Репост из: Muslim dawah and education
𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚…
𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧:-
𝐀. 𝐀𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢 (𝐬𝐚𝐰). Amaanaan Rasuulaa Immoo Amaanaa Cimtuudhaa Eeggadhu.
𝐁. 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚:- Haati Immoo Furtuu Jannataati. Haqa isii Guutii Ittiin Milkaa’i.
𝐂. 𝐃𝐚𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢:- Jireenyi Haati Manaa Keessa Hin Jirre Dhangaa Sooqidda Hin Qabne.
𝐃. 𝐈𝐥𝐢𝐥𝐥𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚:- Ililillii Kinniisni Walitti Qabee Damma Irraa Tolcha. Ati Immoo Ilillii Si afoo Jiru qofa Osoo Hin Taane Damma Ilillii irraa Hojjatamus Galma Godhu.
𝐄. 𝐑𝐚𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐎𝐧𝐧𝐞𝐞𝐭𝐢:- Ijoolleen Dubaraa Boqonnaa Onneeti. Abbaa Taatee Yoo Rabbiin Intala Si Badhaasee Jiraateef, Sujuuda Shukrii Godhi.
𝐂𝐢𝐧𝐚𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐢 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞𝐟…
➊. Cinaa Kee Teettee Akka Jireenya Kee Mi’eessituuf.
➋. Akka Jaalalaan Ofitti Qabduuf Malee Miilaan Akka Irra Deemtuufii Miti.
➌. Siin Walqixa Ta’uu Isii Agarsiisuufi. Wanti Wal Caaltaniin Dalagaa Qofaan Ta’uu Agarsiisuuf.
➍. Lafeen Cinaachaa Akkuma Inni Dabetti Kunuunfatan Malee Humnaan Qajeelchuuf Yaaluun Akka Cabsu Si Barsiisuuf.
➎. Wal Malee Jiraachuun Ulfaataa Akka Ta’e Si Barsiisuuf.
𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚… 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐅𝐢 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢.
𝐘𝐨𝐨 𝐒𝐢 𝐀𝐚𝐫𝐬𝐢𝐭𝐞, 𝐈𝐫𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐢𝐢𝐟
𝐘𝐨𝐨 𝐒𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐟𝐭𝐞, 𝐃𝐮’𝐚𝐚’𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟.
𝐘𝐨𝐨 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞𝐟, 𝐊𝐮𝐧𝐮𝐮𝐧𝐬𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟.
𝐘𝐨𝐨 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐈𝐬𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞𝐟, 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐢 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐨𝐥𝐮𝐭𝐭𝐢.
Muslim dawah & education
⬇️
👉 Share and join
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
=====================
@maherlll
@maherlll
@maherlll
=================