Forward from: Aanolee
๐๐๐๐Diyaasfoorichaa fi Oromticha๐๐๐๐๐
Diyaasfoorticha:- Aboo mucaa afaan ingliffaa ni beeytaa
Oromticha:- Eeyyeen akka gaarittiin beeka
Diyaasfooricha:- OK hoolaa๐ jachuun maal jachuudha
Oromticha:- Hhhhh hoolaan moo "sheep" jachuudha kaa
Diyaasfooricha :- OK yooniifi hoolaan sun si waliin mana jiraate hoo??
Oromticha:- yeroo San "Relationship" jannaan
Diyaasfooricha:- hhhhh hayyee yooniif hoolaan sun hoolaa jabaa(cimaa) tahe hoo???
Oromticha:- Hmm! Yoo hoolaa jabaa tahe "Dictatorship" jannaan
Diyaasfooricha:- Qsqsqs! OK yooniifi hoolaa San qalanii foon isaa biyya alaatti ergan hoo???
Oromticha:- yoo foon isaa ala ergame "scholarship" jannaan
๐๐Talent๐๐
Kophaa hin koflinii hiriyoota keef @Share godhi
for More join us
๐๐๐๐
@Aanolee
@Aanolee
@Aanolee
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ