π @Oro_sarcasm π
Bultii(Gaa'ila) Otuu hin Ijaarin Duraβ‘
Isa:- Guyyaa kanaan Hawwiin egachaa ture
Ishee:- akkan si dhisee deemu ni barbaaddaa?
Isa:- Lakkii
Ishee:- Na jaalattaa?
Isa:- Eyyeen sirritti
Ishee:- kanan booda ana malee dubartii biraa ni ilaaltaa?
Isa:- tasa inumahu hin yaadu
Ishee:- Yeroo mara kissπ na goota?
Isa:- Eee Carraan argadhe hundatti
Ishee:- Na rukuttaa?
Isa:- ni maratte?
Ishee:- Si amanuu?
Isa:- Yeah
Ishee:- Mi'awaa koo
Ega Bultii(Gaa'ila) ijaaran boodaβ€
Taphni amma Jalqabuufi (Barreefama kana Jala irraa gara gubbatti ol dubbisiπ)ππππ