Sirni Awwaalchaa namoota jumulaan Godina Matakka Aanaa Dibaatee ganda Gaalessaatti ajjeefamanii raawwatame .
[SQ-Onkoloolessa14/2021]
Humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa yakka daangaa ce'anii saboota biroo irratti raawwataa jiraniin lubbuun namoota naga ahedduun jumulaan ajjeefamaa jira.
Guyyaa kaleessaa onkoloolessa 13/2021 humnootiin finxaaleyyii amaaraa godina amatakkal aanaa Dibaatee ganda Gaalessaa keessatti ajjeechaa jumulaa raawwatan namootni hedduun ajjeefamuun sirni awwaalcha namoota ajjeefamanii bakka tokkotti boolla tokkotti hawaasa naannoon gaggeeffamee jira.
W/Bahaa aanaa Kiraamuu magaalaa Haroo fi Anaan Guutoo Giddaa Magaalaa Luugoo keessattis humnootiin finxaaleyyii Amaaraa waamicha karaa foddaa tv Ashaaraa jedhammuu taasisaniin ajjeechaa duguuginsa sanyii raawwatanii jiru.
@by Finiinaa
@Gadaa_barnootaa
@gadaa_barnootaa