Oromia Education Bureau


Гео и язык канала: Танзания, Абхазский
Категория: Другое


Coming soon
English
Afan oromo
Amharic
3 Learn

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Танзания, Абхазский
Категория
Другое
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: sanyii gudataa
Beeksisa Barsiisotaa Ramdamanii NEW.pdf
28.6Мб
Biiroo Barnootaa Oromiyaa gaafa guyyaa 20/01/2017 beeksisa qacarrii Barsisoota barnoota appilaaydii baasu ni yaadatama

Haaluma kanaan dorgomtoonni calallii darbitanii maqaa keessaan ilaala dha

Waliif #share godha
Barsiisoota 1,288 baga gammaddan

@sanyigudataa


#Kutaa12ffaa

"Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa ji'a Adooleessa keessa yuunivarsiitiiwwanitti ni kennama" - Piroofeesar Birhaanuu Naggaa

Tajaajilli Madaallii Barnoota fi Qormaata pireezidaantota yunivarsiitiiwwanii fi qondaaltota waajjira barnootaa naannolee waliin marii gaggeessee jira.

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa qormaanni kutaa 12ffaa kan bara 2015 ji’a #Adoolessa keessa yunivarsiitiiwwan keessatti akka gaggeeffamu ibsaniiru.

Qormaanni kun akkuma bara darbee marsaa lamatti akka kennamuu fi ibsuun rakkoolee marsaa 1ffaa ibsuun marsaa itti aanuuf qophaa’udha jedhan.

Daarektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnoota fi Qormaata Isheetuu Kabbadaa (Dr.) raawwii qormaata bara 2015tiif qajeelfamni adda addaa qophaa'aa jiraachuu fi odeeffannoon qorattootaa sirnaan qindaa'aa jiraachuu ibsaniiru.

Dhumarrattis qormaanni bara 2016 gaggeeffamuuf jiru haala naannoo irratti hundaa’uun toora interneetiin akka kennamu ibsuun mariin guyyaa sanaa xumurameera.

More ➡️ @QarooMagazine


#Dabalata

Barattoonni Qabxii dhibbeentaa 50 gadi fidan, Yunivarsitii fi Koolleejjoota gara garaatti Seenan sagantaa sirreeffama /Remedial Program / akka baratani of foyyessan jedhame ture.

Haaluma kanaan deeggarsa mootummaatiin Yunivarsitii seenani barattoota of fooyyessu barbaadaniif qabxiin seensaa:-

👉Saayinsii Uumamaaf

-Dhiira:-263 fi isaa ol
-Durba:-227 fi isaa ol

👉Saayinsii Hawaasaa

-Dhiira:-220 fi isaa ol
-Durba:-190 fi isaa ol

👉Naannoolee Guddachaa jiranii fi horsiisee bultootaaf Saayinsii Uumamaaf 210 fi isaa ol yo ta'u, Saayinsi hawaasaf immoo qabxii 180 fi isaa ol jedhameera.

👉Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
   -Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
   -Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol

✍ Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif ni baratu jedhameera.

Check your placement ⬇️

bit.ly/Resultetherneteduet

Info ➡️  WWW.QAROO.ORG

More ➡️ @QarooMagazine


#Kutaa_12ffaa
#Wallaggaa
Qormaata Bbiyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa lammaffaa(plan B)
.

Guyyaan qormaata Muddee 11-14/2015.

Waliif qoodaa
!

Share share...... join ⬇️

https://t.me/Oromiya_education_biro
https://t.me/Oromiya_education_biro


#Yaaddachiisa
#Barattoota_Kutaa_12ffaaf

Qormaannii seensa yuniversitii kutaa 12ffaa 'plan B' aanolee Godina Shawaa Lixaa 7 ilaallatu Mudde 11, 2015 eegalee kan kennamu ta'uu ifoomeera.

Barattoonni kunis Mudde 7-9,2015 tti gara yuuniversititti kan geejjibsiifaman ta'uu ibsuun aanaaleen dursanii haala akka mijeessaan Wajjirri Barnootaa Godina Shawaa Lixaa beeksiseera.

Aanaaleen kunis
1.Abuunaa Gindabarat
2. Gindabarat
3.Cobii
4.Daannoo
5. Jibaat
6.Midaqanyiifi
7.Dirree Inciinniidha.

Barattoonni aanaalee biroo sababoota gara garaan galmaahanii marsaa itti aanu kanatti akka qoramaniif kallattiin taa'ee tures akka of qopheessan eerameera

Yuniversitii qormanni itti kennamu hordofnee kan isin beeksifnu ta'a.

Madda:- Kominikeeshiinii Godina Shawaa Lixaa


Share share...... join ⬇️

https://t.me/Oromiya_education_biro
https://t.me/Oromiya_education_biro




Репост из: QAROO-MAGAZINE
#Astu #Aastu

Yuniversitoonni Saayinsi fi Teeknolojii Itiyoophiyaa bara 2014 qabxii waamicha qormaata seensaa irratti foyyesseera.

Qormaata fudhachuufis, firii barnoota siiviksii hin dabalatu.

• Nannoole guddataa jiraniif( Affaar, Sumaalee, B/gumuuz fu Gambella.)

√ Injineeringi ( Dhi 375 fi Du 370)
√ Appilaayidi Saayinsi ( 365 Dhi fi 360 Du)

•Naannolee biroof

√ Injineeringi ( 380 Dhi fi 375 Du)
√ Appilaayidi Saayinsi ( 370 Dhi fi 365 Du)

@Qaroomagazine @Qaroomagazine








First join channel then get more pdf


Репост из: QAROO-OnlineLearn
Ethiopian Grade 10 English Student Textbook.pdf
18.7Мб
📚 English garde 10

@QarooOnlineLearn ♻️join♻️ more






Репост из: QAROO-OnlineLearn
Geography - Student Textbook - Grade 9.pdf
72.9Мб
📚 geography garde 9

@QarooOnlineLearn ♻️join♻️ more


Репост из: QAROO-OnlineLearn
Kitaaba barataa Afan Oromo kutaa 12.pdf
7.5Мб
📚 Afan OROMOO garde 12

@QarooOnlineLearn ♻️join♻️ more


Репост из: QAROO-OnlineLearn
Oromifa Physics -7.pdf
7.7Мб
📚 physic Afan OROMOO garde 7

@QarooOnlineLearn ♻️join♻️ more

Показано 17 последних публикаций.

4 329

подписчиков
Статистика канала