Of Ta'i[™]


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Dachee kanarratti wanti akka nama biraa fakkaachuu ulfaatu hinjiru. Yeroo nama biraa ta’uuf yaaltu matuma keetiin wallolaa jirta. Kanaafuu Of Ta'i!

👇👇👇👇
Yaadaaf @abuhanifa44

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций




Репост из: Beeksisa Channel
🔔 HOPE PROMOTION - 02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!


MAAL BARBAADDU❓
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇
█▓▒░ ►Join◄▒▓█
█▓▒░ ►Join◄▒▓█
█▓▒░ ►Join◄▒▓█
█▓▒░ ►Join◄▒▓█


Dhukkubbii ilkaanii (Toothache)
********
KA'UMSA
● Nyaatamuu ilkaanii (dental caries).
● Caccabuu ilkaanii ( broken teeth).
● Infekshinii irga ilkaanii.
● Infeekshinii ilkaanii.
● Ilkaan lallaafe (dhibamee ykn buqqa'uuf jedhee).
● Halkan rafanii, osoo hin beekiin humnaa ol ilkaan walitti ciniinuu.
● Nyaatni ilkaan keessa seenee hafuu.
● Ilkaanota namtolchee ykn waantoota ilkaan keessatti mana yaalaa guutaman fi bakkaa sosochoo'uu isaanii.
● Rukkuttaa (trauma) addaa addaa.
********
FURMAATA
● Mataa olqabachuu: mataa ofii olqabatanii taa'uun hagi dhiigaa onnee irraa gara mataa deemu akka xiqqaatu taasisa. Kun ammoo haga tokki dhukkubbiin ilkaanii akka hir'atu taasisa.
● Bishaan ashaboon ilkaan dhiqachuu: kunis ashaboon uumamaan amala farra baakteeriyaa waan qabuuf.
● Qorichoota ajaja haakimaa malee akkasumaan mana qorichaa irraa bitaman, keessumaa ibuprofen yeroo gabaabaaf fudhachuu.
● Haala armaan oliin dhukkubbii ofirraa dhorkaa mana yaalaa deemanii furmaata waaraa barbaadudha.
Dr. Gurmeessa
@Ofiinofiif
@Ofiinofiif




Репост из: Beeksisa Channel
🔔 HOPE PROMOTION - 02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!

MAAL BARBAADDU❓
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█




Репост из: Beeksisa Channel
🔔 HOPE PROMOTION - 02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!

MAAL BARBAADDU❓
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█


Репост из: Beeksisa Channel
🔔 HOPE PROMOTION - 02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!

MAAL BARBAADDU❓
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█
█▓▒░ ►JOIN◄▒▓█

➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█




Репост из: Beeksisa Channel
🔔 Saturday HOPE PROMOTION - 02
Rule
: @Channels_promo
🕒🕒🕒
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!

MAAL BARBAADDU❓
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
➤ Dubbiilee Barsiisoo
➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
➤ Walaloo Faaruu
➤ Kitaabilee PDF
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇

█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█




Репост из: Beeksisa Channel
🔔 Saturday HOPE PROMOTION - 02
Rule
: @Channels_promo
🕒🕒🕒
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
🤝 Welcome Dear Friends!

MAAL BARBAADDU❓
➤ Odeeffannoo Wayitawaa
➤ Dubbiilee Barsiisoo
➤ Ergaa Guyyaa Guyyaa
➤ Beautiful Classical
➤ Walaloo Faaruu
➤ Kitaabilee PDF
➤ Faarulee mp3║mp4
➤ Barnoota walitti fufaa guyyuu ni argattu, ittis ni Gammaddu.

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʜᴜɴᴅᴀ ʙᴀᴋᴋᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴛɪ
👇👇👇

█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█
█▓▒░ ►OPEN◄▒▓█


Garuu rakkoon keenya madda hin qabuuyii? Hayyuu madda rakkoo keenyaa beekutu dhabameemoo nama hayyuu madda rakkoo keenyaa beekutu dhabamee? Hanga yoomitti osuma wal waraannuu, wal baqannuu, wal xureessinuu itti fufnaa? Hanga yoomittis namumti keenya naam keenya galaafataa? Hanga yoomitti qaroon sabaa wal diddaa keenyaa wareegamaa? Hanga yoomiitti nama gaafa lubbuun jiru itti duullee gaafa du'ee boonyaa? Hanga yoomitti gantuu, bitamtuu, orma jennee wal bittimsinaa?

Eenyee! Rakkoon keenya erga baramee madda rakkoo keenyaas nuuf himaa!

Madda rakkoo keenya beeknee, yoo dandeenye Oromoo taanee waan Oromoon akka Oromoo kaleessaatti, yoo dadhabne Orma taanee jiraanna. "Waa lama dhabduun ayyaana dhabduudha." Jedha Oromoon!

Yoon dogoggoreefi beekumsa dhabuu kiyyaan yoon irraa gore na oofkalchaa!

©Galataa Tsaggaa Naggasaa (Abbaa Milkii)
Amajjii 14, 2021,
Oromiyaa!


Maal kana qofaa? Paartileen keenya warri morman kaleessa tokko ta'aa jedhamanii kadhatamaa turan, suuraa qofaan nun goyyomsinee? Warri imaanaa keessan galmana geenya nuun jedhes goyyoomsaa dhumaan badhaadha abjuu nun goonee? Kana qeequun dhorkaa natti fakkaata!

Mee waan tokkon kaasa, bara 1991 G.C natti fakkaata, Koloneel Alamuu Qixxeessaa Arsii, Itayyaatti, "Tokkummaa, Tokkummaa...."jechaa ture, Gaafa sana Jaal Nadhii Gammadaas achitti waa'ee uummata kanaa haasa'anii tokkummaan fala akka ta'e nuuf dhaamani. Tokkummaa Oromoof 'Irbuu Shinniggaa' wanti caale hin jiru. Garuu hanga har'aa maaliif tokko ta'uu dhabnee? Paartiikoo malee inni kaan budaadha jechaa, nama amantii kiyyaa ykn nama ganda kiyyaa malee inni biraan amanama miti jechaa, isa tokkoof Oromummaa dachaa kennaa, isa biraa irraa immoo mulqaa, isa tokkoof teessoo ulfinaa, isa biraa immoo dhukkee keessa teechisaa, Akkamiin galma geenyaa?

Inni biraan yaa hafuutii, namni dhugaa dubbatu Oromoo keessatti bakka dhabaa dhufeera. Nama osoo waan ati barreessite hin dubbisin si abaarutu kumaaf kitila. Miidiyaan hawwaasaa kunilleen dirree dabballoonni gama hundaa itti mindeeffamanii akka nama arrabsan, isa tokko xurreessanii isa biraa qulqulluu godha, dirree burjaajiiti.

Amma Oromoo har'a jiru kana biratti yoo fakkeessite, yoo paartii tokko faarsite qofaa Oromoo taata. Yoo isa tokko qeeqxe inni tokko Oromummaa siif kenneetu inni tokkommoo sirraa mulqa. Inumaayyuu Oromummaan waraqaa eenyummaa waajira dhaabaa taateetti. Qeeqis deeggaris, yaada mataa keetiin kaatee waan deeggartus, waan qeeqxus paartilee keenyatti hin fakkaatu, ergamtuu dhaaba wayii jedhanii barjaa dugdatti siif maxxansu.

Oromoon har'a jiru namaaf hin galu. Tokko tokko uffata aadaa ammayyaa'ee uffachuu qofti Oromoo nama jechisiisa jedha. Kan biroon immoo sirba afaan Oromoo dhaggeeffachuufi afaan Oromoo dubbachuu qofaan gahaadha jedha. Gariin immoo ganama qabsaa'aa, guyyaa 'Araadaa', galgala immoo manuma ganama arrabsaa oolee sana dhaqee dhaabbata. Warri biraan immoo Oromoon hin hatu jedhee hataa oola. Warri kuun immoo, Oromoon hin kadhatu jedha, kadhachaa kan oolu Oromoon meeqa jiraachuu si haala. Inni biraan immoo Oromoon hin sagaagalu jedhee odeessaa, mana sagaagalaarra naanna'aa oola.

Wanti nama ajaa'ibummoo namoota miidiyaa qabaniifi miidiyaarra oolanidha. Gaafa itti tole tokkummaa nu gorsu, gaafa hammaate immoo gandaafi paartiin qoodee tokkoon jinnii, kan biraan waaqa jechuu kajeela. Dhugaa dubbachuuf waan hedduun keenya jennu arraba qofaarra jirti. Arrabaan faajjii tokkummaa lallabna. Sammuun keenyatti garuu summii gandummaafi amantiin dhaloota faalaa jirra. Tokkummaa jedhamu kun, dallaa siyaasaa, amantii, kutaafi gandaa cabsinee gaaddisa Oromummaa jalatti mataa waliti qabachuudha malee waajira paartii tokkootti gurmaa'uu miti. (Yoon dogoggore siyaasa wallaaluu koo irraa madda. Na oofkalchaa!)
Oromoodhaaf ammatti hayyuun amantii, hayyuun paartii, hayyuun gandaa hin barbaachisu, hayyuu Oromoo kan dantaa Oromootiif paartii hunda qeequufi jaju, kan ganda caalaa Oromummaaf dursa laatu, nama beekumsa faranjii qofaan sokke osoo hin taane, nama waan Oromoon osoo hin cabin dura itti bulaa tureefi ittin walqajeelfataa ture beekutu nu barbaachisa. Kanammoo qabnaayii?
Namni Oromoon gaafa wal dhabe gidduu dhaabbatee walitti araarsu, jaarsi ulfoon kabajamaan ni jiraayii? Eenyu faana dhoofnu?

Waan baay'ee dubbatamuu qabutu jira. "Hunda hin dubbannu manni keenya daandiirra." Jedhe namtichi. Oromootti rakkoo himanii miira keessa galchuun of duuka yaasuu, paartiin mormituus, mootummaanis ni beeku. Tokkummaa dhabuun, gabroomuun, wal facaasuun, wal ajjeessanii gammaduun, paartiin wal bittinneessanii walirratti ololuun, hayyuun keenya akka hin mul'anne ofumaa wal sakaaluun, waan jennuufi waan hojjennu gargar ta'uun, ......k.k.f. rakkoodha. Kana eenyuyyuu walitti himuus, nutti himuus ni danda'a.


Репост из: Now Button Bot
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta hin kolfita😁😁😂


Репост из: Now Button Bot
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta hin kolfita😁😁😂


Rakkoon keenya madda hin qabuu?

Ani waan baay'ee hin beeku. Waan naaf hin galle keessa galuu waanan hin feeneef, yeroo hedduu dhimma uummata kanaa callisuun filadha. Callisuu kana keessatti immoo waan hedduun arga. Yoo Oromoon Oromummaa akka waraqaa gandaatti waliif kennuufi walirraa fudhatu, yoo Oromoon waltajjii irratti tokkummaa faarsaa oolee galgala immoo gandaaf dursa laatu, yoo namuma har'a faarsinu borummoo gantuu ykn Orma goonee arrabsoon dhukkee irraa kaasnu, yoo ilmaan haadha takkaa paartii siyaasaa jalatti qindaa'anii obboleessa isaaniin wal ajjeesan, gaafa obboloonni kiyya bosoona jiran obbolaa kiyya mana mootummaa keessa jiraniin wal ajjeesanii dhaadatan (Inni tokke shanee jedhee, kan biraan immoo humna diinaa ykn ergamtuu jedhee)", Yoo jaallan kaleessa waliin bosona keessatti qabsoof jecha dhagaa boraafatanii, firii mukaa nyaachaa, corroqa waliin dhugaa turan deebi'anii 'gantuu.....bitamtuu waliin" jedhan, Yeroo nama kaleessa waliin qabsoofne irratti qabsoofnu, yeroo nama jabaa Oromoo akka inni mataa ol hin qabanne garee wayiin olola irratti gaggeessinu, gaafa Oromoon paartii tokko keessa jiru paartiin kiyya qulqulluudha hin qeeqamu jedhu, gaafa Oromoon "Namni ganda akkasii qabsaa'aa, kan ganda akkanaa immoo gantuudha" jedhu, gaafa dhaabbanni Oromoo marti shira gandaafi amantiin xaxamee galma gahuun dhabamu, gaafa namni nuti hayyuudha jennee jala yaanu, suuraa 'cover' isaa Oromummaa godhatee, suuraa 'profile' Isaammoo gandummaafi amantii irra kaayyatu, gaafa dhaloonni kana argee abdiin keessatti coolagu, gaafa warri biyya bulchina ofiin jedhus, warri mootummaa mormus miiratti uummata naqee akka barbaadetti gulufsiisu, gaafa dabballeen paartii hundaa gadi yaatee, "Paartiinkoo waaqarraa uummata Oromoof laatame, gageessaan akka abaluu addunyaarra hin jiru." Jettee sababa malee dibbee dhaantu, gaafa uummanni keenya T-shirt hundumaafuu uffatee, hundumaafuu eeboofi gaachana laatu, gaafa paartiin akka baakteeriyaa wal hortee uummata tokkoof karaa kuma tokkoon qabsoofna jettu, gaafa uummanni warra wal ajjeessuuf ilkaan walitti qaratu lamaaniifuu farda, eeboofi gaachana kennu, gaafa namni keenya eeboo sanaan wal waraanuu eegalummoo kan namni keenya du'a gartuu tokkoo ililchaa, kan biroo immoo boo'uu................kana hundaa yoo callistee ilaalte rakkoo guddaa akka qabnuufi akka farda arfaniin laaqii seenee, rakkoo jabaa keessatti dhidhimuu keenya argita.

Wanti kana caalaa nama saalfachiisu immoo namni dhugaa uummata kanaa bifa madaalaa ta'een qabatee, paartii hunda gaafa dogoggoran qeequ, gaafa gaarii dalagan immoo deeggaree jajjabeessu hin jiru. Namni tokkollee hin jiru. (Kana jala sararaa amanaa! Namni mormituus, mootummaas qeeqaa ture, Hacaaluu Hundeessaa qofan arge. Isammoo dabballeen mootummaas, kan mormituus qixuma itti duulanii, erga inni du'ees qixuma boo'aa jiru! Daldala siyaasaaf!)

Kana yoon jedhu warra qabsaa'anii har'aan nu gahan xiqqeessuuf miti. Hundaafuu hanga beekumsa kiyyaa xiqqoo tanatti iddoo isaaniif malu nan qabaafi. Warri uummata kanaaf uumurii isaa guutuu of kenneefi lubbuu isaa qabsiisee uummata kanaaf qabsaa'aa tureef kabajaa guddaan qabaafi.

Garuu maaliif hayyuu gandaafi paartii malee hayyuu Oromoo kan gaafa namni dhuunfaan qabsoo keessatti yoo waldhabeefi paartiin lama yoo walitti bu'e, dhugaa jiru beekee mataa walitti qabu maaliif dhabnee? Gaafa dura bu'aan paartii X fi itti aanaan yoo wal dhaban gaafa paartiin biroon fottoqee bixxilamu nama isa tokko qabsaa'aa godhee, kan biraa immoo bitamaa godhu malee, nama mufaatuufi wal dhabdee sana hiikee walitti araarsu maaliif dhabamee?

Kana qofaa miti, namni waggaa 30 ykn 40 qabsoo keessatti umurii isaa wareegee akkamiin deebi'ee uummata qabsaa'eef gurgurate jennee afaan guunnee 'fb' tanarraa wacnaa? Yoo namni hundi akkanatti nu gurgura ta'e warra har'a qabsoon deemaa jirus akkamitti amannaa? Nama paartii ganda takkaa qabatee deemu hoo akkam goonaa?
Itti fufa...


Репост из: Now Button Bot
#Profile picture keessan barechisudhaf suura mimidhaga😍 ta'an lalufi suuraalee dinqisiso😱😱 yoo barbaddan link asi gadi tuqun ammuma JOIN✅ jedha👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEQ7h3tjXfF1acgjUw


Репост из: Now Button Bot
#Profile picture keessan barechisudhaf suura mimidhaga😍 ta'an lalufi suuraalee dinqisiso😱😱 yoo barbaddan link asi gadi tuqun ammuma JOIN✅ jedha👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEQ7h3tjXfF1acgjUw


Репост из: Now Button Bot
#Profile picture keessan barechisudhaf suura mimidhaga😍 ta'an lalufi suuraalee dinqisiso😱😱 yoo barbaddan link asi gadi tuqun ammuma JOIN✅ jedha👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEQ7h3tjXfF1acgjUw

Показано 20 последних публикаций.

2 245

подписчиков
Статистика канала