##HIN IRRAAFFTIN:-
Hin irraanffatin:- haala jireenya kee isaa darbee seenaa ta'ee fi haala jireenya kee isaa gara fulduraattii jiraatu. Namnii jireenya isaa keessatti seena dabaarsee yaadachuun gaariidha garuu hanqinaa fi jireenya isaa darbeef dhiphaachun immoo gaarii miti.
Hin Irraanffattin:- Nama yeroo rakkina keetii sii deggeere fi rakkoo akka taasa sii muudatee keessatti hanqina kee siif guutee. Sabaabiinsa osoo inni sii gargaaree sun sii cinaa jiraachu baate atii rakkinii kee dachaa lama sitti ta'a turee. Garuu namiichii sun muudda fi rakkina kee sana waan hirmaateef yoo inni waan haamma sii godhee iyyuu gochaa inni bara rakkoo kee sana siif godhee yaadachuun dhiifamaa godhiif.
Hin Irraanfattin:- jireenyiikee guyyaa har'aa bor akka darbuu beekii kaanafuu jireenyakee har'aa darbuuf jette namaatti haammeenya gochuun itti hin darbiin.
__________gaalatooma
@gorsa_jireenya