𝐆𝐮𝐟𝐮𝐮𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐛𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐨𝐨 𝐚𝐟𝐫𝐚𝐧
💥1. "ʜɪɴ ᴅᴀɴᴅᴀ'ᴀᴍᴜᴜ"
Namoonni naannoo keenyaa baayyeen namoota mul'ata isaanii dhugoomsan waan hin taaneef jireenya isaatiin qofa osoo hin taane dubbannaa isaaniitiin danda'amuu mul'ataa irratti haamilee sitti hin horan.
💥2. ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ
Mul'ati keenya namoota jaallannuu fi nu hin jaallanne biratti fudhatamummaa yeroo dhabu, maqaa jaalalaaf jennee mul'ataa keenya biraa deebi'uuf of dirqamsiisuu. Hiree daa'ima isaanii murteessuuf akka aaboo qabanitti maatiin yaadan akkasumas miiltoon jaalalaa fi hiriyoonni keenya as keessatti qoodamuu danda'u.
💥3. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴋᴜꜰᴀᴀᴛɪɪ
Yaaliin galma keenya ga'uu keessatti kufaatii jiru yaadanii sodaachuun waan baayyee baratamedha. Kufaatii namni balaaleffatu abjuu isaatiif hin qabsaa'u sababnisaa namni akkasii kufaatii akka qaama jireenyaatti osoo hin taane akka qaaniitti ilaala.
Yaaluu sodaachuun yeroo baayyee kufaatii sodaachuurraa madda.
💥4. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ
𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒌𝒖𝒇𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒒𝒖𝒃𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂𝒂?
Mata dureen kun iccitii qor-qalbii ilmaan namootaa dubbatan keessaa isa angafaa yeroo ta'u mata duree kana dacheerraa kan hubatan baayyisee muraasa. Namoonni hedduun galma isaanii erga ga'anii sababa dachee irra jiraataniif akka dhabanitti yaaduun mul'ata isaanii hin dhugoomsan. Of-gulaalanii of-ilaaluu yeroo baayyee booddee namoonni hedduun dhibee kana of keessatti argatu. Yeroo biraa mata duree kana sirnaan kana caalaatti nan ibsa.
@Text_Jaalala