Namichi 1 roobooti yoommuu namni sobu nama kabalu π bitee yaliidhaaf mana fudhatee gale..ilma isaatin...
Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte?
Ilma... hiryoota ko walii qayyabachaan oole
ππ roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture
abbaa... fiilmii akkamii
ilma... adventure
π roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
Ilma... baqaa pornii ilaala ture
abbaa... he he he ani umurii kee kanara yoommuun ture waa'ee pornii hin beeku...
ππ roobootiin kaballaa itti cufe abbaattis
Haadha... kt kt kt itti hin faradin ilmi kees sitti baheetuum...
π roobootiin kaballaa itti cufe haadhattis
gudii dhufaa jira like ππ godhi