📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢
Barattoota Kaampaasii Yunivarsiitii Jimmaa Keessa Jirtan maraaf
📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢
Yuunivarsiitiin keenya Koronaa (COVID-19) ittisuufi tatamsa’ina isaa hanqisuuf sochii bal’aa taasisaa jira. Bakka tokkotti walittI qabamuun ykn tutaan deemuun barmaatilee jireenya hawaasummaa keenya tahus, yeroo ammaa fageenya barbaachisu eeggatanii deemuu dhabuun vaayirasii hamaa kanaaf nama saaxila. Kanaafuu, ittisa vaayirasii kanaaf fageenya barbaachisu hordofuun akka sochootan isin humbachiifna.
Tuuta hiriira bakka nyaataa (kaaffee)tti mudatu hir’isuuf sa’aatii itti tajaajilli kennamu kan kana duraarra kan fooyyeffame yoo tahu, teessumni galma bakka nyaataa keessa jiran haaluma kanaan mijeeffamanii jiru. Kanaafuu, barattoonni keenya hundi sa’aatii fooyyaa’ee armaan gaditti eerame hordofuun tuutni bakka hiriiraa akka hin uumamne tumsuuf hojjettoota naannoo mana nyaataa jiran deeggartanii gahee isinirraa eegamu akka bahattan isin gaafanna.
- Ciree: 12፡30 –3፡00
- Laaqana: 5፡30 – 8፡30
- Irbaata: 11፡00 – 1፡30
Yunivarsiitii Jimmaa
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
በሁሉም ካምፓስ ለምትገኙ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች በሙሉ
📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢📢
በዩኒቨርሲቲያችን የኮሮና ቫይረስን ለመከላከልና ስርጭቱን ለመግታት የተለያዩ እርምጃዎች እየተወሰዱ መሆኑ ይታወቃል፡፡ በአካል አንድ ስፍራ ተሰብስቦ መነጋገር ከለመድናቸዉ የማህበራዊ መስተጋብራችን አንዱ ቢሆንም የሚጠበቀዉን ርቀት ጠብቆ አለመጓዝ ለቫይረሱ ተጋላጭ ስለሚያደርግ ትክክለኛዉን ርቀት ጠብቃችሁ እንድትንቀሳቀሱ እናሳስባለን፡፡
በመመገቢያ አዳራሾች አካባቢ የሚፈጠረዉን መተፋፈግ ለመቀነስ የመመገቢያ ሰዓት በሁሉም ካምፓስና መመገቢያ አዳራሾች የተራዘመ ሲሆን በአዳራሾቹ ዉስጥ የአቀማመጥ ሁኔታዎች ይህንን ያገናዘቡ እንዲሆኑ ተደርጓል፡፡ በመሆኑም ከዚህ በታች በተገለጹት ሰዓታት መጨናነቅ ሳይፈጠር እንድትጠቀሙ እያሳሰብን፣ መቀራረብ እንዳይኖር ለማገዝ በመመገቢያ አደራሽ ሰልፍ ቦታዎች ላይ ሆነዉ ከሚያስተባብሩት የጥበቃ አባላት ጋር በመተባበር ሃላፊነታችሁን እንድትወጡ እንጠይቃለን፡፡
- የቁርስ ሰዓት፡ ከ12፡30 –3፡00
- የምሳ ሰዓት፡ ፡ ከ 5፡30 – 8፡30
- የእራት ሰዓት፡ ፡ከ 11፡00 – 1፡30
ጅማ ዩኒቨርሲቲ
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
@JUSU1@JUSU1@JUSU1@JUSU1@jit_Su@jit_Su🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺