Ergamaan rabbii A.S.W waa torbatti nu ajajee
Torban itti nu ajaje
1 Dhukkubsa sata gaafatuu
2 Janazaa jala deemuu
3 Nama haxxifate eeybisu
4 Khakhuu ( nama sirra khakhate ) qulqulleessu khakhu nama sanii guutuu waan halaal taateen
5 midhama gargaaruu
6 waaminsa ( aferraa ) awwaachu waan shariyaan wal hin faalleesineen
7 salaamta heddumeeysuu
Https://t.me/ibsaabdi4