ሊቀ መዘምራን ላይከ ማርያም ወልደ
'' የአርሲው ዓይናማ ''
LIQE MAZAMMIRAAN LAYIKE MAARIYAAM WOLDEE
'' IJA QAREESSA ARSII ''
ሊቀ መዘምራን ላይከ ማርያም ወልደ በኦሮሚያ ክልል በአርሲ ዞን ጢዮ በተባለች አከባቢ 1915 ተወለዱ።
በነገራችን ላይ አርሲ የመምህር ዶክተር ዘበነ ለማ , ሊቀ መዘምራን ኪነጥበብ ወልዴ ቅርቆስ እና ሊቀ መዘምራን ይልማ ኃይሉም ሀገር ናት !
ሊቀ መዘምራን ላይከ ማርያም ወልደ
13 የምሆነው የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ትላልቅ መጻሕፍት ከግዕዝ ወደ አማርኛ የተረጎሙ አባት ናቸው።
ከእነዚህ መጻሕፍት መካከል
- ስንክሳር እና ገብረህማማት የተባለው #ሰሞነ_ህማማት የጌታችን እና የመድሃኒታችን ኢየሱስ ክርስቶስ ሕሙማን እና ሞቱ የሚዘከር መጽሐፍ ተጠቃሾች ናቸው ።
DURSAA FAARFATTOOTAA LAYIKE MAARIYAAM WOLDEE
Tibba Dhukkubbii keessa Kitaaba guddaa ganamaa hanga galgalaatti mana kiristaanaatti dubbifamu bare dheeraadhaaf Afaan Giiziitin kan ture, yeroo dhiyoo keessa gara Afaan Amaaraatti kan hiikan hayyuu amantaa Liqemazamiraan Layikemaariyaam Wolde Uyyasuus.Kitaabni kun GIBRE HIMAAMAAT Jedhama.
Liiqe Mezemiraan Laa’ika Maariyaam Wolde Iyyasuus.Dhalootni Isaanii Godina Arsii aanaa Xiyootti bara 1915. Barnoota hedduus baratanii eebbifamaniiru.Waluma galatti kitaabota 13 ol afaan Gi’izii irraa gara afaan Amaariffatti deebisanii jiru. Kana keessaa Sinkisaaraa fi Gibre-Himaamaat kan jedhaman kitaabotni baay’ee gurguddoo ta’an keessatti argamu. Mana Kiristaana fayyisaa Addunyaa Asallaatti barsiisuu fi bulchaa mana kiristaanichaa tahuun tajaajilaa turaniiru.Iddoowwan gara garaattis yaaii afuura diriirsun kan tajaajilan yoo ta`an beekkumsa qabaniinis badhaasa hawaasni nama kabajuuf gumaachus badhaafamaniiru. Abbaan kun waggaa 90tti Hagayya 1,bara 2004 tti addunyaa kana irraa du’aan boqatan.
✝✝✝✝✝✝✝✝✝✝
💚
@FaaruuOrtodoksii 💚
💛
@FaaruuOrtodoksii 💛
❤️
@FaaruuOrtodoksii ❤️