Kuta 2 ffaa.. ....
πππππππππππ
1πΎAmma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatiin.
(Jecha Ameerikaanotaa)
2πΎJireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti
qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta
barbaannu argachuu yoo taβu,Inni lammaffaan
immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni
karoora isa lammaffaatti gammadan garuu
beektota qofa.
3πΎNamni waan qabutti hin gammanne osoo
maaluu argatee hin gammadu.(Hoomer, Abbaa
walaloo Giriik)
T.me/dhalootahaara