💧KITAABA GARAGARAA


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Kitaabilee Barnootaa fi kitaabota Garagaraa Asirraa Argattu.
Hiriyyoota keessan gara chaanaalii keenyaati afeeruu hin dagatiinaa!❤

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


#Hubachiisa Yeroo firii keessan ilaaluuf kessa seentan VPN hin fayyadamiina.


Karaa kessaan screenshot godhee isiniif Nana erga koodii KESSAN ergaa


#Firii keessan isiniif fiduu yoo dide comment irratti irrati Maqaa FI ID keessan eegadhaa.


Biiroon Barnoota Oromiyaa bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 beeksise.

Naannichatti qabxiin darbiinsa kutaa 8ffaa 50 fi isaa ol ta’uu waajjirichi beeksiseera.

Baadiyyaa naannichaa keessatti qabxiin darbiinsaa dhiirota 48 fi dubartoota 45 yommuu ta’u qabxiin darbiinsa barattoota qaama miidhamtootaa dhiiraaf 45, dubartootaaf 42 akka ta’e ibsameera.

Bu’aa kutaa 6ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia6.ministry.et/#result

Bu’aa kutaa 8ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia.ministry.et/#result

Karaa Teelegiraamaa ilaaluuf 👇
@emacs_ministry_result_qmt_bot




Kitaaba'Garbummaa birmadummaa fakkaatu' jedhuu sinii gadhiisnuu?
Yoo BARBADDAN linkii Kana irrati argattu.
Join


Abjuu Keetti Abdii Hin Kutiin.pdf
4.1Mb
ABJUU KEETTI ABDII HIN KUTIN!
Barreessaa Abdii (Siraaj) Abbiyyoo Eda'oo
Page 200|| Size4.1MB
#share #share #share

t.me/kitaabileebarnootaa








Forward from: 💧KITAABA GARAGARAA
Asoosama Kudhaama Jaalalaa.pdf
3.0Mb
Kitaaba #Fiction
ASOOSAMA KUDHAAMA JAALALAA
Author Abrahaam T. Guddinaatiin
size:3.0MB
page:221
https://t.me/kitaabileebarnootaa


#Like #share #comment
Invite your friends
@Kitaabileebarnootaa
@Kitaabileebarnootaa




KABAJAMTOOTA MAATII CHANALII KEENYAA WARREEN GROUP II KEENYA IRRA JIRTAN HUNDI KEESSANUU LINKII ARMAAN GADII TUQUUN JOIN GODHAA. PLS
https://t.me/kitaabileebarnootaa


Forward from: 💧KITAABA GARAGARAA
KALLATTII .pdf
888.8Kb
KALLATTII.
Kitaaba Xinsammuu #Ebbisaa Bayyisaatiin barreefamedha.




Ajab!


The+48+Laws+Of+Power.pdf
29.6Mb
"The 48 Laws of Power is ideal whether your aim is conquest, self-defense, or simply to understand the rules of the game."

✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
👇👇👇#join👇👇👇
@Kitaabileebarnootaa





20 last posts shown.

368

subscribers
Channel statistics