Oromo Sarcasm 😂


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified



Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


👑 ቫይማክስ MADE IN CANADA 📞 +251942523564

🍁 የብልት ቁመትና ዉፍረት በዘላቂነት መጨመር
🍁 በግንኙነት ወቅት ቶሎ ላለመጨረስ
🍁 ብልት ውጥርና ቀጥ ብሎ እንዲቆም( መልፈስፈስን ያስወግዳል )
🍁 በአጠቃላይ ከጾታዊ ግንኙነት ጋር የተያያዙ ችግሮችን በመቅረፍ የተሻለ ብቃትና እርካታን ያጎናፅፋል

✔ በየትኛውም የእድሜ ክልል የሚሰራ
(ኮሮናን ብለው ሀሳብ እንዳይገባዎ ያሉበት እናደርሳለን) - STAY HOME, STAY SAFE !!!
📬ወደ ክልል ከተሞች በወኪሎችና በፖስታ ቤት እንልካለን።
Contact👇 ... 👉 💰 3000 br. ☎️ +251942523564
ከዚም በተጨማሪ protein supplement (whey,mass sport,creatine powder) በተለያየ ኪሎና ፍሌቨሮች,titan gel gold,maxman cream,Maxman capsule,p strong
Call👇
☎️ +251942523564


Forward from: Nilejobs-ናይልስራ
👑 ቫይማክስ MADE IN CANADA 📞 +251942523564

🍁 የብልት ቁመትና ዉፍረት በዘላቂነት መጨመር
🍁 በግንኙነት ወቅት ቶሎ ላለመጨረስ
🍁 ብልት ውጥርና ቀጥ ብሎ እንዲቆም( መልፈስፈስን ያስወግዳል )
🍁 በአጠቃላይ ከጾታዊ ግንኙነት ጋር የተያያዙ ችግሮችን በመቅረፍ የተሻለ ብቃትና እርካታን ያጎናፅፋል

✔ በየትኛውም የእድሜ ክልል የሚሰራ
(ኮሮናን ብለው ሀሳብ እንዳይገባዎ ያሉበት እናደርሳለን) - STAY HOME, STAY SAFE !!!
📬ወደ ክልል ከተሞች በወኪሎችና በፖስታ ቤት እንልካለን።
Contact👇 ... 👉 💰 3000 br. ☎️ +251942523564
ከዚም በተጨማሪ protein supplement (whey,mass sport,creatine powder) በተለያየ ኪሎና ፍሌቨሮች,titan gel gold,maxman cream,Maxman capsule,p strong በተመጣጣኝ ዋጋ እኛ ጋ ያገኛሉ የሴቶች ስሜት ማምጫ ማስቲካም አስመጥተናል
Call👇
☎️ +251942523564




Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Mee chim chim goona 💃💃💃

@oromo_tiktok


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@oromo_tiktok


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@oromo_tiktok


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
@oromo_tiktok


Yeroon si arge keessikoo baayyee Siif dararama, ati yeroo hunda anaaf akka waan uumamtee natti fakkaata. ❤️❤️

Yoo barbadde addakoo yoo barbaaddee ijakoo yoo fetes hidhiikoo kankee godhattee itti taphata. 😔😔😔😔

Ani qorichaa kee barbaadeen dhabe yaa finnisaa.
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Share
@Oro_sarcasm


Church deemee utuun jilbeeffadhee boo'ee kadhadhuu bokkaan roobe



Waaqako boo'een si boosise mitii

😳😳😳😂😂😂🙈

@Oro_sarcasm


Fudhuudhaaf Manguddoo warra intalaatti ergattee Yeroo Abbaan intala "Inni Maal qaba?" jedhe Manguddoo Gafaate....
Manguddoonis Yoo maal jatteen gaariidha sitti fakkaate...
..
HIV qoratamee Bilisa ta'uu isaa Xalayaa Ragaa Harkaa qaba.
😂😂😂😂😂

@Oro_sarcasm


Fudhuudhaaf Manguddoo warra intalaatti ergattee Yeroo Abbaan intala "Inni Maal qaba?" jedhe Manguddoo Gafaate....
Manguddoonis Yoo maal jatteen gaariidha sitti fakkaate...
..
HIV qoratamee Bilisa ta'uu isaa Xalayaa Ragaa Harkaa qaba.
😂😂😂😂😂

@Oro_sarcasm


Guyyaa tokko barsiisan daree seene utuu barsisuu bartoota isaatin akkas jedheen Akka nama dirree waraana 🔫 tureetti waanta dirree waraanati Ta'u keewwata tokkoon barreessa jedheen. Ergas bartootta keessa nannawee ilaalu Jalqabe, otuma nannawee ilaala jiru barataa tokko isaa callisee ta'uu argee akkas jedheen "maal taate maaf hin barreesitu?" jedheen sana booda baratichiis yoo maal jedheen gaariidha sitti fakkaate..
..
..
Ani rasaasa jalqaba dhukasameen waanan du'eef olmaa wan achiti ta'ee barreesu hin dandanyee hin jedhuun seetani.🕺🔫
😂😂😂😂😂
Barataa Genius jechuun kana mee Barata kanaaf hamilee 👍

@Oro_sarcasm ft kenisa Mosisa
@Oro_sarcasm


Muciyyoon ulfoofte takka Harmee ishee bira deemte Akkana jatteen

Muciyyoo: Harmee koo ulfaween jira

Haadha: ani baade ani bade maliin si gorsa ture kana dura yoo dhirti Harma kee si tuqxe ⚠️Don't jedhiin yoo qaama saala kee si tuqe ⚠️Stop jedhiin sin hin janne? jatte loolteen Haati

Muciyyoo: (Rifatte maata ishee gadi buuste) akkas jadheenin ture....
..
..
garuu inni iddoo lamaanu al-takkatti yeroo wal-fakkaata keessatti na tuqe anis dafee Don't Stop jedheen.😂😂

Feetan Koflaa ani tiyyaaf kofleen jira.😂😂😂😂
😂😂😂😁😁🤣🤣
maaligaa kophaa kofaluun aboo hiriyoota keetis share godhi isaanis ha koflani😂😂
JOIN US
@Oro_sarcasm
@Oro_sarcasm


DAMMAQA moo BAARAGA??

Dhuguma Rabbii hegereen Ummata Keenyaa kun hedduu na Yaachisaa jirti
Sababni isaatiis maali ni beytanii? Hin beytan isiniifin hima;
Eysaa kaane? Eysatti deemna?
Maaliif deemna? Eysa jirra?
Diinni keenya maal barbaada? Eysaa ka'e? Eysa jira? An maaliin godhuu qaba? Arraaf maaliin godhuu qaba? Wanniin arra godhuu hin dabdeenye kaniin boru godhuu qabu maali?
Jannee of gaafannee osoon mirkanfatin Hojiin keenya nama lama Deeggaruu fi mormuu qofa waan taheef!
@Oro_sarcasm


Isheen Jaalallee hin qabdu jechuun, dabboo siif kenniiti jechuu miti.💁‍♂

Isheen jaalalle ni qabdi jechuun, dabboo sif hin kennitu Jechuu miti.🤷‍♂
Dhugaa 👍 ykn soba 😔

👉 @Oro_sarcasm


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
😂😳😂😳😳😂😂

👉 @Oro_sarcasm


Jechoota Dubartoonni Fayyadaman...

● Bara 1960 tti: "Na Jaaladhu garuu Harkaan nahin qabatin."

● 1970 tti: "Harka na qabadhu garuu Kiss na hin godhin."

● 1980 tti: "kiss na godhi💋 garuu wan biraa takkatti hin bu'in."

● 1990 tti: "akka barbaadde na godhi garuu nama tokkotti hin himin"

● Bara 2000 irraa hanga ammaatti garuu "Akka barbaadde na godhi garuu hin gootu tanaan akka ati homaa hin dandeenye ykn dadhabaa ta'uu kee nama hundatti si hima."
😂😂😂😂
Trueshit!

👉 @Oro_sarcasm


Ishee🙎‍♀: waan harmaa 👙koo naaf baasi

Isa🙎‍♂: Hayyee, arra guyyaa ayyaana kooti saha

Ishee🙎‍♀: Pantii👙 kootis naaf baasi

Isa🙎‍♂: Hayyee

Ishee🙎‍♀: arraan booda uffata kiyya hin uffatin.
😂😂😂😂😂
@Oro_sarcasm
@Oro_sarcasm


😂 @Oro_sarcasm 😂
Faranjii fi Afrikaa

Gaaf tokko Abbaan Mana Hojiif imaltuu deeme ture Guyyuma inni deeme galgala isaa Haati mana isaa namticha Faranjii iddoo buluu Dhabee nannoo mana ishee sana dura taa'u argite, bayyee Rifattee. namni keenya gara laafa ni beekta miti fuute Manatti galchite Iddoo ciisu goteef otuma ciisani waswaasni itti dhufe galgala keessa walitti ol ka'aani tapha egalan faranjichi Akka isheen hin beeknetti Warm-up godhee dabboo isheelle afaniin nyachaa waniin Isiin hin beekne argirsiise bayyee Gammachiise. Guyyaa Abbaan mana ishee gale Yeroo rafuuf deeman dabboo isa barbaachise Miila ishee laman addaan bane goolii galchuuf yeroo jedhu, Isheenis lafaa ol kaate yoo maal jatteen gaariidha sitti fakkaate......
..
"Dura Nyaadhuka, ni nyaataniti bar"......hin jettuun seetani.😂😂😂😂
Feetan koflaa ani kootif kofleen jira.
Share 😂😂😂😂😂😂😂 share



@oro_sarcasm


😂 @Oro_sarcasm 😂
Bultii(Gaa'ila) Otuu hin Ijaarin Dura♡

Isa:- Guyyaa kanaan Hawwiin egachaa ture
Ishee:- akkan si dhisee deemu ni barbaaddaa?
Isa:- Lakkii
Ishee:- Na jaalattaa?
Isa:- Eyyeen sirritti
Ishee:- kanan booda ana malee dubartii biraa ni ilaaltaa?
Isa:- tasa inumahu hin yaadu
Ishee:- Yeroo mara kiss💋 na goota?
Isa:- Eee Carraan argadhe hundatti
Ishee:- Na rukuttaa?
Isa:- ni maratte?
Ishee:- Si amanuu?
Isa:- Yeah
Ishee:- Mi'awaa koo
Ega Bultii(Gaa'ila) ijaaran booda♤
Taphni amma Jalqabuufi (Barreefama kana Jala irraa gara gubbatti ol dubbisi👆)😂😂😂😂

😂 @Oro_sarcasm 😂

20 last posts shown.

3 696

subscribers
Channel statistics