Mustefa Abdu


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


~Yaadota Barsiisoo
~Bashannansiisoo
~Beekkumsa walii galaa
~Walaloo Gaggaarii
✅Asitti Argattu✅
Filannoo keessan waan godhattaniif galatoomaa✍️
Yaada yoo qabaattan @mustefa01 irratti naan gahaa!

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Faana beekumsaa
Onnee koo keessa jirta

Eessa yoon jiraadhes eessa yoo jiraattes onnee koo keessa jirta yeroo kamiyyuu keessatti
akka ani si jaalladhu akka ati naaf bartun barbaada.

 Sin jaaladha
   ·♡.·

   .❤ '

Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi


Forward from: Biiroo Barnoota Oromiyaa
Qabxii keessan ilaaluuf

Liinkii kana https://oromia.ministry.et/#/result yeroo tuqxan haala suuraa kana irra jiruun isiniif fida

Registration number bakka jedhutti admeeshin kaardii keessan irraa lakkoofsa isa saanduqa keessatti barreeffamee jiru itti galchitu

First name bakka jedhutti maqaa keessan isa admeeshin kaardi irra jiru barreessitu

Maqaan abbaa keessanii hin barreeffamu kanuma keessan qofa malee

Sana booda
Check results isa jedhu tuqxu

Join👇
@Oromia_education


Forward from: Faana beekumsaa
Oduu ammee

Qormaanni kutaa 8ffaa ifoomee jira
Open gochuudhaan akkamitti akka ilaalamu baraa

👇👇👇
Open Open


Akkam bultan ummata Jaalalaa ❤️


Kophummaa yeroo hunda hin jibbin
Yeroo hundas hin jaallatin.
Kophummaan yeroo tokko tokko of dhaggeffachuuf si fayyada waan ta'ef.


Forward from: Faana beekumsaa
Dubbii warra sadii , akka sadiitti fixan.

1, Dubbii warra Gowwaa, Sossobaan fixan.
2, Dubbii warra Hayyuu, dhugaa itti himuun fixan.
3, Dubbii warra Luynaa, sodaachisuun fixan...

WAA SADI SITTI HIN FAKKAATIN..

~Dubbachuun beekkumsa,
~Obsuun wallaalummaa,
~Nama kabajuun sodaa .......Sitti hin fakkaatin.

WAA SADII HIN SEHIN

~Nama beektu hunda fira kee,
~Nama siin lolu hunda diina kee,
~Nama badii irraa si dhorku hunda ka si hamatu....hin seehin.

WAA SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIN

~Dubbii keessa hin beekne,
~Bishaan gad-fageenya isaa hin
beekne,
~Imala daandii isaa hin beekne
Hubattu malee hin seenin.

Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join share godhaa


Forward from: Faana beekumsaa
NAMARRA HIN EEGGATIN

● Abjuu Kee milkeessuuf fagoo deemuun sirraa hin eegamu
•wanni hundinuu sikeessa jira.

●Namni kamiyyuu JIJJIIRAMA NAAF FIDA jettee irra hin eeeggatin

● Dandeettii kankeetirratti xiyyeeffannoo kenniitii humna  Kee sakatta'i.

   Sana booda Dandeettii keetirratti hundaa'uudhaan Kara hojiitti Gali

Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi


Forward from: WALALOOWWAN
Utuun si jaalladhuu
Onnee banaa dhiiftee
Utuun si abdadhuu
Summii jibbaa biiftee
~
Keessa koo waraantee
Jaalalaan madeessaa
Godaanuu filatte
Onnee kiyya keessaa
~
Keessi koo si dhabee
Halkan guyyaa fiigaa
Madaan godaansa kee
Kulkulee na dhiigaa
~
Akkaataan jiruu kee
Sichi naaf hin ta'uu
Ta'us
Sin jaaladhu malee
Si jibbuun danda'uu...

By Boontuu

@Galaana_Walaloo
@Galaana_Walaloo


✍️...........✍️.............✍️
❤........❤...........❤............❤
~Maaliif akkan si jaalladhu💓 gonkumaa na hin gaafatin
~Akkan si jaalladhu qofaa fudhadhu💕
~Sababni isaa jechoonni salphaatti hammam akkan si jaalladhu💓 himuu hin danda'an waan ta’eef!
.....❤.............❤...........❤.......
✍️.........✍️...........✍️.............✍️

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 𝙟𝙤𝙞𝙣🙏
Yaadaaf qeeqa yoo qabaattan kara @mustefa01 irratti naan gahaa✍️


❤ ❤ ❤


Onneen Qulqulluun fuulaa bareeda hunda caalaa✍️

❤ ❤ ❤


Forward from: Tg@chavanii emotions
HIRIYAA GAARIIN !!!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
√ Yoo kufte kan si kaasu!
√ Yoo rakkatte kan si gargaaru!
√ Yoo dhibamte kan si yaalu!
√ Yoo yaaddoofte kan si bohaarsu!
√ Kan si duuba toltuu siif yaadu!
√ Kan faayidaaf sin jaalanne!
√ Kan namummaa keetiif sitti dhiyaaatu!
√ Kan dogoggora kee siif himu!
√ kan guddina kee siif hawwu!
√ Kan diinaaf dabarsee sin kennine!
√ Kan si biraa deemee sin komanne!

STRONG MIND
STRONG LIFE!!

Share💥share💥Share
@Oromoo_inspire
@Oromoo_inspire
📌JOIN📌


𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙠𝙤𝙤𝙛
𝙠𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙞𝙥𝙝𝙖𝙩𝙩𝙪
𝙝𝙖𝙖𝙩𝙞 𝙠𝙤𝙤 𝙣𝙖𝙖𝙛
𝙝𝙖𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙪❤

𝑤𝑎𝑔𝑔𝑎𝑎 1𝑘 𝑛𝑎𝑎𝑓/𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢 ℎ𝑎𝑟𝑚𝑒𝑒 𝑡𝑜𝑜🌹


✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️

▶️Ilaamee
▶️Hubadhu!
~~~~~~~~~~~~~~~~
➡️maallaqni siree siif bita malee
ℎ𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖𝑏𝑎 𝑠𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑖𝑡𝑢.
➡️maallaqni saatii (⏰) siif bita malee
𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑖𝑡𝑢.
➡️maallaqni qoricha siif bita malee
𝑓𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎 𝑠𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑖𝑡𝑢.
➡️maallaqni nyaata siif bita malee
𝑓𝑒𝑑ℎ𝑖𝑖 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑠𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑖𝑡𝑢.

𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 𝑔𝑎𝑙𝑎𝑡𝑜𝑜𝑚𝑎𝑎.
✍️✍️✍️✍️✍️


✍️


✍️


Nama jaalala
Hin ßeeknetti
Jaalala himuun

Dhagaa irratti
Bishaan naquudha💔

✍️


✍️
𝑔𝑎𝑙𝑎𝑡𝑜𝑜𝑚𝑎𝑎🙏
𝑦𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎𝑡𝑡𝑎𝑛 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎 @mustye1 irratti naan gahaa


✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️

▶️Si argachuuf jecha
➡️kan onneen gubattuu
▶️akkan si jaalladhe
➡️Maaliif hin hubattuu
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
▶️sagalee keen fedha
➡️suma yaada bulaa
▶️kallattii hundarraan
➡️Nattin cufin hulaa
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
▶️Jettee hin shakkin tarii
➡️kanin sitti himadhu
▶️miidhamuu koo barii
➡️Onnee koo fudhadhuu

❤Jaalalaan soorii❤

𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙩𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙜𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏


💔💔💔💔💔💔💔💔💔
💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Gaafa jaallatamte
hin ßoonin,Gaaf tokko
jaallattee ßoossa ta'a!✍️
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔


✍️kan si caalaa 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑎𝑛 kumaatamni jiraatanis,

✍️Anaaf kumaatamarra kan caalu garuu si’i'!💔


✍️Sin Jaalladha🌹
~~~~~~~~~~~~~
𝑘𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑜𝑜𝑡𝑖𝑖
𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑖𝑛 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑎𝑔𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑠𝑢
𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎𝑛 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑞𝑎𝑏𝑢
𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑛 𝑠𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑠𝑢
~~~~~~~~~~~
𝙨𝙞𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚 𝙚𝙚𝙣𝙮𝙪𝙪𝙣 𝙦𝙖𝙗𝙖
𝙗𝙖𝙧 𝙨𝙞𝙞𝙣𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙖𝙖𝙗𝙗𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖
𝙨𝙖𝙖𝙩𝙞𝙞𝙛 𝙙𝙖𝙦𝙞𝙞𝙦𝙖𝙖
𝙙𝙖𝙦𝙞𝙞𝙦𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞𝙣 𝙨𝙞𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖
~~~~~~~~~~~~~~
𝑠ℎ𝑎𝑔𝑔𝑒𝑒 𝑡𝑜𝑜 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢
𝑎𝑘𝑘𝑎 ℎ𝑎𝑏𝑎𝑎𝑏𝑜𝑜 𝑏𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎
ℎ𝑜𝑚𝑡𝑢𝑢 𝑔𝑎𝑟𝑔𝑎𝑟 𝑛𝑢𝑛
𝑏𝑎𝑎𝑠𝑢𝑢 𝑛𝑢𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑗𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎
~~~~~~~~~~~~~~~
𝙜𝙪𝙧𝙧𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙠𝙚𝙣𝙣𝙞𝙣 𝙞𝙨𝙖 𝙨𝙤𝙗𝙖𝙖𝙣
𝙬𝙖𝙖'𝙚𝙚 𝙠𝙤𝙤 𝙤𝙙𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙛
𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙖𝙩𝙞 𝙣𝙖 𝙟𝙞𝙗𝙗𝙞𝙩𝙪𝙪𝙛 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙚𝙚
𝙮𝙤𝙤 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙖𝙖𝙣 𝙣𝙖 𝙢𝙖𝙙𝙚𝙚𝙨𝙨𝙚𝙚
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑎𝑎
𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑒𝑒 𝑦𝑜𝑜𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑢𝑢
𝑔𝑎𝑑𝑑𝑖 𝑓𝑎𝑔𝑎𝑎𝑡𝑒𝑒 𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛
𝑠𝑖𝑏𝑖𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑢𝑢❤

N🌹
𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚜𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒𝚏 𝚐𝚊𝚕𝚊𝚝𝚘𝚘𝚖𝚊𝚊🙏


Diinni kee akka gaddu yoo feete

Ati immoo yeroo hunda gammadii jiraadhu.

Halkan gaarii naaf qabaadhaa🙏


Forward from: Channal kanaan share forward godhu ni dandeessu sanifuù share nuf godhaa ok
MALLATTOO JAALALA KEESSA JIRAACHUU KEE AGARSIISU
❦❦❦❦❦❦❦❦❦❦❦
❏ Barreeffamoota isaa irra deddeebitee dubbista
❏ Yeroo isa walin jirtu dhuguma suuta jettee deemta
❏ Yeroo isa bira jirtu akka nama qaanoftu fakkeessita
❏ Osoo waa'ee isaa yaaddu onneen kee saffisaan dha'ata
❏ Sagalee isaa dhaggeeffachuudhaan sababa malee ni kolfita
❏ Osoo isa ilaaltuu nama biraa arguu hin dandeessu
❏ Sirboota suuta jedhu dhaggeeffachuu jalqabda
❏ Inni waan ati yaaddu hunda ta'a
❏ Urgaa isaa iraa ol kaata
❏ Yeroo hunda yeroo isa yaaddu akka kolfitu hubatta
❏ Maqaan isaa hin kaafamne ta'us, ati yeroo amma barreeffama kana dubbisaa jirtu waa'ee isaa yaaduu jirta.

❤️ @jireenya_jaalalaa 🌹
❤️ @jireenya_jaalalaa 🌹

20 last posts shown.

200

subscribers
Channel statistics