Warri Indii baacoo gabaabduu tokko qabu. Maal seetan? Abbaa fi intalli
saalonii ta'anii TV ilaalu jedhan. Haatii fi ilmi immoo alwaadaa
(kitchen) keessaa nyaata hojjetu. Gidduutti qodaan nyaataa lafa bu'ee
alwaadaadhaa sagalee guddaa dhageessise. Ni caccabe.
Intalli abbaa isheen, "Kan cabse harmeedha!" jette. Abbaan ija keessa
ilaalaa, "Akkamitti barte? Deemteehoo hin arginee" jedhee gaafate.
Intallis deebisteefii, "Hin dubbannekaa!" jette. Otuu gurbaatu cabse
ta'ee yoona harmeen dheekkamsaan mana jeeqxeetti jechuudha. t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏