𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐰𝐰𝐚𝐚𝐥
===============
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﺸﻴﺦ ﺻﺎﻟﺢ ﺍﻟﻔﻮﺯﺍﻥ ﺣﻔﻈﻪ ﺍﻟﻠﻪ: -
« ﻟﺌﻦ ﺍﻧﺘﻬﻰ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻓﺈﻥ ﺣﻖ ﺍﻟﻠﻪ ﻻ ﻳﻨﺘﻬﻲ ﺇﻻ ﺑﺎﻟﻤﻮﺕ »
«Ji'i ramadaanaa yoo dhumes haqni rabbiin qabu hin dhumu,
yoo du'aan ta'e ma'ee».
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ } : ﻭَﺍﻋْﺒُﺪْ ﺭَﺑَّﻚَ ﺣَﺘَّﻰٰ ﻳَﺄْﺗِﻴَﻚَ ﺍﻟْﻴَﻘِﻴﻦُ { [ ﺍﻟﺤﺠﺮ : 99 ]
.
ﻋﻦ ﺃﺑﻲ ﺃﻳُّﻮﺏ ﺍﻷﻧﺼﺎﺭﻱ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ ﺃﻥ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ﻗﺎﻝ: ))ﻣَﻦ ﺻﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ
ﺛﻢ ﺃﺗﺒَﻌَﻪ ﺳﺘًّﺎ ﻣﻦ ﺷﻮَّﺍﻝ، ﻛﺎﻥ ﻛﺼﻴﺎﻡ ﺍﻟﺪﻫﺮ(( ﺭﻭﺍﻩ ﻣﺴﻠﻢ
"Namni Ji'a Ramadaanaa soomanee eegasii immoo shawwaala irraa jaha itti aansee kan soomane akka nama
waggaa soomaneeti"Muslimtu gabaase.
Kanaaf sooma shawwaal kanattis jabaachuu qabna. Ji'a Shawwaal keessaa immoo yeroo fedhan soomuun ni danda'ama. Caalaan immoo jalqabuma irraa kaasanii
soomanuudha.
Warroonni qadaa qaban immoo shawwaal jahan soomanuuf niyyachuun dura qadaa baasuu qaban.
Chanelii keessan kana join godhaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Kennaapost @Kennaapost t.me/Kennaapost