AL RAYYAAN OFFICIAL☝


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


🔷Kaayyoon keenya🔷
⛤Waa'ee islaamummaa
⛤Waa'ee oromummaa
⛤Oduu Haala yeroo islaamaa
⛤Kofalchiisoo fi dinqisiisoodha

inshaa'allaah @ija_milkii 👈 asiin nu hodofaa
#sher godhaa!
Yaadaaf👇👇👇
@Yaadaaf_bo

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Halkan walakkaa fincaan akka malee isa dhiphisuudhaan hirriba irraa isa dammaqse. Yoo dammaqu karaa balbalaa wallaale. Jara waamee gaafachuuf ni sodaate.
Alaa jiini ba'ee waan jiruuf ni ifa ture. Xiyyeeffatee yeroo ilaalu qaawwa manaa xiqqoo tokko fuulleetti arge. Balbala akka ta'e garuu hin beeku. "Gara baasetti na haa baasu!" jedhee gara qaamma manaa fuulleedhaa mul'attu sanaatti deemsa eegale.
Xiqqoo yoo deemu meeshaa nyaanni itti hojjetamu dhiitee sagaleen guddaan dhaga'ame. Gara diinqaa seene jechuudha. Abbaan manaa na'ee hirribaa ka'e. Jabboonni golatti hidhamanii waan turaniif waan isaan meeshaatti bu'an itti fakkaatee, jabbileetti dheekkamee deebi'ee rafe. Yeroo kana keessummichi akka malee na'e.
Naasuu guddaa irraa kan ka'e of irra gad taa'e. Yeroo murtaa'eef bakkuma of irra taa'e sana turee booda naasuu sana irraa kan ka'e fincaan isa dhiise.
Abbaan manaa akka rafe erga mirkaneeffatee booda suuta jedhee ......... itti fufna

#share
#Join👇👇

@ija_milkii
@ija_milkii
https://telegram.me/ija_milkii

Yaada yoo qabaattan 👇
@Yaadaaf_bo


Репост из: Afaan arab Bőŧ
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Kabajamtoota keenya channel armaan gadii kana irraa seenaa nabiyyii rabbii [s.a.w] fi kan sahaabota akkasumas seenaalee barbaachisaa adda addaa walaloo fi kkf sirrtti argattu JOIN godhaa


Jerjeraan qalbii hin qabu
Hirribaa ka'ee muga.
Obsaan bara eeggatee
Aannan goromsaa dhuga.
Fakkeenya bifaa malee
Daaraaf daakuun firaaree? kanniisaan osoo hin hiddamin
Damma nyaachuun jiraaree?

Chaanaalota kanarratti wantoota barsiisoof bashannasiisoo qabannee siniif dhihaanna @join #share godhaa

@haqaam
@haqaam




kabajamtoota Hordoftoota keenya

waan channel karanarratti dhiyaatu yoo wanni ati beektu siif dhiyaates kan hin beeknetu irraa barata wanni ati hin beeknes dhufuu danda'aatii obsaan hordofi

#share
#jion 👇👇

@ija_milkii
@ija_milkii


Kabajamtoota hordoftoota keenya
Mudannoo Ajaa'ibaa Kutaa kutaan siniif dhiyeessina jennee turree Kutaa 1ffaa qabannee dhufneerra Wannin siin je'u Sher godhi 👇


Maaloo Na Bulchaa!
=================
(Mudannoo dhugaa)
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊

Waggoota hedduu dura namoonni karaa fagoo deemanii barumsa baratu turan. Guyyoota lamaa fi isaa ol miila isaaniin deemanii baratu. Barataan tokko bakka itti barataa ture irraa ka'ee gara maatii isaatti deemaa utuu jiruu aduun itti dhiite. Isa booda mana tokko argee itti goree, "Maaloo na bulchaa!" jedhee kadhate. Jarris, "Manni kan Waaqaatii buli!" jedhanii heyyamuuf. Mana citaa guddaa ture manichi.

Nyaachisanii, obaasanii, miila isaa akka dhiqatu haala mijjeessaniifii raffisan. Siree inni irra rafe keessummaaf kan qophaa'e yoo ta'u faallaa kan abbaa manaa fi haadha manaa irratti argama ture.

Halkan walakkaa......itti fufa isaa yeroo biraa qabannee dhiyaanna

https://telegram.me/ija_milkii

#share
#jion 👇👇

@ija_milkii Yaadaaf
@ija_milkii @yaadaaf_bo


Mootummaan Sa’uudii imala gara biyyattiitti godhamu hunda ugguruu beeksise


Weerara COVID-19 akka haarayaatti biyyoota addunyaa keessatti hammaataa dhufe hordofuun, mootummaan Sa’uudii har’a irraa eegalee yoo xiqqaate torbaan tokkoof xiyyaaraan, Bahraafii lafoo dabalatee imala gara biyyattiitti karaa hundaan godhamu ugguruu beeksise. Haata’u malee namoota biyyattii keessaa bahuuf dursanii karoora qabatanii turaniif, addatti tajaajilli imala xiyyaaraa kan kennamu tahuu ibsame.

Tajaajilli odeeyfannoo Sa’uudii akka gabaasetti, imaltoota Awrooppaa irraa torbee lama dura gara biyyattii seenan hundaaf qorannoo Koroonaa akka godhamuuf, akkasumas torbaan lamaaf addatti akka ofbaasan qajelfamni bahee jira.

Weerarri COVID-19 haarayatti ka’e kun biyyoota Awrooppaa heddu keessati hammataa jira. Keessumattuu weerarri vaayirasichaa Briteen magaalaa London keessatti to’annaan ala bahuu labsamee jira. Kanuma hordofuun Kanadaa fi biyyootaa Ameerikaa kibbaa heddu dabalatee kanneen birootis imala UK irraa dhufu ugguraa jiran.

#share
#jion👇👇👇

@ija_milkii
@ija_milkii


Waan takkaa argattee hin beekne tokko argachuu yoo barbaadde,waan takkaa hojjettee hin beekne karoorfadhuu hojjedhu.

#share
#jion 👇👇
@ija_milkii @haqaam
@ija_milkii


Jecha namaa sodaattee waan gaarii hojjechuu hin dhiisin,sababnisaas namni waan siin jedhu hin dhabu waan ta'eef.


Kabajamtoota hordoftoota keenya
Mudannoo Ajaa'ibaa Kutaa kutaan siniif dhiyeessuu barebaanneeti innis kutaa 3 qaba Mudannoon kunis Xumura irratti waan akkaan nama kofalchiisuudha wal affeeraa

Hubachiisa Yaada keessan irratti hundoofnee siniif dhiyeessinaa

As 👇 tuqaa seenaa

@ija_milkii
@ija_milkii join godhaa
@ija_milkii

yaada kennuuf 👇

@Yaadaaf_bo


NAN GADDA
1 nama Rabbiin fayyaa kenneefii galata rabbiisaa ofirratti irraanfatuuf
2 nama ofuma qofa beekaa se'u, kan beekumsa namarraa hin qooddanneef.
3 kan dandeettii qabu, beekumsas qabu garuu carraa itti fayyadamuu hin arganneef.
4 kan osoo qabuu sammuunsaa yeroo hunda waaninni hin qabne qofa itti lakkooftuuf.
5 kan dogoggoruun wal'aaluma se'u,dogoggoruun yoo irraa hubatan beekumsa akka dabalu kan hin beekneef.NAN GADDA.

#share
#jion

@ija_milkii @haqaam
@ija_milkii @haqaam


Seenaa Kana Dubbisaa Waan Hedduu Irraa bartuu!
====================================

Tuqii seeni☛ @ija_milkii

Abbaa manaaf haadha manaatu ture. Isaan lameenuu hiyyeessa (harka qalleessa) turan. Haati manaa isaa guyyaa tokkos rakkadheera jettee isa rakkistee tasuma hin beektu ture. Gaafa tokko akka tasaa baay'ee waan cinqamteef, fala dhabnaan akkas jette "rifeensi koo garmalee dheera waan ta'eef dibata baay'ee fedha. Osoo qabaattee waan rifeensatti dibatan naaf bittee natti tola ittiin jette". Innis baay'ee gaddee anis taa'ee waa'een moofawuu kophee koo yaadaan ture jedhee yaadaan liqimfame. Dhiisi hin yaadin jaalalli nuuf gaha jettee tasgabbeessiteen. Ganama hirribaa ka'ee osoma deemu dukkaana kuusaa kophee bira gahe. Achumaan dukkaanichatti goree akkas jedhe ..adaraa ani hiyyeessa, waan konkolaataan yaabee galu dhabe karaatti rakkadhe, kopheen koo dulloomaa ta'us narra bitaa qarshii ta'e naaf kennaa jedheen. Isaanis tole jedhanii qarshii kennaniifii kophicha irraa bitan. Dukkaana biraa deemee qarshii sanaan dibata rifeensaa bitee miila qullaa karaa dheeraa qaxxaamuree gale. Yeroo galu haati manaa rifeensa ishee gabaabsitee jirti. Maal goote rifeensa🙆?

Maal taate ani dibata ati jette siif bitee dhufe ittiin jedhe. Isheenis akka mana rifeensa dubartootaa deemtee rifeensa ishee irraa kuttee gurgurtee, kophee haaraa isaaf bittee dhufte itti himte. Lamaan isaaniyyuu imimmaan ta'anii hafan. Jaalalli dhugaa kan gaafa maallaqa qaban qofaa miti, Jaalalli isa onnee keessatti mana ijaaree halkaniif guyyaa taa'u.
Jaalala dhugaa nuuf haa kennu!
Harka namaas nun kajeechisin
wolii galtees nuuf kenni yaarabbi
Say Aaamiiiin

#ŚHer #jion godhaa
👇👇👇👇

🍁 @ija_milkii 🍁
🍁 @ija_milkii 🍁
🍁 @ija_milkii 🍁
https://telegram.me/ija_milkii

Yaada kennuuf asiin seenta
@Waareeboodabot


Wallaahii, Ani Kiristaana!😂

Waggoota hedduu dura Yohaannis arfaffaan yeroo biyya bulchaa ture ajaja tokko baase. "Bulchiinsa koo keessa Ortodooksii malee amantaa biraan akka jiraatu hin barbaadu. Kanaafuu, namni amantaa biraa hordofu haa ajjeefamu!" jedhee labse. Labsii kana labsee guyyoota murtaa'an booda namichi tokko haguuggii Islaamaa mataatti kaa'atee fuulleetti argame. Achumaan qabanii gara isaatti akka fidaniif loltoota isaa itti erge. "Namana maaliif na hin dhageenye? Ortodooksii malee amantaa biraa hordofuun hin danda'amu jedhee hin labsinee ani?" jedhee gaafate. Namichi baay'ee sodaate. Naasuu guddaadhaan, "Isinan dhaga'a! Wallaahii, ani Kiristaana!" jedheen jedhama.😆

kolfitee hin dhiisin #share godhi

#share
#jion 👇👇👇

😆 @ija_milkii 😁
😆 @ija_milkii 😁
😆 @ija_milkii 😁


Dibbisii Ol Kaawwadhu.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

□》Hima didduun du'a hin didduu.

□》sa'an okoolee diddee okkoote hin didduu.

□》Tikseen dhihootti dhiiftee fagootti jortii.

……………………………………………………
…………………………………………………...

#share
#jion 👇👇

💌 @ija_milkii 💌
💌 @ija_milkii 💌
💌 @ija_milkii 💌
https://telegram.me/ija_milkii


Pirizdaantiin Faransaay san Dhukkuba Virus Corona kanaan qabame ja'an Rabbiin akkam haagodhu jattan isin? Yaa boo Rabbiin waan amma dura hin godhamin takka isa irratti haagodhu yoo hin Towbatin.

AAMIIIIN
#share👇👇
@ija_milkii
@ija_milkii join godhaa


Namuu Rabbi biraa waan dalagaa isaa numa argata

Pireezidantiin Firaans Imaanu'eel Makiroon koronaavaayirasiin
qabame jechuun gurra nu butte!


Waaninni muslima godhaa ture hundumti keenya ni beeknaa miiree rabbi haa qajeelchu jennakaa!
=========================

Ilmi namaa jiruu adduniyaa irratti hegeree isaa tolfachuu yoo barbaade, gaafa dargaggummaa isaa carraaqachuu isa feesisa. Akhiratti milkaahuufis jiruu adduniyaa tana keeysattti keeyrii walitti qabachutu isarra jira.

Namuufuu Waanuma if duratti ergatetu isaaf deebi'a. Waanuma facaafanne haamanna/muranna. Hegeree keenya bareeffachuun waan nu harka jiraati jechu.

Walumaa galatti har'a tolluus matuma keenyaaf tolla. Hammaannus ifuma salphifna. Hojii keenyatu naannawee nu dhaqqaba.

Rabbiin ol tahe Qur'aana isaa Suuraa Fussilat Aayata 46 irratti akkana jedha.

مَّنْ عَمِلَ صَالِحًا فَلِنَفْسِهِ ۖ وَمَنْ أَسَاءَ فَعَلَيْهَا ۗ وَمَا رَبُّكَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ

"Namni toltuu dalage ifumaafi. Namni hamtuu dalages isumarratti. Rabbiin kee gabroota kan miidhu hin taane."

#share
#jion👇👇

@ija_milkii
@ija_milkii


#Ilaalcha_gaarii

1. Gaafa tokko namichi tokko haayyuu falaasma biyya Faransaay Blaise Paskaal jedhamutti dhihaachuun akkana jedhen "Otoon sammuu kee qabaadhe, nama wayyaan taha ture"
Hayyichi kunis akkana jechun debiseef "Nama wayyaa tahii,yeroo kana sammuu koo ni qabaattaa.!"

Gamoon kaalgaari kan biyya kanaadaatti argamu dherina 190.8m qaba. Ulfaatinnii waligalaa isaa 10,844 tooniidha. Kana kessaa tooniin 6349 dache kessatti argama kun tilmaamaan 60%jeechudha. Kun maal nutti agarsiisa, Gamooleen gurguddoon bu'uura jabaa akka qabaniidha. Milkaa'innis akkuma gamoolee gurguddoon bu'uura jabaan dhAabbatanitti bu'uura jabaan dhaAbbata. Bu'uurri Milkaa'ina immoo Ilaalchadha.
Milkaa'u barbaaddaa??? Ilaalcha jabaa qabaadhu.

Madda:-kitaaba shiv kheraa irraa
Hikkaa:-Ferhan

#sher
Chaanaalii haaraa kana join gochun irraa barachaa ittis boharaa
@ija_milkii
@ija_milkii
@ija_milkii


Seenaa Bareddu fi Barsistuu

=========================
-Gaafa tokko mootiin gaariin mootii
islamarra tahe tokko gabricha isaatiin akkana ja'e.
"Deemii bishaan naafidi" jadhen gabrichiniis bishaan fidee akkana ja'een.
"Yaa mootii kiyya osoo hin dhuynen gaafii sigaafadha" jadhen.
Motichillen "haya gafadhu" jannan
Gabrichi "utu bishaan kana sidhorganii maal goota?" jadhen
Motichi "Silaa aangoo tiyyarra wal-qixa kennen dhuga" jadhen
Gabricha "Erga dhuyde fincaan yoo sirra bahu didehoo?" jannan
Motichi "Aangoo tiyya guutu kennen
fincaana" jadhen
Gab "Erga akkas tahe aangoonte fincaan Rabbin sa'a takka sirra baasuuhu hingessu" jadhen.

Tanaaf Ni'imaa Rabbi osoo qalbiin laalle waan lakkaawamee dhumu miti. Mee ammahu Alhamdulillah jannaa ja'i.

Liinkii Kenya #Forword fi join godhuu hin dagatin👇👇

#share

@ija_milkii
@ija_milkii


Wanti gaariin rabbiin siif kenne gubbaan jalaa fi kallattii hundaan akka sitti marsee jiru yaadadhu.fayyaa.uffatni nyaatni qilleensii fi bishaan lafa kana irratti kan uumaman siifi.haata'u malee garuu sitti homaa hin fakkatu.wanti jireenyi siif kennitu hunduu mi'aadhan.garuu siif hin galu.

#share
#join


☆=====👇=====☆

@ija_milkii
@ija_milkii


Kitaaba gaalii abbaa booriin barreeffame islaamummaafii oromumma kan jedhu irraa siniif dhiyeessinaa maal jettu?

Yaada keessan kennuuf 👇
@Waareeboodabot

Показано 20 последних публикаций.

177

подписчиков
Статистика канала