Oromia Report Gaazexa official


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


sagantale barsiisof taphachisoo
olmaa biyyaa keenyaf adduunya
yaadaaf qeeqaf +251945761194
Yaadaf barnoota garagara
'
:
:haala siyaasa oromiaf ethiopia
;
:yerosantube

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


👫Gorsa Jireenya✈️
Adduunya kanaarra jireenya keettif siittu baarbaachisaa dursa jireenya keef kenni.


:eenyuyyu yoo baayee siif dhaamahee jireenya kee siif mi'eesu hin daanda'u
'
:
:
:
https://t.me/gorsa_jireenya


❤️💋❤️💋❤️💋❤️💋❤️😊❤️💋❤️😊💋❤️💋❤️😊❤️
ADDUUNYAA KANAARRA JIRAACHUUF:~

Nama kaayyoo ta'ii waan adeemtuf beekii
Nama mul'aata ta'ii waan hojjettuf bu'aa isaa dursii argii
Nama karoora ta'ii waan kaayyoof mul'aata kee ta'ee tooran hojjedhu!
Nama hojii ta'ii kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetta cimaa ta'ii!!
Obsa qabadhu hin arifaattin firii hojii fi mul'aata keeti arguuf

👉Ejjeeennoo cimaa fi gudda ta'ee adduunya kana injifaatee ittin adduunya kanarra jiraatu qabaadhu




👉Firrii kee amaala keetii, amaala kee siireeffadhu. Sabaabinsa namnii Oormaa firumaa sitti hin qabnee amaalii kee yoo itti tolee gaarii ta'ee sii jaallattaa, Namnii firaa immoo yoo atii firaa isaa taate amaalii kee gadhee ta'ee sii jiibbaa.

Kanaafuu adduunya kanarraa nama hundumaa wajjiin firaa taatee jiraachuuf amaala gaarii fi qajeelaa gadhumaarra bilisaa ta'ee qabadhu.

👉Jireenya hawaasumma naannoo kee keessaa jiraatu keessaatti hirmaanna gaarii fi yaada gaarii ta'ee haammeenyarra bilisaa ta'ee qabadhu, atii waaqa miti waan hundaa daandeesse kophaa jiraachuu hin daandeessu hangaa lafa kanarra jirtutti waaqa gaditti birmaatan guyyaa rakkoo kee fi birmaatan yeroo rakkina kee namummaa, amaala fi yaada gaarii ta'een namatti siiqii, jaalladhu garuu hin amaniin, wajjiin jiraadhu, namaf birmaadhu yoos siif birmaata.

👉Siyaasa jireenya adduunya kanaa hubaadhu, xiinxaalli kan siif mijaatu fi siif tolu hojjedhuu. Akkasumaan hojii namnii biraan oollaa keetti ittin milkaa'een hojjette milkaa'uuf oolla keetti hinaaftu hin ta'iin yoo inni oolla keetti buna danfisee gurguree atiis buna daanfiistee hin gurguriin, atii immoo shayii danfiisi gurgurii inni shayee barbaadu immo sii biraa dhugaa malee isaa buna gurguree argitee yoo buna gurgurtee atii hojjettaa siin hin jedhan nu hinaaffise namiichi oollaa keenya tokko siin jedhu malee warra buna gurguran oolla keetti sun.

Join our channel
#share #share #share #share

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


❤️💋❤️💋❤️💋❤️💋❤️😊❤️💋❤️😊💋❤️💋❤️😊❤️
ADDUUNYAA KANAARRA JIRAACHUUF:~

Nama kaayyoo ta'ii waan adeemtuf beekii
Nama mul'aata ta'ii waan hojjettuf bu'aa isaa dursii argii
Nama karoora ta'ii waan kaayyoof mul'aata kee ta'ee tooran hojjedhu!
Nama hojii ta'ii kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetta cimaa ta'ii!!
Obsa qabadhu hin arifaattin firii hojii fi mul'aata keeti arguuf

👉Ejjeeennoo cimaa fi gudda ta'ee adduunya kana injifaatee ittin adduunya kanarra jiraatu qabaadhu




👉Firrii kee amaala keetii, amaala kee siireeffadhu. Sabaabinsa namnii Oormaa firumaa sitti hin qabnee amaalii kee yoo itti tolee gaarii ta'ee sii jaallattaa, Namnii firaa immoo yoo atii firaa isaa taate amaalii kee gadhee ta'ee sii jiibbaa.

Kanaafuu adduunya kanarraa nama hundumaa wajjiin firaa taatee jiraachuuf amaala gaarii fi qajeelaa gadhumaarra bilisaa ta'ee qabadhu.

👉Jireenya hawaasumma naannoo kee keessaa jiraatu keessaatti hirmaanna gaarii fi yaada gaarii ta'ee haammeenyarra bilisaa ta'ee qabadhu, atii waaqa miti waan hundaa daandeesse kophaa jiraachuu hin daandeessu hangaa lafa kanarra jirtutti waaqa gaditti birmaatan guyyaa rakkoo kee fi birmaatan yeroo rakkina kee namummaa, amaala fi yaada gaarii ta'een namatti siiqii, jaalladhu garuu hin amaniin, wajjiin jiraadhu, namaf birmaadhu yoos siif birmaata.

👉Siyaasa jireenya adduunya kanaa hubaadhu, xiinxaalli kan siif mijaatu fi siif tolu hojjedhuu. Akkasumaan hojii namnii biraan oollaa keetti ittin milkaa'een hojjette milkaa'uuf oolla keetti hinaaftu hin ta'iin yoo inni oolla keetti buna danfisee gurguree atiis buna daanfiistee hin gurguriin, atii immoo shayii danfiisi gurgurii inni shayee barbaadu immo sii biraa dhugaa malee isaa buna gurguree argitee yoo buna gurgurtee atii hojjettaa siin hin jedhan nu hinaaffise namiichi oollaa keenya tokko siin jedhu malee warra buna gurguran oolla keetti sun.

Join our channel
#share #share #share #share

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


Forward from: CNN NEWS Afaan Oromo
Mee Maal Baarbaaduu????

Chaanneellota dabaalata argaachuu yoo baarbadan

#Oromia_Report_Gaazexa_Official argaachuuf kan armaan gadiitti
@oromiareportgazexa

#Gorsa_Jireenya argaachuuf kan armaan gadiitti
@gorsa_jireenya

#Adeemsa_jireenya argaachuuf
@ademsajireenya



@CNNAO


🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Jiraachuu Ethiopia Boriif Maaltuu Yaadoo Cimaa Ta'aa Ykn Yaadoo Keessa Gaalchee??????

🇪🇹Ethiopia Yeroo Amma Kana Eenyuutu Geggeessa jira??????

Argaachuuf channeelli kana join gochuun Seenun irratti hordoofaa
@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa

Kana malees haala siyaasa Etiyoophiyaa fi Oromiyaa hordoofne chaannelli kanarratti isiniif dhiyeessina

@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa


#Gudda_Gaalatooma
#Oromia_Report_Gaazexa_Official

@


Jiraachuu itiyoophiyaa maaltu yaadoo keessa galchee????? Kan jedhuuf chaannelli keenya @oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa join & share gochuun nu hordoofa


BIYYAA ETIYOOPHIYAA fi GOCHAA MIINILIIK
__kutaa 2ffaa______

waldhabdee siyaasa oromoo fi amaaraf bu'uurii maalii???

Siyaasa itiyoophiyaa keessatti gahee guddaa fi olaana kan qabu Ummataa Amhaara fi Oromootti

Ummanii kunis amma walii wajjiin kallattii hedduun hidhaata kan qabudha kanaafuu wal keessa jiraata, waliin jiraata jireenya hawaasumma isaanii geggeeffattu

🙈Siyaasnii oromoof amaara wal bira akka darbu kan godhee:-

miidhaan dur bara abboottii aangoo abbaa irreen gochii raawwwatamee sun har'aa namoota siyaasa fi beektoota sabumma fi dhaalatoota Amaara ta'aaniin gochii sun har'aa deebi'ee hundii isaa akka gaariitti ilaalamee leelliffamuu isaattii. Gochii kunis deebi'ee Leelliiffamuu isaattiin maaddaa fi miidhaa oromoorra gahee turee ummani kun akka waan irraanfateetti dhisee dhiifamaan biraa darbee turee sana yaadachisuun uummanni kun gaarummaa fi seena isaa yeroo walii wajjiin jiraatee osoo hin taane miidhaa isaa bara miniliik, dargii, hayilasilase fi mootoota dur turaniin irra gahaa turee akka yaadatu taasiiseera kananiis yaadii akkas jedhuu dhaalatoota fi beektoota oromoorra akka ka'uu taasiisera kunis ergaa gaarumman fi seena gaarii miniliik qabu qoftii beekamee yaadatamee miidhaa fi gochii haaman miniliik oromoo irrattii godhees beekamee akka leelliiffamu kan jedhuu maaddisiiseera kun dhugumaas waan ta'uu qabudha sababiinsaa leelliisun isaanii sun maaddaa oromoo tutuuquun yaadaachiseera



Seena gadhee fi gaarii dur moototaa yeroo sanaattin godhamee turee sana seena isaa gaarii ta'ee kophaatti itti baasanii leellifffachuu fi seena isaa gadhee minilikii fi fakkatootti isaa godhan immoo sobaa jechuun uummata kanan dura walii wajjin jiraate darbee miidhaa jiru osoo hin taane uummata aamma oolla ta'ee, wal fudhee, wal gargaree walii wajjiin jiraata jiru fi dhaaloota bor dhufee biyyaa kana dhaalu fi biyya kana baratee beekumsaa argaaten guddisuu daanda'uu walitti haammeessa fi Wal jibbisiisaa jiraa.

Kunis kan ta'ee utuu warrii gochaa haama kana rawwaatee gaarii goonee jechuu baatee, inni miidhaamees silaa akkasitti gadii fageesse maaddaa isaa kana hoo'iifatee hin himaatu akkumaa dur wal daanda'ee, walii dhiiseetti har'aas waliif dhiisee jiraata turee smma garuu seena darbe hundii yaadatamuun jiraaachuu biyya itiyoophiyaa kanaaf yaadoo ta'eera.



_///kutaa 3ffaan isaa itti fufaa channeelli keenya kana @join gochuun dabaalatsn nu hordooffaa
@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa



@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
@gorsa_jireenya

Dhiibbaa Koroona Etiyoophiyaa keessatti

Etiyoophiyaa keessatti babal'iinsi vaayirasii kana akkasitti yoo itti fufee murtee fi taarkaanfi mootummaa naannoollee biyyaatti fudhaatan kun kan itti yoo ta'ee utuu hin jaallattin ummani fi mootummani kun walitti bu'uuf deemuu mootummaa biyyaa laammiiwwaan kaanaf waan kaffaallee dandamachisu hin qabu

jireenyii namootaa keenyaa goosa garagaratti innis:-

inni tokko qarshii/waanuma har'aa argaaten bulaa haaftee hin qabu waan ta'eef waan qabu sana gaafa fixuu nan hojjedhee nyaadha jedhee bakkeetti bahu walitti keessa gala. Garuu biyyootti dinaagdeen keessatti baajjataa mootummaa rammadanii kaaffalafi waan jiraaniif ummani kun hin gaaga'amu. Biyyi keenya immo kana gochuu dandeessi kan jedhuu gaaffiidhs

Miindaa ji'aa argaatu qofaan jiraata jarrii kunis miindaan isaanii yeroo dheera isaa jiraachisuu danda'aa kan jedhuu ammas gaaffiidha?? Mootumnaa fi dhaabbatti kambiranis yeroo rakko kanatti dhugumaa miindaa kana danda'anii kaffallufin jarrii kun itti fayyadamuu danda'u kunis gaaffiidha???

Walumaagalaatti yoo dhibee yeroo dhiyootti hin too'atamnee ta'ee rakkoi inni ummatas ta'ee biyyaa keenya irratti fiduu lakkaa'amee waan dhumuu miti

Fali isaas hundumtu akka amantii isaatti waaqa isatti iyyuu waqaa malee eenyuuyyu hin daanda'uu biyyaa keenyaa duriis kan egee boris kan eegu waqaayyoi gudda qofaa waan ta'eef isaatti haa iyyinu haa kaadhaanu biyya keenya dabaarsinee itti haa keeninuu

#guddaa_gaalatooma
@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenys


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
Gorsa Jireenya🇺
jireenyii kenna ganamaatti

kenna waqaayyoo dhalaa nama hundumaaf walqixxa kenne jireenya
https://t.me/gorsajireenya


Forward from: Oromia Report Gaazexa official
BIYYAA ETIYOOPHIYAA FI GOCHAA MINILIK

👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓
Etiyoophiyaan Biyyaa Jaallalaan hundooftee moo Biyyaa Humnaan Hundoofteedha??????

Itoophiyaan biyyaa uummattootti ishee seenaa gaarii fi seenaa haamataa gadhee tahan waliin qabdudha.

Seenaa gaarii uummanni kun waliin qabus ergaa humnaa habeesha ykn minilikin humnaan koloonneeffatamee boodaa dhiibbaa minilik keessaan irraa gahu dandaammach; dandaaya fi minilikin fincillaa uummani rawwattee seenaa waliini tahun galmaa'eedha. kaanaafis fakkeenyii lollii Adwaa, Shiree, ethio-sumaale fi metaama jarren kun fakkeenyaa seena gaarii isaan waliif qabaniif fakkeenyadha. Lola kanarrattis adda durumma fi baayinaan kan geggeessa gi hirmaacha turee hin dhokaate malee oromoodha har'aa garuu seenaan yeroo sana waan dhokaatef oromoon kan isaa tahu waallalee ormii injiffaannon argaameen dhiichisaa.

Akkasummas biyyaa seenaa gadhee fi fokkisa waliin qabdufi keessatti hojjeettameedha fknf:- oromiyaa keessa lolaa caallii callanqoo fi miidha minilik achiitti uummaata oromoorran gahe; uummataa walaayitta humnaan itiyoophiyaa jala galchuuf gochaa minilik rawwaatte; fi diidda uummata kaffaa ukkamsuuf irratti gochaa rawwattaneedha jaarren kun fakkeenya gabaabboodha. kunis olaantumma saba tokko irratti mulisuun uummanni ykn sabnii biraan humnaan koloonneeffatamee kun aadaa fi duudhaa isaa dhisee akka aadaa fi duudhaa isanii hordofuuf gochaa rawwatameedha garuu iddoo hundaatti tahu baatus iddoowwan muraasatti milkaa'eeraf

Miniilikii biyyaa kana utuu jaallalaaf tokkummaan uummataa hundummaa akkaataa aadaa fi duudhaa isatti of daandaayyee walii walii isaa immoo kabaajan waldhageeyee keessaa jiraatuu godhee hundeesserra tahee har'aa itiyoophiyaa keessatti wal jibbinsii sabaa ka'ee itiyoophiyaan qe'ee badii hin taatu turtee


garuu baalleessa minilikii yeroo sana seenaa gadhee maqaa fi uummata sanan rawwaatte hangaa har'aatti itiyoophiyaan biyyaa uummanni itti wal ajjeessu taate jirtii kaanafis baalleessa uummata osoo hin taane sirnaa yeroo sana turee kan minilikii jechuudha.

Minilikii biyyaa kana hin hundeesse jechuurra seenaa siyaasa gadhee fi taate haama tahee saboota biyyaatti gidduu ka'uun kan burqaa bishaanii yaa'ee hin dhuumnee fi dhaabbachuu hin daandeenyee fakkaattu jibbinsaa seenaa wal dhaabdee siyaasa guddaaf dhagaa bu'uura ka'ee.

,, ,,,,,,,,,,,,,,,,itti fufaa jutaa 2ffa isaa argaachuuf chaanneelli kana @oromiareportgazexa @join godhii irratti hordooffii

@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa

:-madda odeeffaanno fi xinxaalla oromiyaa fi itiyoophiyaa

@oromiareportgazexa
@oromireportgazexa


Forward from: 👫Adeemsa🏃Jireenya🇺
Adeemsii fi sosochiin ofii ulfinaa ofitti of eggaadhu

Amaala haammaatuf hafuura ajjaa'uu abbaan hin beekuu


@ademsajireenya
@ademsajireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
Yemmuu iddoo namnii itti argaamuu deemtuf mana nama biraa deemtuu Amaala kee achumaattii!!!!!!!

@gorsa_jireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️☺️☺️

Jireenya kee injifaachuu yoo baarbadee daandii sii baasu daanda'uu filaadhuu

@gorsa_jireenya


Saammun kee waan inni gochuuf sii affeerru hundumaa hin simaatiin itti yaadii, waan gochuuf yaaduu kamuu saammun kee itti hin amaannee yoo ta'ee hin raawwattin boodaa gaabbiitta utuu saammun koo na dhoowwun raawwadhee/godhee jette kanaafuu fedhaa saammu keen ala hin sochoo'iin

@gorsa_jireenya


Anaatu nama hin beeku jedhii malee namnii nan beekuu jette waan barbadee fi fedhaake guutuf dhoksaan waan dhoksaa hin hojjettin

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya

@join our channel


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️☺️☺️

Jireenya kee injifaachuu yoo baarbadee daandii sii baasu daanda'uu filaadhuu

@gorsa_jireenya


Saammun kee waan inni gochuuf sii affeerru hundumaa hin simaatiin itti yaadii, waan gochuuf yaaduu kamuu saammun kee itti hin amaannee yoo ta'ee hin raawwattin boodaa gaabbiitta utuu saammun koo na dhoowwun raawwadhee/godhee jette kanaafuu fedhaa saammu keen ala hin sochoo'iin

@gorsa_jireenya


Anaatu nama hin beeku jedhii malee namnii nan beekuu jette waan barbadee fi fedhaake guutuf dhoksaan waan dhoksaa hin hojjettin

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya

@join our channel


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
👉👍👉👍👉👍👉👍👉💋👉😘

Jireenyii keetiif gatii kaffalli garuu haala fi akkata barbaachisa hin taanetti gatii hin baasiin

Saammu keetiif abboomama ta'ii, Saammuu keetiifis ajaaja ta'ii isiin lamaan qofatu adduunya kanarra waliif hiriyaa amaanama wal guddisuu daanda'uudha!!!!


Hiriyaa amaanaman siif saammuu keetii kunuunfaadhu

Amaala kee yeroo hundumaa iddoo deemuf yaadee osoo hin ga'iin sirreeffachu yaalii, Amaala kee ilaalee namnii sitti kolfuu sii oolchaa

Ulfinni kee yeroo hundumaa amaanamumma keetiif dubbii dhugaa dubbachuu keetii atiis amaanamaa ta'ii, dubbii dhugaan afaan keetii haa baa'u


Eenyumman kee siif hojii keetii hojii keetii simboo godhii miidheeksii akka namaatti tolutti


#Channelli keenya join godhaa

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
@Jireenyii_Wantoota_Shan_Qaba

1, Rakkina

2, Obsa

3, Hojii

4, Carraa

5, Guddina

@gorsa_jireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
@Jireenyii_Wantoota_Shan_Qaba

1, Rakkina

2, Obsa

3, Hojii

4, Carraa

5, Guddina

@gorsa_jireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
@Jireenyii_Wantoota_Shan_Qaba

1, Rakkina

2, Obsa

3, Hojii

4, Carraa

5, Guddina

@gorsa_jireenya


Forward from: ToLeRa BEntI
Group(garee) kana seenun waliin dubbadha, hubaannoo fi barnoota waliirra argaadha, beekumsa qabdaniis irratti waliif qooda
Share waliif godha

@chikochivoice
@chikochivoice
@chikochivoice


Chaanneelli barnootaaf hubaannoo sammuf isin gargaruu kana share waliif gochuun @join godha

Channelota kana @join gochuun nu hordoofa

@gorsa_jireenya

@gorsa_jireenya

@gorsa_jireenya

@ademsa_jireenya

@adeemsa_jireenya


@ademsa_jireenya

@join gochun seena nu hordoofa,,,,,,,,,,

20 last posts shown.

201

subscribers
Channel statistics