NASR MEDIA


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


▮▮▮ As war wab
.
.
✔ Chaaynaaliin kun Chaaynaalii da'awa Garagaraa kan isin biraan Ittiin geennuu dha.
.
✔Irraa fayyadama taatanii namoota biroos fayyadaa !
.
✔Yaadaf 👉 @NasrMedia_Bot

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan: "Namni akka Rabbiin cinqaa guyyaa Qiyaamaa irraa bilisa isa baasu barbaade nama idaan cinqame haa furu; ykn isaaf haa dhiisu." Muslimtu gabaase.

قال رسول اللّٰه ﷺ:
مَن سَرَّهُ أن يُنَجيهِ اللهُ من كُرَبِ يوْمِ القِيامة فَليُنَفِّسْ عن مُعسرٍ، أو يضع عنه. صحيح مسلم

@Nasrmedia24
@Nasrmedia24












Репост из: Minbar-Tube
🎙 Yaadachiisa.

Warri bitaa gaafa kitaaba isaa bitaan fudhatu akki jedhu dhagahaa rabbi najaa nu haa baasu.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
⏳ daqiiqa 4:17 🔗 MB 1
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


____[As wr wb]_______
👉 OBSA 👈
_______________________

👉 Obsan male jireenya hin fooyyeffatan.

👉 Obsan male wa'irra (Waan karoorfatan) bakkaan hin gayan.

👉 Obsan male rakkoo keessa hin darban.

👉 Oban male Sadarkaa hin argatan.

✍ JECHA SAHAABAA

🌴 ALIYYI IBNU ABII XAALIB (RA AN)

🌴 قول علي ابن ابي طالب رضي الله عنه :
قال:
"الصبر بمنزلة الرءس من الجسد "

🌳 "Obsi jireenya keessatti bakka Mataan qaama keessa qabu qaba". jedhu Sahaabaan beekkamaan ALIYYI IBNU ABI XAALIB.
================
JOIN 👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/TgYnTA8WJ0PXZmN_
https://t.me/joinchat/TgYnTA8WJ0PXZmN_




Ustaza Kenya Qaalii Rabbiin Janataan Haaqananisu Wlhi Hedun Gadee Rabbiin Obsa Nuf Haakanu


Dubraa fi dardara Muslimaatiif 💓 Jaalala haaraamiifi Jaalala Haalaal - She Amin Ibro

#SHER & #JOIN
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
https://t.me/joinchat/TgYnTA8WJ0PXZmN_


Nama Yaanni itti jiru hundaaf furmaata - Dhaamsa Ajaa'ibaa

#JOIN & #SHER 🙏🙏🙏🙏🙏
▬▬▬▬▬▬▬
@Nuur_Tube
@Nuur_Tube


فضل.الصلاة.على.النبي.ﷺ.
🌴 sadarkaa salaawaata nabi irratti buusuun qabdu keessa..ﷺ.

((من صلَّى عليَّ واحدةً ، صلَّى اللهُ عليه عشرًا)).
🌿 Namni yeroo tokko narratti salawaata buuse, rabbi ammo yeroo 10 salawaata isarratti buusaa jedhan.

#الراوي : أبو هريرة | #المحدث : مسلم
#المصدر : صحيح مسلم
☪Salawaanni rabbirraa gabrichatti rahmata isaaf godhuudha,
Malaa'ikarraa ammo istigfaara isaaf kadhachuudha,

#⃣ keessattuu guyyaa jum'aa haa jabaannu, ofiifis nabiifis Nabiyyiin keennaﷺ galata guddaa nurraa qaban, Rabbi nama galata dagatu fi kan dubbiseetuma bira kutu nu hin godhin.

{ ALLAAHUMMA SALLI WA SALLIM ALAA NABIYYINAA MUHAAMD }




"Akka Uumama keetii fi Amala keetiitti deemi"
~~~~~~~~~~~~~

Akka Uumama keetiitti deemi. Sagalee kee ykn tarkaanfii kee hin jijjiirin. Karaa Rabbiin Qur'aana irratti ajajeen namummaa kee guddisi. Nama biraa fakkaachuudhaan icitii eenyummaa keetii hin kuffisin. Ilaalchi keetii fi filannoon kee si qofaaf kan murtaa'eedha waan ta'eef akkuma jirtutti akka itti fuftu barbaadama. Akkasitti waan uumamteef, kan itti beekamtus akkasumatti.

@Nuur_Tube
@NasrMedia24




Yaa Rabbi Bukhaarii jaarraa kana Nuuffayyisi. Yaa Rabbi ija tenya hin dhaamsinkaa😭


Репост из: Quality button
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot fi @profationalbot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.


BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

🔹Yaadachisa🔹

👉Hadiisaa Eergaama Rabbii Irraa

🍂S_A_W🍂

➡Nabiiy ﷺAkkana jedhan jedhe:-

================
👉"Namni tokko ofi Taa'uuf jecha Kan biroo akka hin kaafne"...
================

~SAHII_Bukhaarii~

🔸Hubaadhu🔸

➡ Kanafuu yeroo Taa'uu Feete Nama hin Kaasin (akka hin kaafne) ijoolleedhas yoo

🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺JOIN 👆👆👇👇🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺


Jechi Gaariin Sadaqaadha 😁😁😁


Ergamaa Rabbii irraa odeeffamee akkana jedhan;
((*Jechi Gaariin Sadaqaadha*))
♦️
Jecha Gaarii Jechuun;
1.Waan Gaariitti Wal ajajuu
2.Waan badii(hamtuu) irraa waldhoorkuu
3.Magantaa(manguddumaa) Gaarii
4.Jidduu namaa walitti araarsuu fii Haalawwan kana fakkataniidha.
Akkuma oromoonuu jedhu ( afaan gaariin hafaa gaarii caalaa )
🎀🎀🎀
🎀🎀🎀🎀🎀
عن أبي هريرة رضي الله عنه أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: ((والكلمة الطيبة

Показано 20 последних публикаций.

400

подписчиков
Статистика канала