UDIHIYYAA ILAALCHISEE QABPHXIILEE HUBATAMUU QABAN...‼️
≈====================
||
①Qalmi gaafa qalame iddoo saditti baafamuu qaba.
✔Maatiidhaaf
✔Keessummaadhaaf
✔miskiinaaf.
②Udihiyyaan qalamu Maatii tokko qofaaf akka ga'u hubachuun barbaachisaadha, yoo Gaalaa fi Horii ta'e malee. Gaalsa fi horiin Maatii torba irraa bakka ba'uu danda'u.
③Gaafa qalmi qalamu nama qalma namaaf qaleef waan qalame sana irraa akka kaffaltiitti isaaf kennuun dhoorgamaa akka ta'e hubachuun barbaachisaadha yoo kennaa(Hadiyyaa).
https://telegram.me/Abdurrahmanabuabdallah