Yaa dooktor akkamiin waggaa 100 ol jiraachuu danda'a?
Dr......π±π± Ni qaamtaa?
namticha... lakki ani qaame hin beeku
Dr.... π¬π¬ni xuuxxaa?
Namticha... hin xuuxu
Dr... πΊπ»ni dhugdaamo?
Namticha... lakki ani hindhugu
Dr...ππ π dubartii wajjin ciisuu bayyistaka?
Namticha... lakki ani waan akkasi hin beeku
.
.
.
Dr... maal abbaakeef waggaa 100 jiraachuu barbaadere???