Hambisaa@Aroo


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Karaa sarara channel kanaa:
*Jechoota gorsaaf oolan,
*Barreeffamoota bashannansiisoo,
*Jechoota onnachiisoo fi afoola.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: SPEAK ENGLISH
❤️ ✍️ "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." ➡️ As tuquun dubbisaa.

🔜 See More
See More


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


Репост из: Hope Promotion
❤️🟢 Sababiilee jaalala dhugaa booressuu danda'an (5) kanneen irraa fagaadhu. ➡️ See More

↪️  See More
      See More


Fedhii fi hawwiin kee yeroo hundumaa murtoo qajeelaa akka murteessitu waan si taasisaniif, fedhii fi hawwii kee adda baafattee qajeelummaatti eeggachuuf➡️See More


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 48ffaa 👇👇👇

👉Wal'aansoo nama biraa caalaa wal'aansoo keessa keetii moo'achuu irratti xiyyeeffadhu. Guddinniifi milkaa'inni kan dhufu wal'aansoo jireenya dhuunfaa ofii moo'achuu irraa dhufa malee, wal'aansoo ati namootaa wajjin taasiftu irraa miti. Inni inumaa si xiqqeessaa deema malee sin guddisu.

👉Yeroo hundumaa jireenya fayyaalessa, garaa qulqullummaafi jaalala namaaf qabuun guutamii jiraadhu gammachuufi nagaan ati qabdu dabalaa bula. Waan sirraa eegamu kana yoo goote namni biraa akkas ta'us ta'uu baatus sin dhibiin. Waanuma hojjettutu siif deebi'a. Jireenyi immoo kan abbaati.

👉Sammuu qulqulluu Waaqni siif kenne kanaan waan gaarii yaaduufi ittiin hojjechuutti dabarsi malee waan hamaa ittiin yaaduufi hojjechuutiin hinxureessiin. Gaaftokko itti gaafatamta.

👉Jireenya jiraattu keessatti namoonni baay'een si baruutti gammadoo, si arguutti gammadoo, si arguufi si wajjin walarguun sirraa yaada qooddachuuf kan barbaadan ta'i malee, kan namni baay'een irraa baqatan, baruuttii gaddaniifi baruus hinbarbaanne, arguuf barbaaduu caalaa baqachuu filatan hinta'iin. Yoo akkas taate ati bu'aadha malee ba'aa miti.

👉Hamma lafa kanarra jiraattutti cabsuurra fayyisuu, balfuurra jajjabeessuu, hadheessuurra miyeessuu, diiguurra ijaaruu, jibbuurra jaal'achuu, qoqqooduurra tokkummeessuu, qaawwaafi madaa namaa horfitee bal'isuurra dhoksiteefii fayyisuuf dhama'uu, gadi yaaduurra olyaaduu, xiqqoo yaaduurra guddisanii yaaduu, dhiyeessuurra fageessanii ilaaluufi yaaduu, hammeessuurra qabbaneessuu irratti hojjedhu. Yoo akkas taate nama keessaa nama namummaa gaarii qabu kan namaafi Waaqa gammachiisu taata.

✅Yoo si fayyade malee sin miidhu waan ta'eef dubbisaa, hiriyyoota keessaniifis qoodaa. Galatoomaa. 🙏🙏

Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.

👉@HamboofAroon1


Репост из: Dhaloota dhugaa
KUTAA 101
✍️✍️✍️✍️✍️🌹🌹🌹🌹🌹✍️✍️✍️✍️✍️
#Bara_gaarii_eegaa_jiraachuu_irra_bara_qabdutti_akka ta'uutti_jiraachuu_filadhu.

✍️Namoonni baayyeen baraa fi yeroo gaarii osoo eeganii har'a isaanii of jalaa balleessanii jiru.
✍️Kennaa guddaa Waaqayyo dhala namaaf kenne immoo kaleessa keenya otoo hin taane har'a keenyadha.
✍️Yeroon ati qabdu qabeenya kee isa guddaadha.
✍️Namoonni baayyee humna qabu, beekumsa qabu, ogummaa qabu, haala mijataa qabu garuu kanuma keessa waas namaaf hin kennan, nama irraas waa hin buufatan.
✍️Umurii keenya qaalii itti waa hojjechuuf nuuf kenname marree irra teenyee,yeroo mijataa eeguun salphina guddaadha.
✍️Bara eegaa jiraachuun umurii dheeraa jiraachuuf nu fayyada malee waa hojjechuuf nun fayyadu.
✍️Maaltu gaariidharee yoo nan jette, waan si harka jiru facaasuu fi yeroo qabdutti fayyadamuutu gaariidha.

✍️Bara gaarii eegna yoo ta'e, barri gaariin bara itti Yesuusiin jireenya keenyatti fudhanneedha, malee barri gaarii kana caalaatti nuuf dhufu hin jiru.
✍️Jireenya yoo ta'e immoo addunyaan guyyaadha gara guyyaatti jijjiiramaa bulti malee salphachaa hin jirtu.
🥰Kanaafuu nuti maal gochuu qabnaree?
Bara gaarii, yeroo gaarii,maallaqa gaarii, beekamtii bareedaa eeguu dhiifnee, wantoota mul'ataa fi abjuu keenya cabsuu barbaadan bira darbinee jireenya hiika qabu jiraachuudhaaf of murteessuu qabna.
✍️“Inni sanyii facaafamuu baatee boo'aa adeemu, bissii isaa baadhatee, sagalee gammachuu dhageessisaa deebi'ee in gala.”

🥰“Namni yeroo hundumaa qilleensa gaarii eeggatu sanyii facaasuu hin danda'u; namni yeroo hundumaa gara duumessaa ilaalus midhaan isaa makarachuu hin danda'u.”
— Lal. 11:4
✍️Dubbiin Waaqayyoo qilleensa gaarii eegaa akka yeroo keenya hin balleessine bareechee nutti hima.

👉“Waan ati facaafte keessaa inni kam akka tolu waan hin beekneef, sanyii midhaanii kee ganamaan facaasi, galgalas harki kee facaasuuttii hin boqotin! Inni kun yookiis inni sun yookiis immoo lachanuu in tolu ta'a.”
— Lal. 11:6
Bara gaarii eegaa yeroo keenya qabeenya guddaa Waaqayyo nutti kenne balleessinee boru dhalootaaf otoo waa lafa hin keenye akka umurii kee hin balleessineef waadaa ofiif seeni.
✍️Dammaqaa ta'uun furmaata jireenyaati🥰
Obboleessa keessan :Sisay Yadessa 👇
Dubbisuun obboloota keessaniif #share godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk


👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 47ffaa 👇👇👇

👉Waan Hundi sin ilaallatu.
Eeyyeeni waan hundi sin ilaallatu. Siin kan si ilaallatuufi siinis kan milkaa'uu danda'u MUL'ATA kee qofa. Uumama akka taate dagattee akka uumaatti waan hundi na ilaallata, na malee waan ta'u hinjiru hinjedhiin. Waan hundi kan isa ilaallatu Uumaa ykn Waaqayyoon qofadha. Atimmoo namadha. Nama taatee humna namummaa keetii isa daangaa qabuun hanguma waan hunda keessa lixxee bahaa ooltuun humnaafi qabeenya qabdu hunda fixxa. Kanaaf, humnaafi qabeenya kee waanuma si ilaallatu qofarratti baasi. Kana gochuufis, sammuu namaatiin hinyaadiin. Sammuu Waaqni siif kenneen ofta'ii, of danda'ii yaadi. Yeroo oftaatee yaadduufi hojjettu waan ati hojjettu siif salphata. Gammadaas hojjetta. ✅✅

👉Albuuda guddaafi gati jabeessa of biraa qabdu dhiistee sibiila ligidaa'aa fagoodhaa hinbarbaadiin. Sammuu kee, dandeetiifi kennaa kee, carraafi namoota ciccimoo of biraa qabdu dhiistee kan sin fayyanne fagoodhaa hinbarbaadiin. Waan qabduufi argattetti fayyadamuu bari.✅✅✅

👉Dawaan dhamdhama xiqqoo bareedaa qabu kan daa'imaa qofa. Inniyyuu muraasa. Dawaan ga'eessaaf kennamu dhamdhama hadhaawu qaba. Utuu hadhaa'uu yoo liqimsan malee dhibee ofiittii hinfayyani. Kanaaf, dubbii si ilaallattu utu hadhaa'uu dubbisii ittiin of ilaali. Si gargaara malee sin miidhu.✅✅✅
Waan dubbistaniif galatoomaa.

💪Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.
@HamboofAroon1




Репост из: LECTURERS AND PROFESSIONAL EVENTS
Megers Desta

✔️Lecturer
@Dilla University
✔️Busi
ness Owner
✔️Breakthrough Trading share Holder




Репост из: LECTURERS AND PROFESSIONAL EVENTS
Yimegnushal Techale

✔️Trainer and Business owner
✔️9 Years experience in personal development and Networking Industry.

✔️Share Holder in Breakthrough Trading S.C


👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 46ffaa 👇👇

👉 Namatti dhiyaattee wajjin jiraattus namoota jireenya kee keessa akka feeteen seenan irraa fagaadhu. Jireenyi kee kanuma keeti waan ta'eef harka abbaa fedhee jireenya kee keessa hingalchiin.

👉Namummaa qabda yoo ta'e icciitii kees kan namaas eegi. Yoo ta’uu baate garuu, waan teessee keesse dhaabbattee fuudhuu dadhabda waan ta'eef.

👉Nama hundumaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. Nama milkaa'aa fi jireenya nagaa qabu jiraatta.

👉 Nama seenaasaafi waan keessa darbe dagatu hinta'iin. Borii keefis karooraafi hawwii gaarii qabaadhu. Yos cimtee deemuu dandeessa.

👉Addunyaan keessa jirru kun, nama rakkina uumuufi balaa geessisu hindhabne, nama rakkina furuufi balaa ittisu hongaate.


Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.👇👇👇
👉@HamboofAroon1


Namni jijjiirama barbaaddu qofti dhaggeeffadhuu duubdeebii naaf kenni.






Sagantaan sakatta'iinsa fayyaa barattoota Akkaadaamii Michuu har'a ganama haala adda ta'een jalqabee jira. Maatiin sagantaa isaaniitiin fayyaa daa'imman isaanii ilaalchisaa jiru.


✅Turtii Ji'a Muraasaa Booda 👇👇

👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 45ffaa

* Rakkinakee caalaa guddina keetu nama aarsa. Yoo cimaa taate atimmoo ittuu guddachaa deemta. Kanaaf, cimaa namaa ta'i.
*Sammuun bilchina hinqabne namaan taphata. Bilchinni sammuu umriin hindhufu. Irratti hojjetanii malee. Kanaaf, nama sammuun bilchaataa ta'i.
* Ati nama cimaa yoo taate dubbattee of ibsuu osoo hintaane hojiin kee si haa ibsu.
*Yeroo hundumaa dubbii keef gochaa kee walfakkeessi. Yoo walfaallesse salphina waan ta'eef.
*Waan hin dandeenye akka nama danda'uutti, waan hinbeekne akka nama beekuutti yaaduufi dubbachuurra, beekuuf danda'uuf dhama'uu wayya.

Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.


Beeksisa olii kana liinkii sana xuquun kanneen fedha qabdaniifi ulaagaa isaa guuttan dorgomaa.



Показано 20 последних публикаций.