GADAA BARNOOTAA


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


WALTAJJII BARNOOTAA
Sagantaalee keenya

✍️✍️🎲🎰📃📉📈Barnoota
🚿🤣😂🤠🥭💊🏄‍♀️🚣‍♂️Bohaartii
👪👭🎅🤶👸🇪🇹🇪🇪🇩Seenaa
🤔😱🙆🙆‍♂️🤩😒🤭🤨Dinqisiisoo
Fi kanneen biroos ni jiru
Nu qeequun ykn Nu jajjabeessuun mirga keessan😭😭
👇👇👇👇👇
@ABDULII_MAN

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций




Appii Quraanaa beekamaa addunyaa Chaayinaa keessattii gaaffii qondaalota biyyattiin akka faayidaarra hin oolle gochuu Apple hime.


YEROO TAKKA TAKKA NIMOOTA YEROO TAKKA TAKKA IMMOO IRRAA BARATTA ...WANTI MOO'AMUU JEDHAMU TAKKALLEEN HIN JIRU


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Репост из: ABDULII MAN
WANTI KUN HANGAM DHUGAADHAA?


SAALBAAJII FI QOOSAAN HIYYEESSA IRRAA BAREEDA
KANJEDHAMU??

@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Репост из: ABDULII MAN
Al takka koflaa mee


😀😀😀😀😀😀😀😀
🐁🐁🐁🐁🐁🐁🐁🐁

Qoriicha Hanttutta

"Yaa Doktara! Hantuutaaf qoricha hin qabdanii?"🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀🐀

😁😁😁

Doktara - "Jira malee, haata’u malee maal isaanii dhukkube?"

😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


#Qormaanni kutaa 12ffaa,Onkololessa 29 irraa hanga sadaasa 2tti kennamuuf qophiin xumuureeramera jedhe,Ejansiin madaallii barnootaafi qorumsaa.

Ejensichi dhimma kana ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’achaa kan jiru yoo ta’u,Daarektarri Olaanaa duraanii ejensichaa Doktar Dilaamoo Otoree barattoonni kuma 617 qormaata kana fudhachuuf qophaa’oo ta’uusaanii himaniiru.

Qormaatichi naannoolee akka Amaaraafi Affaar bakka rakkoon nageenyaa jirutti akka eeyyama barattootaafi maatiitiin akkasumas haala nageenya qabatamaa naannichaa ilaalcha keessa galchuun kan kennamu ta’a jedhaniiru.

CARRAA GAARII ISINIIF HAWWAA HANGASIIF SIRRITTI CHAKKALAA KAA IJOO HIN TAA'INAA🙏🙏🙏



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Sammun Ajanda jireenyaati mallatoolee sammun fayyaadamuu kessa murasnii
1. Sammuun kee sii jiraachisa ,
2. Sammuun kee sii ajjessaas.
3 .Sammuun kee olii sii kaasa,
4. Sammuun kee gadii sii buusas,
5. Sammuun kee nama gudaa sii taasisa
6 Sammun kee nama xiqqaa sii taasisa,
7, Sammuun kee sii duloomsaa,
8, Sammuun kee sii hiyyomsas
9. Sammun kee sii soorressaa
10. Sammuu kee sii kuffisaa
Gaaf deemuf kate enyutu sii

@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Репост из: ABDULII MAN
Mee hanga jarri deebi'aniif tana dubbisaa

L✍Waa'ee Adolf Hitler wantoota Dinqisiisoo kanneen dhageessanii beektuu ?👇👇

❇️ Yeroo ijoollummaa isaatti hawwiin isaa Lubaa mana amantaa ta’u ture. 𝔤𝔞𝔯𝔲𝔲 𝔫𝔞𝔪𝔞 𝔤𝔞𝔯𝔞𝔞 𝔧𝔞𝔟𝔢𝔢𝔰𝔰𝔞 𝔞𝔡𝔡𝔲𝔲𝔫𝔶𝔞𝔞 𝔨𝔢𝔢𝔫𝔶𝔞𝔞 𝔱𝔞'𝔢.

❇️ Erga jabaachaa dhufe Abjuun isaa Artist ta’u ture kanumaafis Akkaadaami "Fine Arts vienna" jedhamu seenee garuu yeroo lama hari’amee ( bara 1907 fi 1908 )

❇️Adurree hedduu sodaata ture sababa kananiis hedduu rakkachaa tureera.

❇️ Bara 1939 badhaasa Noobelii Nageenyaaf kaadhimame ture.😳

❇️ Yeroo Hitler dhokatee namni Yihuudii tokko akka innii hin argamneef isa gargaaree ture.
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Jummaa gaarii isiniif haa ta'u



@gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa


Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'ii heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu


Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu

Hundumaayyuu Nama Itti Hojjatu Rabbiin Nuhaataasisu
@gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Waan badee kaabaa waan haasoytu caqasaa Mee oromoo
Tuffii isaan nuuf qaban kana laalaa Mee

@Gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa


YOYYAA !!


Oromoon waan dhabe hinqabu, garuu albuudaa fi qabeenya Oromoo saamanii ittiin ganda warra habashaa misoomsaa jiru. Qabeenyaa Oromootiin alagaa ittiin sooraa jiru. Ilma Oromoo rasaasaan, rakkoo bishaan dhugaatii fi qe'ee isaa hongeessanii lafarraa isa fixaa, ilmaan habashaa fi ijoollee jaraa ittin qananiisanii jiraachisa jiru. Biyyi Oromoo siyaasaa fi dinagdeedhaan bittimsanii qe'ee warra soddaattimmoo birrii miliyoonaan itti raabsanii mana barumsaa fi Fabrikaa ijaarsisaa jiru ergamtootni alagaa jala fiiganii Oromoo humnaan bituuf karoora baafatanii hojiirra oolcha jiran kun!

Oromoon fira hinqabu ofii isaafi waaqa isa uume irraan kan hafe inni jedhamuufis kanaafi.

@gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa


Manni Murtii Chaayinaa namticha haadha warraa duraan hiike tamsaasa kallattiin intarneetiin otoo darbuu boba’a itti naqee, ibidda itti qabsiise, du’aan adabe.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3BOArsE


Sirni Awwaalchaa namoota jumulaan Godina Matakka Aanaa Dibaatee ganda Gaalessaatti ajjeefamanii raawwatame .
[SQ-Onkoloolessa14/2021]
Humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa yakka daangaa ce'anii saboota biroo irratti raawwataa jiraniin lubbuun namoota naga ahedduun jumulaan ajjeefamaa jira.
Guyyaa kaleessaa onkoloolessa 13/2021 humnootiin finxaaleyyii amaaraa godina amatakkal aanaa Dibaatee ganda Gaalessaa keessatti ajjeechaa jumulaa raawwatan namootni hedduun ajjeefamuun sirni awwaalcha namoota ajjeefamanii bakka tokkotti boolla tokkotti hawaasa naannoon gaggeeffamee jira.
W/Bahaa aanaa Kiraamuu magaalaa Haroo fi Anaan Guutoo Giddaa Magaalaa Luugoo keessattis humnootiin finxaaleyyii Amaaraa waamicha karaa foddaa tv Ashaaraa jedhammuu taasisaniin ajjeechaa duguuginsa sanyii raawwatanii jiru.
@by Finiinaa
@Gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa


Репост из: ABDULII MAN
Injifannoon kee Waltajjii gubbaa dhaabbattee Waan labsatteef osoo hin taane;Galma kee keessatti Hundee kee yoo jabeeffatte qofaadha.

Join us
share waliif godhaa

@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA




Репост из: Samira Smart
💔 Haacee 💔
🎶
Teepha lookoo yaa teepha lookoo
Sumaan yaadee yaa qeerransoo koo
Eessa jirta yaa jajjabee koo
🎶

💔 Haacee 💔

@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA


Matakkal
Godina matakkal Aanaa Dibaatee ganda galasaa keessatti humni faashitii Amaaraa guyyaa ha'aa namoota civilii heedduu ajjeesanii kaan immoo madeessan
Byfiniinaa@


Asallatti kan argamu iddoon qalma harree ( qeeraan) bifa haaran baname.

Miliyoona 60’n ijaarame waggaa Torban har'aa hojitti galuuf yemmuu jadhu,hujii dhaabuuf kan dirqame Asallatti kan argamu iddoon qalmaa #Harree ( Qeeraan Harree) bifa haaraan banamuun isaa mirkanaa’e.

Guyyaatti Harroota 300 qaluu kan danda’u iddoon qaalmaa harree kun hanga ammatti
Foon harree doolaara kuma 80 kan baasu alatti kan erge yemmuu ta’u kalloo isaa immoo Chaaynatti erguuf qophii irra jira. Foonii oll kalloon Ijaa’oo Dawaa jadhamuu oomishuuf tajaajila.

#Rong #chaang maqaa jadhu kan qabu dhaabbatichi,kan hojiitti gale harroonni bifa kotrobaandiitiin qalmaataaf karaa keeniyaa seenaan waan dabalaa dhufeefi yemmuu ta’u, hojii eegaaluu isaatiin duratti hawaasa naannoo waliin marii taasiisuu isaa beekuun danda’ameera
(Addis fortune) gabaase

©byFiniinaa


Репост из: Lenco Amanasir
💕💕Jaalaltti uumama nama jaalaltii hin qabne hin jiru. Kan wal jallateef gammachuudha. Kan hinaafuuf dhukkubbiidha. Kan ta'ee isaan dawwatuuf Ykn walittii isaan laaluu Destv dha. Jechoota jaalala, gorsa fi barumsaa jaalala argachuuf channel Telegram kenyaa #join godhaa. 💕💕💕💕

Показано 20 последних публикаций.

565

подписчиков
Статистика канала