Nasiha17


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


😊😊~Dubartiin salaata shanan salaattee
~Baatii Ramadaanaa soomantee
~Qaama ufii haraama irraa tiyifate
~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti ...
Fb https://m.me/jalatu.islam

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: ABC PROMOTION BOT
💫Gabaabinnumaan Baatii Shawwaaliin Ilaalchisee;
*((أحكام مختصرة في شهر شوال))*


*«ﻣﻦ ﺻﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺛﻢ ﺃﺗﺒﻌﻪ ﺳﺘﺎ ﻣﻦ ﺷﻮاﻝ، ﻛﺎﻥ ﻛﺼﻴﺎﻡ اﻟﺪﻫﺮ».*
*❒ رواه ومسلم ٢٠٤ - (١١٦٤).*
"Namni baatii Ramadaanaa soomee,ergasii,bulti jahan shawwaal duubaan hordofsiise,akka nama waggaa guutuu soomeeti"jedhan ergamaan Rabbii(S.A.W).
➦Bulti jahan tana soomuun dhiiraa fi dubartii irraahis barbaachisaadha.
➦Namni sooma baatii ramadaanaa hin guuttatin Ajrii shawwaal hin argatu hanga qadaa ramadaanaa ufirraa kafalutti akka Imaam Ibnu baaz faanti jedhanitti.
Sooma waajibaa sunnaa dura ufirraa kafaluu qaba jedhan.
➦Bultii jahan kana akkamitti soomuun danda'ama?
( كيفية صيام الست من شوال؟)
Ibnu baaz akkana jedhan;
➦Baatii shawwaal guutuu irraa filataa jedhan.
★Yoo fedhe gara jalqabaa kana sooma.
★Yoo fedhe gara walakkaa achi hiiqsee sooma.
★Yoo fedhe gara xumuraa soomuu danda'a.
★Yoo fedhe addaan kutee soomuu danda'a.
★Yoo fedhe walitti aansee soomuu danda'a.
Walumaa galatti hanga baatiin shawwaal keessaa baatutti ufirraa xumuruu ni danda'a jedhan.
➦Garuu Kanneen hunda keessaa kamiin soomutu irra caala?
( ما الأفضل في صيام الست من شوال؟)
Ibnu baaz akkana jedhan;
"Gara jalqabaa kana(Ramadaanatti Aansanii)soomutu irra filatamaadha.
*❒ الفتاوى ❪٣٩٠/١٥❫.*
Ibnu Useyminis Iida booda walitti aansanii soomutu irra filatamaadha jedhan.
*❒ الفتاوى ❪٢٠/٢٠❫.*
➦Walitti aansanii soomuun dirqamaa?
walitti aansinee soomullee dandeenya,addaan babaafnee soomuullee ni dandeenya.
يجوز صيامها متتابعة ومتفرقة.
*❒ الفتاوى ❪٣٩١/١٥❫.*
➦Shawwaaliin bara hundaa soomuun namarratti dirqamaa?
*❉ قال ابن عثيمين:*
"Sunnaa waan taateefi bara tokko soomanii bara tokko yoo dhiisanis homaa dhiibbaa hin qabu jedhan".
*❒ الفتاوى ❪٢١/٢٠❫.
➦Ramadaana booda Bultii jahan shawwaal soomuun maaf karaa godhame?
( مالحكمة من صيام الست من شوال؟)
★waajibni ittiin haa guutamuuf,bultii jahaa ramadaana booda soomujn akka fakkeenya salaata waajibaa booda sunnaa salaatuuti!,
★Kana jechuun akka wanti waajiba keessaa nama jalaa hirdhate ittiin namaa guutamuufi jedhan.
By;Sheekh ibnu Useymiin.
*❒ فتاوى نور على الدرب شريط ❪٧٥❫.*

❈ هل يؤجر من صام ثلاثة أو خمسة أيام من الست من شوال؟
➦Namni guyyaa jaha keessaa guyyaa 3,5 qofa soome Ajrii argataa?
Eeyyee,ni argata garuu ajrii nama guutuu soomee kan ergamaan rabbii nuuf dabarsan sana hin argatu malee.
*❒ فتاوى نور على الدرب ش ❪٧٥❫.*
➦Bultii jahan tana bakka ramadaanaa buusanii qadaa ufirraa kafaluun danda'amaa?
هل يجوز جعل صيام الست عن قضاء رمضان؟
★Bultii jahan tana keessa qadaa kafaluun hin danda'amu,bultiin jahan tuni Ramadaana hordofti akkuma sunnaa salaata waajibaan boodaati.
*❒ فتاوى نور على الدرب ❪١٧٥❫.*
Warra itti fayyadamu rabbiin nu haa taasisu.


Forward from: ABC PROMOTION BOT
Ariifadhu

Hundi keenya ni dogoggorra. Dogoggora sanirraa ammoo dafnee toowbachuu qabna. Towbaa boruuf bulfachuun hin barbaachisu. Hagam akka turru wanti nutti himame hin jiru. Yoo waan kana argadhe toowbadha jettee karoorfattee jirta taanaan, sheeyxanatu sitti hasaasaa jira jechuudha. Waswaasa isaatii bakka hin kenniniif. Akka sheeyxaanni hallayyaa keessaa bahuun si dhibu keessa si fageessuu carraa hin kennin. Badiin dalagde hagamuu baay’atu yeroo hunda Rabbi toowbaa sirraa qeebaluuf qophiidha. Yeroo hunda natti deebi’i jedhee sitti himeera. Kanaafuu ulaagaa tarreessuu dhiisii, Towbaa kee dursi. Wanti ati yaadde hundi san booda sii guutti.

Waan cufa nuu haa laaffisu

By Abu Ibtisam


Forward from: Ummy Art PROMOTION
👉🏼Namni kan situffatu eega ati of tuffatte booda
Akkasuma
👉🏼Namni kan sikabajus eega ati of kabajjeehi !!!
🤗🤗🤗🤗🤗🤗


Forward from: 🌹hope promition🌹
🌻CHANEL BEKKAMA SHAMARRAN MAGAALA BAABBILEE KANA JOIN GODHUUN HA HOROFNUU🥀


Forward from: Keyral_umma Ťùbe
🗝 ❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂ 🗝
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬

▣Kanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini.

▣ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba →dhugaa, dadhabbii→jabeenyaa, daguu →dammaqqii, laafinsarra →ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun.

▣Namni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu.
↑Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi.

« قل هل يستوي الذين يعلمون والذين لا يعلمون إنما يتذكر أولو الألباب »
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣


Forward from: Fast Islamic Bot
✔️New chanel chanel haraya kana irra wan barbadde ni arkatta 👇👇👇👇👇👇👇


Forward from: Fast Islamic Bot
Chanel kanaf haraya tahuu hin ooltu seente yo laalte wan aj'iba argita join shear godhuu hin dagatin




Forward from: Hik_ye_Abii
Sammuun Gaariin Sammuu toltuu yaaddu beekhi

Join 👇👇
@Hik_ye_Abii
@Hik_ye_Abii


‏"إيَّاكَ أنْ تَشْمَتَ
فليسَ بينكَ وبينَ المُبْتَلَى
سِوى رَحْمَةِ الله"
@ummuhusnal
@ummuhusnal


Forward from: Zeew tube official
SADAQAA AMATA AFURTAmi

#seena akkaan nama aja'ibsiistu ta namni akka ikhlaasa fi ibaada sa kessatti hamilee dhertun akka ofuu isa gooturrahi seenan daawud binu Hindi....
"Daawud binu Hindi amata 40 guutu ni soomane ka namni takkalleen isarratti hin beeyne soomanu jira hanga jaartiin isaatillen guyya takka hin beekinitti...
Daawud kun ni tahe ja'an ganama oggaa mana saati bahu nyaata Saa fudhate bobbaha eegana nyaata saa ka fudhate San kararratti miskiina nyaachiseti galgala mana saatti oggaa deebi'e akka nama dadhabe dhufetti galgala hafxira amata 40 guutu akka kanatti ture kaniifi jaartiin isaatilleen isa hin beeyne "

Ibnal qayyim akkana ja'e
"Warrri saa magaalatti nyaate sahan ,warri magaalatis mana saatti nyaate sahan, inni ammo Rabbi saatif soomana jira ja" e"

Akkasuma nama fursiisu kessattis ni tahe ja'an daawud binu Hindi kun
"Soomana kessa kan nama 500 fursiisu ture ,sawaaba isaan cufa kana arkachuf jecha"
.
# dalagaa dalayduu cufaahu Rabbi keetif qulqulleysii dalagi dalagaaa takka ta siifi rabbin malee namni biraa takkalleen hin qabaanne godhadhu ,ta oggaa rakkatte Rabbi keetitti ittin magantummaa seentu

#rasuulli (saw) akkana ja'a
" salaanni dhoysatti salaatan salaata namni si arkurra oggu 25 caalti ja"a"

Yeroo hundaahu dalagaa tee dhoyfachuuf bololii akka rabbin kee si jaalatuf jecha...




Forward from: HAMZA HASSEN
Dhugaa dubbachuuf namni baga siin gahee jechuuni haqa godhatu obbolenyan keyya shammaran warra sommana guutu Alwaada kessatti dabarsan nu soomansiisa bahan hedduu nuuf galatooma.
Galatoomi Obboleetti islaama hundinuu baga siin gahe Eid MUBAARAK.
Dhageefadha share waliif godhaa Channel YouTube kiyya kanas SUBSCRIBE godha jzkl.
👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/RMm-fwh2BF0


Forward from: ABC PROMOTION BOT
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARA


Forward from: ABC PROMOTION BOT
Rabbiin(s.w) Wanta Uumuu Barbaade Hun Ta'ii isaatiin akka barbaadetti Uuma. Wanta Inni uumuu Barbaade Hunda "Ta'i" numa jedhaan wanti saniis inuma ta'a. Rabbiin(s.w) Waa'ee kanaa ilaalchisee akkana jedha:-

(إِنَّمَا أَمْرُهُ إِذَا أَرَادَ شَيْئًا أَنْ يَقُولَ لَهُ كُنْ فَيَكُونُ)
[سورة يسن 82]
"Ajajni isaa, yoo waan tokko fedhe "tahi" jechuma Qofa, Yoosuu taha."(Yaasiin 36:82) , Akkasuma dabalataaniis ergaa wal fakkaataa =surah nahl 16:40, Suuraa Baqarah 2:117, Suuraa ghaafir 40:68 ,irratti argachuu ni dandeenya.

Kanaafuu Rabbiin(s.w) akkuma ta'ii isaatiin waan hunda uume.Ta'ii isaatiin Iisaa Ilma Maryam illee Uume. Akkuma Abbaa keenya Aadam Haadhaa fi Abbaa Malee Biyyee irraa Nama godhee uume, Haadha Teenya Hawaa immoo Haadha malee Abbaa Keenya Aadam qofa irraa Uumee, Iisaa Ilma Maryam ille Dandeettii isaatiin Haadhaa Qofa irraa ta'ii isaatiin Uume. Keewwatoonni Qur'aanaa kan armaan gadiis waa'ee dhaloota Iyyasuus/Iisaa Ilma mariyam ilaalchisee kanuma nuuf ibsa:-

(إِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكِ بِكَلِمَةٍ مِنْهُ اسْمُهُ الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ وَجِيهًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ * وَيُكَلِّمُ النَّاسَ فِي الْمَهْدِ وَكَهْلًا وَمِنَ الصَّالِحِينَ * قَالَتْ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِي وَلَدٌ وَلَمْ يَمْسَسْنِي بَشَرٌ ۖ قَالَ كَذَٰلِكِ اللَّهُ يَخْلُقُ مَا يَشَاءُ ۚ إِذَا قَضَىٰ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُ كُنْ فَيَكُونُ)
[سورة آل عمران 45 - 47]
“yeroo malaa’ikoonni “yaa maryam! Dhugumatti Rabbiin jecha isa biraa ta’e, kan maqaan isaa masiih Iisaa ilma maryam jedhamu, kan duniyaa fii Aakhirattis kabajamaa fii warra Rabbitti dhiheeffaman irraa ta’een si gammachiisa” jette (yaadadhu). Daa’imummaa fi erga guddateeyis namaan dubbata. Warra gaggaarii irraayis(ta’e). (maryamis) “yaa gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette. (Rabbiinis) “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe Uuma. Inni #yeroo_waan_tokko_murteessu #ta’i! qofa isaan jedha; #yeroma_san ta’a” jedhe.” [Aali-Imraan 3:45-47]

(يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَىٰ مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِنْهُ ۖ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ ۖ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انْتَهُوا خَيْرًا لَكُمْ ۚ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ سُبْحَانَهُ أَنْ يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ ۘ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا)
[سورة النساء 171]
“Yaa Abbootii kitaabaa! Amantii keessan keessatti daangaa hin darbinaa; Rabbi Irrattiis dhugaa malee hin haasa’inaa. Ilmi Maryam, masiih ,Iisaan ergamaa rabbiiti; jecha isaa (ta’i jedhu) kan inni gara maryam darbee dha. Ruuhii(Uumaa) isa irraa ta’ee dha. Rabbii fi Ergamoota isaattis amanaa. “Rabbiin Sadihi” hin jedhinas. Isarraa Dhoorgamaa; isiniif caala (ta’aa). Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokko qofa. Inni ilmi isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samii keessaa fi wantoonni dachii keessaa kan isaati. Hirkoodhaafis Rabbiin Qofti ga’aa dha.”[Nisaa’i 4:171]


بسم الله الرحمن الرحيم
3-Maashixaa joollee fir'oowna guddistu,
Tan hadiisa keessati dhufte.


4-jaarti imraan ( Haadha maryam)
Akkoo nabi iissa,tan ilmoo garaa qabduu
( maryam ) Osoo hindayin rabbif qodaa gootee diiniif kennite, hogguu deyses masgida geysite kennite. Kanas qur'aanni akkatti Ibse.
{☆}إذ قالت أمرت عمرن رب إني نذرت لك ما في بطني محررا فتقبل مني إنك أنت السميع العليم {☆}ال عمران -35
"(Yaadachiisi)  Yeroo jaartiin imraan jette -yaa Rabbii kiyya ani waan garaa kiyya keessaa kana qodaa siif godhe,
qulqulleessi narraa qeebali atii
Ka dhageessuu ka beeytu taatee jirta"
Suuraa all imraan aayaata 35.



5-mariyam (hadha nabi iisaa )
Isiin tan Osoo dubraa kana dhiirti isii hin qunnamin ranbbiin dandeettii isaatiin nabi iisaa akka deessu ajajee, deesse
Kanas qur'aanni suuraa tahriim aayaata 12tti dubbate.
Egaa dubartooni kun warreen diin keessatti sadarkaa guddoo qabaachuudhaan qur'aanni seenaa isaanii faaruun dubbatu kessaayi. Akka Ummata keenyaattin yoo tahe.

6-khadiija r.a. Haadha mu3mintootaa  (warra nabii kenyaa).hangaftittii tan lubbuu isittifii qabeenya isiitis nabiif gumachitee diin kana wajjii gad dhaabde.

7-Aaishaa r.a. warra nabii tan hadiisoowwan kumoota hedduu Ummata barsiisuun beekamtu



8- Faaximah r.a. intala nabii keenya s.a.w. haadha hasaniifii huseen.
Warra sadarkaa guddoo qaburraayi.
Yaa dubartoota muslimaa! Isinis warra seenaa diin galmeysisisu rabbi isinhaagodhu... amin ya rabb 🤲

@ummuhusnal
@ummuhusnal

Egaa obboleyyan kiyya an obboletin tesan wan garagaraa isiinf dhiheseetin jiraa chanell kiyya join fi forward waliif godhaa inshaa Allah
Jkz🙏🙏




Forward from: HAMZA HASSEN
Dhaamsa Ariifachiisa Boruu iida manatti akkami salaanna? Daqiiqa takka kessatti sheyni kenya akka itti salaannu nuuf himan.
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.

Channel YouTube kiyya kanas SUBSCRIBE godhuu hin dagatina jzkl.
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/rJj_GDVvYbw


بسم الله الرحمن الرحيم
الحمد لله رب العالمين الصلاة والسلام على رسول الله وعلى آله وصحبه Seenaa dubartoo bebbeekamoo
Egaa muslimtoota
Ummata dur keysattis yootahe
Dubartoota seenaan diin isaan haasawu
Hedduutu jirani. Akka fakkiiti,
1-haadha nabi muusaña tan muusaa
Yeroo deysu adawwii ilmaan biyya sanii
Fixxuu jalaa baasuuf Råbbiiñ sanduuqa kaayii baharatti darbi jedheen,tole jetteeti
Darbite. Råbbiiñ akkuma waadaa isii
Seenetti ajjeechaa jalaa nagaya baasee
Booda isiif deebise. Ilmi isii muusaan ganda mootichaa  ( fir'oownaatti ) qananiee akka guddatu godhe.Boodas nabiyyi isa godhe.
Råbbiiñ zaalima  ( fir'oowna ) San buqqaasee muusaa dhaalchise. Råbbiiñ waayee kanaa hoggaa Qur'aantti dubbatu akkana jedhe.
{☆}واوحينا الي أم موسى أن أرضعيه فإذا خفت عليه فالقيه في اليوم ولا تخافي ولا تحزني انا رادوه إليك وجاعلوه من المرسالين 7 القصص :7
" Haadha muusaatti beysisa goone isa harma hoosisi hoggaa isarratti sodaate baharatti darbi hinsadaatin
Hinyaaddawin nuti isa gama kee deebisuudha, ergamtootarraa isa taasisuudhasi."suuraa qasas aayaata 7

2-Aasiya jaartii fir'oownaa, ta towhidarratti lubbuu isii wareegama kafalte. Kan mootichi zalimtichi fir'oowna qaama qullaa shikaalaan harkaa miila lafatti dhawee gocha suukanneessa Irrattii raawwatee ajjeese, quraana suraa tahriim aayata 11tti seenaan isii ibsee jira.
{☆}وضربت الله مثلا للذين ءامنوا امرأت فرعون إذ قالت رب ابن لي عندك بيتا في الجنة ونجين من فرعون وعمله ونجين من القوم الظالمين 11{☆} التحرير :11
"Råbbiin warra amananiif jaartii fir'oownaati fakkii godhe, hogguu isiin jette -yaa Rabbii kiyya sibitatti jannataa keessati mana naaf jaari.
Fir'oownaafii hojii isaa jalaa nagaya na baasi, orma roorriftootarraa nagaya nabaasi. "  suuraa tahriim 11.

Itti fuffaa 3ffan
Please join godhii obboleyyan khe biranis naf gahii
@ummuhusnal
@ummuhusnal
Please please join


Forward from: ABC PROMOTION BOT
Saganta bohartii mara arkachuu feetan kuno

20 last posts shown.

232

subscribers
Channel statistics