
💥 @NEAEA2012 💥


Barattoonni universitii fi akkasumasa barana gara universitii deemtan hundi keessanu....

Gareen ijoollen irratti marii adeemsisan banamee qophaa'eera... hundi keessanu akka itti makamtan isiin jedha.

Gareen @university2012
Channel
@universitystudent0

Dhimma waliigalaaf @tikvahethiopia11


Forward from: @
Barattoonni universitii fi akkasumasa barana gara universitii deemtan hundi keessanu....

Gareen ijoollen irratti marii adeemsisan banamee qophaa'eera... hundi keessanu akka itti makamtan isiin jedha.

Gareen @university2012
Channel
@universitystudent0

Dhimma waliigalaaf @tikvahethiopia11






Barattota barana universitii deemaniif....intransiin #hagayya 24 sa'aati 8:00 irratti gadhifama......

Oduun amma nu geette.... waliif share godha

@dhalootahaara irraa


@share walii godha


Baratotta oromoo kan barana Entrance fudhattan

@entrancestudents
Barana intransiin bifa sirrii ta'een soroorame waan dhufuuf, sodaa tokko malee namni nartu haqa isaa argata jedhama jira. @entrancestudents

Dubbii entrance tana mee wajjin tanne wall haa barbannuu
@entrancestudents
@entrancestudents

Add nuuf godha barattoota qormaata biyyoolessa kutaa 12 fudhatan hundaa.......
@entrancestudents


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Bashannana mee
Nu bashannansiisa😂😂😂😂

@dhalootahaara
@dhalootahaara


®Siin yaade
Akkamaleen si jaalladha
Kanafan si yaadee
Yaanni kee hammaatadha
Kandur natti caale
Jaalalli gaachanaadha
Hin se.in mi.a cubbuu
Dhugaanin si yaadee
Narraa hinfagaatin lubbuu
Ati fagaattus anarraa
Ani yaanni koo sibira
Qaamaaniin asjira
Qalbiin koo sibira
Koottu mee nabira
Jaalala waliif hirraa
Baayyeen si yaadeera
Si arguu fedheera












Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa mudama boordii Korporeeshinii Biroodkaastii Itoophiyaa haaraa mirkaneesse.
Manni Maree kun mudamtoota haaraa Muummicha Ministeeraa Dr.Abiy Ahimadiin dhiyaatan raggaasisee jira.Haaluma Kanaan,
1. Ob. Fiqaaduu Tasammaa - Walitti qabaa
2. Ob. Tafarraa Darribaw - Miseensa
3. Dr. Ergoogee Tasfaayee - Miseensa
4. Ad. Yeetnebbersh Nugusee – Miseensa
5. Ustaaz Abuubakar Ahimad -Miseensa
6. Dr. Abdiiwaas Abdullaahii -Miseensa ta’uun mudamanii jiru. Mudamni Boordii Korporeeshinichaa duraan Piroofeser mararaa Guddinaa fi Ad. Kamiilaa Jundiif kenname akkuma jirutti kan itti fufu ta’a.

@dhalootahaara
@dhalootahaara

20 last posts shown.

928

subscribers
Channel statistics