Text jaalala ❤️


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


👇👇👇
Information
gara gara
asiraan argatu

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Jaalalli si muudee
Onneen koo suma feeti
Qalbiin kee of jaalattuun
Jaalala gabbarsa seeti
Jabinni kee anarratti
Laafinni koos kara keeti
Si barbaaduf sitti deemus
Qalbiin keemmoo gama ceeti

Tulluurra teesse
Holqa kunuunsuu yaadda
Ana miliquuf jettee
Waan gatte barbaadda

Gola jaalala siif kennetti
Har’a aarin margee
Ilaalen si dhiise
Jibbamuu koo argee!

Amma addaan galle
Sichi wal hinbeeknu
Nagaatti jaalallee
Yeroos hin wareegnuu!🙏
....

... @Text_Jaalala


𝐆𝐮𝐟𝐮𝐮𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐛𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐨𝐨 𝐚𝐟𝐫𝐚𝐧

💥1.  "ʜɪɴ ᴅᴀɴᴅᴀ'ᴀᴍᴜᴜ"

Namoonni naannoo keenyaa baayyeen namoota mul'ata isaanii dhugoomsan waan hin taaneef jireenya isaatiin qofa osoo hin taane dubbannaa isaaniitiin danda'amuu mul'ataa irratti haamilee sitti hin horan.

💥2. ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ

Mul'ati keenya namoota jaallannuu fi nu hin jaallanne biratti fudhatamummaa yeroo dhabu, maqaa jaalalaaf jennee mul'ataa keenya biraa deebi'uuf of dirqamsiisuu. Hiree daa'ima isaanii murteessuuf akka aaboo qabanitti maatiin yaadan akkasumas miiltoon jaalalaa fi hiriyoonni keenya as keessatti qoodamuu danda'u.

💥3. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴋᴜꜰᴀᴀᴛɪɪ

Yaaliin galma keenya ga'uu keessatti kufaatii jiru yaadanii sodaachuun waan baayyee baratamedha. Kufaatii namni balaaleffatu abjuu isaatiif hin qabsaa'u sababnisaa namni akkasii kufaatii akka qaama jireenyaatti osoo hin taane akka qaaniitti ilaala.
Yaaluu sodaachuun yeroo baayyee kufaatii sodaachuurraa madda.

💥4. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ

𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒌𝒖𝒇𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒒𝒖𝒃𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂𝒂?
Mata dureen kun iccitii qor-qalbii ilmaan namootaa dubbatan keessaa isa angafaa yeroo ta'u mata duree kana  dacheerraa kan hubatan baayyisee muraasa. Namoonni hedduun galma isaanii erga ga'anii sababa dachee irra jiraataniif akka dhabanitti yaaduun mul'ata isaanii hin dhugoomsan. Of-gulaalanii  of-ilaaluu yeroo baayyee booddee namoonni hedduun dhibee kana of keessatti argatu. Yeroo biraa mata duree kana sirnaan kana caalaatti nan ibsa.


@Text_Jaalala


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Shammarree akkamii Gaa'eelaaf barbaadaa jirta Dhiiroo?

Shammarree ogeetti gaahela wajjin dhaabbatte jiraattu barbaada jirta taanan, Shammarree amala armaan gadii qabdu irraa of eeggadhu jedheen si gorsa.of eeggadhu bro!

#1ffaa
Shamarree Dhiira ofitti harkisuuf jette Haala uffannaa namatti hintolle uffachuu baayistu "Qullaa deemtu" irraa fagaadhu. Sababni isaa shamarreen akkasii yaadni ishee guutummaan Dhimma gaahela Eebbifamaa qabaachuu utuu hintaane dhimma fedha foonii ishee guuttachuuf ykn Dhimma Dhaloota karaa irraa kaachisuuf waan dandeessuuf irraa of eeggadhu. Darbes safuu Hawaasaa waan cabsituuf Haawaasa kee waliin walitti si buustee jireenya keetti goolii kaasti. Kanaafuu shamarree akkaataan uffanna ishee miidhagaa tahe filadhu.

#2ffaa
Shamarree dhiira hundaan wal arguu baayistu fi afeerraaf"Tole" jechuu baayistu irraa fagaadhu. Isaan kun immoo Yeroo hundumaa kan isaan yaadaan waa'ee Afeerraa "Gibjaa" Akkasumas, bakka bashannanaa gaggaarii ooluu qofa. Shammarreen akkasiis jireenya kee fuulduraaf rakkistuu waan taateef of eggadhu bro!.

#3ffaa
Shammarree "Ani baayinaan Hiriyyaa Dhiiraa malee Hiriyyaa shamarree hinqabu. Amalli Shamarree sirrii miti" jettee shammarree akka ishee sitti hamattu fi dhiiroota baay'ee waliin ooluu baayistu irraas of eeggadhu. Inni kun ibsa hin gaafatu. Kanaaf shamarreen akkasii boris gaafa heerumtu hiriyyoota dhiiraa waan baayistuuf jireenya keef dhiibba hamaa qabaachuu mala. Of eeggadhu dhiiro!

#4ffaa
Shamarree Abboommii maatiin ala fiigdu. Isaan kun "jireenya koo keessa maaltu nama galche" jedhanii warra Fiigaa oolaniidha. Kanaafuu isaan akkasii irraa fagaadhu. Boris jireenya koo keessa maaltu si galche siin jettee bakka barbaadde deemti waan taheef irraa fagaadhu.
#share
#join
#seenaajaalalaa


Haati manaa kee daa'imnii keenyaa dhidhitataa jirtii gaafaa siin jettu.😳

Anaan haadhittatukaa milishaa gandaa taati kun gaafa guddattuu.😁

Share➬ @Text_Jaalala
Share➬ @Text_Jaalala


Shammaran Yeroo Hi Sin Jennu Gaffii Jaalala Siniti fakkatu Nagaa kessanidhay😏

Share➬ @Text_Jaalala
Share➬ @Text_Jaalala


✔️Guys airdrop haaraa kanan wal baraa #FINCH jedhama dhengadda afaan English dhan isinif maxxansinee turre

✔️Yeroo amma kana hojiinsaa daily seenun qabxi walitti qabachuufi referal link keessan nama affeerun qabxi walitti qabachu dandeessu

✔️Ammuma withdraw gochus ni dandeessu Tonkeeper fi tonspace irratti garuu ammatti swap akkasumas trade gochu hin dandeessan February 2,2025 booda garu dolaratti swap gochu ni dandeessu

✔️Ammaf eegalaa yeroo trade tahu eegalu isinitti himna

↗️Jalqabuuf ➡️ CLICK HERE
https://t.me/FinchAirdropBot?start=123686


Репост из: Danbalii jaalalaa❤️
Congratulations 🍒

@Danbalii_jaalala
@Danbalii_jaalala


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Hardhas suman eegaa ,suman beekaa

Sagalee koo olkaaseen
Akkaa gaangee himimsaa
Bu,aa jaalala keetii
Gorora koo xuuxeen liqimsaa
Jaalala boojiaa yaadaf qalbii
Isatu namarraa fudhata
Kabajaa haqaaf dilbii👂
... Jedhee yoon eegaluu kan na kakaasee ammoo jaalala mataa isaatii . Namnii yoo jaalala ibsuu miira adda of irratti arguun hafuura ballaa baafataa .yoo hiriyaa isaatin gargar bahuu,ammoo kaan natti sii hin deebisn achumatti hafii jedhe abaara,kaan ammoo guyyaan ani walbare kaasee jireenyii koo boqonnaa hin qabu jedha ,kaan ammoo ani gaafan siin walbaru osoo du,a ko ta,ee jedha ,kaan amoo anii sii malee ija hin qabu ,jiraachuu hin danda,uu jedha .kana hundaa gaafa jaalataa fi jaalatamaan waliittii bu,aanii dha,ani ammoo akkas mitii ,jechoota amma dubbataman kana fayyadamuuf sammuu koo naa eeyyamuu caalaa,yoon yaadeyyuu ,galmee shororkeessaa jalatii waan galmeessuu nattii fakkaata ,sababni isaas ,oolmaa kee duraanii kabajaa atii naaf qabdu sammuu koo galmeeffate sana akka baatee waan jiruuf . Anii ergan siin adda bahee eegalee qofa koon jiraa qofuman jiraadhaas ,

Falaasama namoonnii ani si malee jiraachuu hin danda,uu jedhan sun anaaf sirrii mitii
Maalif yoo jettan ISA JAA LATAn san jaalachaa qofaa ofii jiraachuun ni danda,ama waan ta,eef .

Uuff nagaa sii gaafachuu sii gaafachuu hin dagannee akkam jirtaa jireenyii koo akkam ani fayyaa kootii .hardhas suman beekaa ,suman eegas.guyyaan qorumsa biyyoolessa dhihaate kanatti yaadaf yaaddoon koo qorumsa osoo hin taanee badii koo guyyaa badii sanatuu gurra koo irraa iyyuun na yaadesa . maalif garuu ,yoo dhiifamaa anaaf laatee,dhala namaa kan caaluu gooftaan iyyesuus kiristoosin warra isa waraani fannisan niffuu dhifama kadhatee ,atimmoo siif murtii ,anaaf abdii kan ta,ee siin barbaaduu qofaadha .jabaa ta,uun sirrii namaa taasisa jedhu chaayinonni anis jabaadhe hardha ga,eera guyyaa tokko tarii yoo dandeesse na bilbili akkan jireenya kotu deebi,uu .
Adaraa jaalalaa ,adaraa isa kan waliif umamnee ,waliinis guddannee dhadannoo jedhuun sanas yaadachaa ,dhifama keetiin na yaadadhuu iin jedha
Kan naf hafee dhaamsii koo ammas anii jaalalaa duraanii caalaaa kan ammatu caala ,homa sitti hin jijjiramuu ,kan siin jedhu kan sirraa eeggadhuus dhiifama kee qofa
Badiin koo hedduu ta,us jaalali koo sanumaa

Dhumarrattii walaloo kana dhaageeffadhuu 👂

Jaalala qulqulluu ❣️
Salphisee ilaaluu
Jaalan kee mi,aawaa
Maaliinuu madaalaa
Ani qaama kon sin jedhaa
Ofiittis deebii,een
Siin jiraachuu fedhaa
Arjummaa keetiin
Dhifaama naaf laadhuu
Jireenyaa qalbii gaarii
Ta,een akkan jiraadhuu

Atii qaama kootii
#Share
#share
#join
#seenaajaalalaa


Namni haadha qabeenya fuudhe Umrii isaa guutuu ergamaa tahee jiraata🙄

Share➬ @Text_Jaalala


Репост из: Danbalii jaalalaa❤️
✔️Guys airdrop haaraa kanan wal baraa #FINCH jedhama dhengadda afaan English dhan isinif maxxansinee turre

✔️Yeroo amma kana hojiinsaa daily seenun qabxi walitti qabachuufi referal link keessan nama affeerun qabxi walitti qabachu dandeessu

✔️Ammuma withdraw gochus ni dandeessu Tonkeeper fi tonspace irratti garuu ammatti swap akkasumas trade gochu hin dandeessan February 2,2025 booda garu dolaratti swap gochu ni dandeessu

✔️Ammaf eegalaa yeroo trade tahu eegalu isinitti himna

↗️Jalqabuuf ➡️ https://t.me/FinchAirdropBot?start=123686


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Dafa dhaqqabadhaa dollars 100$ nama kana jirraa dafa link kana tuqaa jalqaba saan booda iddoo diimaa kana tuqaa
https://t.me/FinchAirdropBot?start=110798


Dubbattanii yoo waliif hin galle, callistanii yoo wal hin dhageeffanne, kabajjanii yoo wal hin guddisne, walii keessan irra kan halaalaa dinqisiifachuu irra yoo xiyyeeyfattan guyyaa eegu jirtan malee gargar yaatanii akka kiyyaatti "single" tahuuf teessan.😑🤗

Wantoonni olii kun bu'uura jaalalaati🍭
:¨·.·¨:
 `·.   @Text_Jaalala


Jireenya keenya keessatti wanni guddaan barachuu qabnu tokko haaluma hunda keessatti tasgabaa'u dha.


◈ ━━━━━━━ ⸙
@Text_Jaalala


✅ Roobert Mugaabee yeroo tokko akkas jechuun dubbatanii turan ⬇️⬇️

💫 Roobert Mugaabee | "Afriikaa keessatti Maatiin kee dhukkubsachuu kee kan baran gaafa ati nyaata nyaachu diddu qofadhaa" . 😕

@Text_Jaalala


Jireenyii Yoo Sammuun Nagaa ta'ee malee Nagaa hin ta'uu jedhee 👈

@Text_Jaalala


Jijjiiramni tokko tokko nama dhukkubsa garuu barbaachisaadha.°
                  
━━━━━━━━━━━
🖋️ @Text_Jaalala      


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Na maddii yoo jirtu
Gammachuun guutama
Baayyinni rakkoo koo
Zeeroon baayifama

Na maddii yoo jirtu
Waa hundi koo guutuu
Hir'uun marfameetoo
Homtuu nan hir'atu

Yoo na maddiin jirre
Martuu ni faallofti
Si dhabnaan duuwwadha
Anumti ana miti

✍️ @seenaajalaala
#join
#share
#Jaalala_dhugaa


Dukkana ibsaa Jira
Jaalalli onnee kootii
Caba koof rabbi Jira
Natti hin ta'iin mootii💔

Waadaan at naaf galte
Jechi gaafa duraa
Har'a eessa deeme?
Meerre eessa jiraa!?🥵

Ofii kaatee natti kaate
Karri kee lama ta'e
Oolmaa kee siin deebisa
Anis Yoon nama ta'e🫴

@Text_Jaalala


Jaalalaa dhugaa.
@Text_Jaalala


Репост из: Seenaa Jaalalaa
Silaa sin liqimsa
Nan dabartu qoonqoo
Baayyeen si jaaladha
Dhugaa rabbii foonkoo

Gar-tokkee qaama koo
Mi'eessituu jiruu
Yoomiyyuu yoo ta'e
Sirraa garaa-n hiruu!

Ijjikee biiftuudha
Uumamaan kuulame
Wanti miidhaginaa
Sumarra tuulame!

Nyaarri kee gobbuudha
Funyaan keemmoo qaraa
Addeenyi ilkaan keetii
Nama raasa garaa!


Haadha simboo tiyya
Magaallee koo qalloo
Gubaan jaalala kee
Jabaateehoo malloo?

Suma bira taa'een
An sin ba'u dharraa
Yoomuu hin eeyyamu
Fagaachuu kee narraa

Halkan dugdaan ciiseen
Yaada kee aboota
Siif of dhabaan jira
Maaf akkas nagoota?

Otuman siyaaduu
Biiftuun baati barii
Siif hirriba dhabeen
Huqqataara tarii,

Sidhabee hin jiraadhu
Jiruu hiika hin qabne
Atis na jaalatta
Beeka akkan sin dhabne

Laga tokkoo baane
Sumatu naan mala
Barana sin baasu
Fuudheetan siin gala!

✍️
@seenaajalaala
@seenaajalaala

Показано 20 последних публикаций.