MALLATTOO JAALALA KEESSA JIRAACHUU KEE AGARSIISU
❦❦❦❦❦❦❦❦❦❦❦
❏ Barreeffamoota isaa irra deddeebitee dubbista
❏ Yeroo isa walin jirtu dhuguma suuta jettee deemta
❏ Yeroo isa bira jirtu akka nama qaanoftu fakkeessita
❏ Osoo waa'ee isaa yaaddu onneen kee saffisaan dha'ata
❏ Sagalee isaa dhaggeeffachuudhaan sababa malee ni kolfita
❏ Osoo isa ilaaltuu nama biraa arguu hin dandeessu
❏ Sirboota suuta jedhu dhaggeeffachuu jalqabda
❏ Inni waan ati yaaddu hunda ta'a
❏ Urgaa isaa iraa ol kaata
❏ Yeroo hunda yeroo isa yaaddu akka kolfitu hubatta
❏ Maqaan isaa hin kaafamne ta'us, ati yeroo amma barreeffama kana dubbisaa jirtu waa'ee isaa yaaduu jirta.
❤️ @jireenya_jaalalaa 🌹