GADDISA ISLAAMAA


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


✔SEENAA SAHABOTA
✔ DAWAALEE GAGGABABO
✔ HADIISA
✔NASHIIDA HARAWA
✔TAFSIIRA QURANA
✔JECHOOTA GAGGARI
✔ISIN BIRAAN GENYA INSHA ALLAH ISIN CHALANI KENYA OBBOLEWWAN KEESSANIF SHARE GODHA AMMA DANDESSANUN JZK..

@gaddisaislama @gaddisaislama
JOIN

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Media Ko
#Beeksisaa_Application

Appiilikeeshinii hiikkaa Afaan Oromoo gara Afaan Jarmaanitti; Afaan Jarmaaniis gara Afaan Oromootti hiikuuf gargaaraa.

Dabalataan appin kun Afaan Oromoo gara Afaan Ingiliiffaa akkasumas Afaan Ingiliiffaa gara Afaan Oromootii jijjiruuf gargaaruudha.

Dhugumaatti dandeetti Afaanii keessan ni guddifffattuu; Buufaadha(Dowload) gochuun itti fayyaadamaa. App SIZE: 4MB

Download here👇👇👇👇👇👇👇

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.Afaan_Oromoo_German_Dictionary


Репост из: Hik promo
💵💵📢💲🔐🔐
Talagramii fayyadamuudha akkamiin akka maallaqa argachuun danda'amu baruudhaaf👇👇 tuquun dubbisi


Репост из: KENNAA
QOPHII RAMADAANAA
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡

KUTAA 5FFAA
■■■■■■■

♥️Assalaamu Aleeykum ♥️
♥️Warahmatullaahi ♥️
♥️Wabarakaatuhu ♥️
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo
Kutaawwan darban keessatti akkaataa itti ji'a ibaadaa Ramadaanaaf qophoofnu ilaalchisee sagantaa muraasa hamma beekumsa keenyaa isiniif dhiheessinee jirra!! Harras kan hafe ilaalla!!

Akkuma kanaan duras dubbachaa turre jiini Ramadaanaa ji'a Quraanaa fi ibaadaati!!!!!!
Garuu👇👇👇👇👇👇👇

Namoonni tokko tokko yeroo ji'a kana #hirriiba godhantu mullata!

1, Gariin namaa halkan guutuu qamaatii jimaa/caatii bulleessaa bulee hiraaba/suhura erga nyaatee booda rafa. Kanumaan salaata subhiis dabarsa. Guyyaas hirriibumaan dabarsa!!!!!!!!!

2, Gareen gariin immoo halkan tapha gara garaan (game, karambullaa, kaartaa,......) yeroo ofii gubanii guyyaa immoo hirriibaan dabarsu!!!

3, Warri biraa immoo halkan fiilmiiwwan (waan ilaaluuniyyuu haraam tahe) ilaalaa bulanii guyyaa isaanii hirriibaan dabarsu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Namoonni kunniin hirriibuma halkanii guyyatti jijjiirratan malee ibaada Ramadaanaa waan jedhu hin dhageenye!!

👉Namoonni haala kanaan Ramadaana dabarsan kunniin shakkii tokko malee warra abaarsa ergamaa Rabbii keessa galan ta'uu danda'u. Sababni isaa namni Ramadaanni isa irra dhufee osoo irraa hin fayyadamin dabarsu abaaramaadha. Jibriil tu abaaree ergamaan (s a w) aamiin jalaa jedhan.

Yaa isa jijjiirraa yeroo malee jijjiirraa amalaa, ibaadaa, haalaa,.....otoo hin fidin Ramadaanni itti seenaa jiru hadaraa of yaadadhu!!!!!!!!!!!!

Bara balaan hamaan bu'ee akka midhaan bilchaatee gogeetti dhala namaa haamaa jiru kanatti carraan Ramadaana argachuutuu kennaa guddaadha. Kanaaf carraa kana fayyadamuuf ammuma irraa kaasnee haa qophaawuu!!!!!!!!!!!!!

Ergaa kana firaa fi hiriyyoota keessaniif share/forward godhaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Rabbiin badii teenyaaf dhiifama nuuf godhee yeroo hamtuu kana keessa nuhaa dabarsu!!
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost


Репост из: Ethio entertainment
Ji'a raamadaanaa keessa waan hojjetamu ni beektu 🌙🌙🌙🌙👇👇


MM Dr. Abiy Ahimad qaamaa miidhamtoota waraanaa waliin Ayyaana Faasikaa kabajan

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad qaamaa miidhamtoota waraanaa waliin Ayyaana Faasikaa kabajan.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi miseensoonni kaabinee qaamaa miidhamtoota waraanaa waliin Ayyaana Faasikaa kabajaniiru.

Dooktar Abiy ayyaannicha kan kabajan magaalaa Finfinnee naannoo Lidataatti kan argamu giddugala geeddaramuttidha.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy wayita daawwanaa taasisanitti erga dabarsaniin ayyaana faasikaa warren oolmaa biyyaa ta'an midhamtoota waraanaa waliin kabajuu koof gammadeera jedhan

@gaddisaislama
@gaddisaislama


#DrLiaTadesse

በኢትዮጵያ ተጨማሪ 3 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋገጠ!

በኢትዮጵያ ባለፋት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገ 667 የላብራቶሪ ምርመራ ሶስት (3) ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸውን ተረጋግጧል። በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር 108 ደርሷል።

የታማሚዎች ዝርዝር ሁኔታ ፦

ታማሚ 1 - የ62 ዓመት ኢትዮጵያዊት የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ ፤ ከአሜሪካ የመጡና በለይቶ ማቆያ ውስጥ ያሉ።

ታማሚ 2 - የ52 ዓመት ኢትዮጵያዊት የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌላት፤ በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር የላትም ግንኙነት በመጣራት ላይ ያለ።

ታማሚ 3 - የ19 ዓመት ኢትዮጵያዊ የአዲስ አበባ ነዋሪ፤ ከሳዑዲ አረቢያ የመጣና በለይቶ ማቆያ ውስጥ ያለ።

@gaddisaislama
@gaddisaislama


Itoophiyaatti namoota Vaayrasiin qabaman 108 keessaa 72 biyya alaati dhufan, 26 immoo xuxxuqaa (Contact) nama dhukubsate waliin qabu.

Namoonni 10 haallii vaayrasiin ittin qabaman hin beekamne ykn addaan hin baane. 🇪🇹

Biyyoota irra dhufan:

1. Dubaayii irraa namoota 31
2. Ameerikaa irraa nama 9
3. UK irraa nama 5
4. jibuuti irraa nama 3
5. Swiidin irraa nama 3
6. Turkii irra nama 3
7. Koongoo irraa nama 3
8. Beelijiyeem irraa nama 2
9. Kanadaa irraa nama 2
10. Awustiraaliyaa irraa 1
11. Faransaayii irraa nama 1
12. Kameeruun irraa nama1
13. Burkiinaafaasoo irraa 1
14. Taayiland irraa 1
15. Jaapan irra nama 1
16. Libaanon irraa nama 1
17 . Israa'el irraa nama 1
18 . Switzerland irraa nama 1
19. Saudii-Arabiyyaa irraas 1
20. Biyyoota maqaa hin argannee 1

@gaddisaislama
@gaddisaislama


Itoophiyaan sa'aa 24 dabran keessa namoota 667 koroonaavaayirasiif qorattee namoonni sadii (3) vaayirasichaaf pozatiiva tahuusaanii mirkaneessuu Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasa beeksisan.

- Sadan keessaa lama Saa'udii Arabiyaa fi Ameerikaarraa deebiyanii adda baafamanii kan turan wayita tahu, namni sadaffaan garuu gara biyya alaatti kan hin imallledha.

- Namni sadaffaan kun namoota vaayirasichi irratti argame waliin tuttuqqaa qabaachuufi qabaachuu dhiisuunshee qoratamaa jiras jedhameera.

@gaddisaislama
@gaddisaislama


#COVID19Ethiopia
Itoophiyaatti namoonni sadii(3) dabalataan vaayirasii koronaan qabamuun mirkanaa'e.

Sa'aatii 24 qorannoo laabratoorii namoota 667f taasifameen namoota 3 irratti vaayirasii koronaan argamuu Ministeerri fayyaa beeksise.

Kana hordofuun akka biyyaatti baayinni namoota vaayirasichaan qabamanii gara 108tti ol guddatee jira.

Via:Dr.Liyaa Taaddasaa

@gaddisaislama
@gaddisaislama


ኮሮና ያልገደበው የሙእሚኖች ፍቅር!!
በበርካታ ሺዎች የሚቆጠሩ ባንግላድሻዊያን የመንግስትን ክልከላ በመተው የሟች
ኢማማቸውን አስክሬን ተሰብስበው ሸኝተዋል።
በ ባንግላዲሽ በጣም ተወዳጅ እና ተሰሚ የሆኑት የ 55 አመቱ ኢማም ጁበይር አህመድ
አንሷሪ አርብ እለት ህዮወታቸው ያለፈ ሲሆን በዛሬው እለት የቀብር ስነስርአታቸው
የፈፅሟል። ይሁን እንጅ በኮሮና ቫይረስ ስጋት ምክንያት ሙሉ እንቅስቃሴዎችን ያገደችው
ባንግላዲሽ የሸይኹ የጀናዛ ሽኝት ላይም ከ 50 ሰው የበለጠ እንዳይገኝ ፖሊስ
ከቤተሰቦቻቸው ጋር ተስማምቶ ነበር።
ቢሆንም በጣም ተወዳጅ የሆኑትን ኢማማቸውን ለመሸኘት ከ 100,000 (መቶ ሺህ) በላይ
ምእመናን የፖሊስን እገዳ በመጣስ የወጡ ሲሆን ኢማማቸውን በዱአ እና በሶላት
ሸኝተዋቸዋል።
የኮሮና ቫይረስ ባይኖር ኖሮ ምን ያክል ህዝብ ሊገኝ እንደሚችል ሲታሰብ ኢማሙ ምን
ያክል በህዝብ ተወዳጅ እንደሆኑ ያሳያል።
አሏህ ኢማም ጁበይርን ይማራቸው ጀነተልፊርደውስንም ይወፍቃቸው በእርሳቸው ቦታም
ለሙእሚኖች እንደርሳቸው ያለ ትልቅ እና ተወዳጅ ኢማም ይተካቸው!!

@gaddisaislama
@gaddisaislama


Hadiisa Kana Dubbisi Si Fayyadaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••

Rasuulii (S.A.W) akkana jedhan:
Guyyaa Qiyaamaa Aduun hamma taakkuu tokkoo namitti gadi dhiyaattee

ilma namaa gar malee gubuun dafqi isaanii lafa keessa dhundhuma 70 gadi

seenee sana booda ol deebi'ee hammuma dilii/zambii/ isaaniitiin akka

nama garba bishaanii keessa dhaabbatuu garii dafqi isaanii hamma

koomee, garii hamma jilbaa, garii hamma mudhii, gari hamma mormaa garii

immo dafqi kun qaama isaa guutuu liqimsa jedhan (S.A.W)
Guyyaa hamaa gaaddisa Arshii malee gaaddisni tokko hin jirre kana

rabbiin namoota 7 gaaddisa Arshii jalatti isaaniif gaaddiseessa jedhan

(S.A.W)

1. Nama 2 kan rabbiif jecha diin irratti wal jaalatee osuma wal jaalatuu
gar gar bahe

2. Nama sadaqaa dhoksee hamma wanta mirgi isaa kennitu bitaan isaa hin
beeknetti rabbiif jecha naa haa arganii qalbii keessa hin qabne sadaqatu

3. Nama tokko kan kophaa taa'ee rabbii isaa oso zakkaruu ijji isaa sodaa
rabbiitiif imimmaan dhangalaafte

4. Nama intallii baay'ee bareeddu akka inni wajji rafu gaafattee ani
rabbin sodaadha jedhe haraama dalaguu irraa lubbuu isaa of qabe

5. Nama yero hunda lubbuun isaa Masjiidatti rarraatu kan yero hunda
masjiidatti salaatuu jaalatu

6. Duree Islaamaa kan wal qixxummaan muslimoota hogganu

7. Dargaggeessa xiqqeenya irraa eegalee ibaadaa rabbii irratti guddate
jedhan (S.A.W)

Yaa Allah jara 7n kana irraa nu taasis yaa rabbi yaa Allah!
SHARE WALIIF GODHAA ... JZK

@gaddisaislama
@gaddisaislama


#ETHIOPIA

ዛሬ ቫይረሱ እንደተገኘባት የተረጋገጠው የጅማ ዞን ሊሙኮሳ ወረዳ ነዋሪ ከሆነችው ግለሰብ ጋር ግንኙነት ያላቸውን ሰዎች ወደ ለይቶ ማቆያ እያሰባሰበ መሆኑን የወረዳው አስተዳደር ለጀርመን ድምፅ ሬድዮ ገልጿል።

እስካሁን 39 ሰዎች ወደ ለይቶ ማቆያ መግባታቸውን እና የቅርብ ግንኙነት ያላቸው የ12 ሰዎች ናሙና ተወስዶ ውጤት በመጠባበቅ ላይ መሆናቸውን የወረዳው አስተዳዳሪ አቶ ጣሂር ኢብራሂም ተናግረዋል።

በሊሙ ኮሳ ወረዳ የወለኬ ቀበሌ ነዋሪ የሆነችው የ20 ዓመት ወጣት የህመሙን ምልክት ካየች ከአንድ ወር ያላነሰ ጊዜ እንደሆነ እና ለህክምና እና ለጠበል ወደተለያዩ አካባቢዎች መንቀሳቀሷን አቶ ጣሂር ተናግረዋል።

ከእነዚህ ውስጥም ለ19 ቀናት ያህል በጢስ አባይ ጠበል ላይ መቆየቷን ይናገራሉ። በቫይረሱ መያዟ ከተረጋገጠባት ወጣት መኖሪያ ቀበሌና አካባቢው እንቅስቃሴዎች መገደባቸውን አቶ ጣሂር ለሬድዮ ጣቢያው ተናግረዋል።

ምንጭ፦ የጀርመን ድምፅ ሬድዮ
@gaddisaislama
@gaddisaislama


Seekularizimiifi Faallumma Mootumma
(Ariitiidhan waan hiikameef sirreessaati dubbisa)
~~~~~~~~~~~~~//~~~~~~~~~~~~~~
Hariiroon mootummaa Etiyoophiyaafi amantaa giddu jiru bu'aa ba'ii
heeddu keessa ba'ee sadarkaa heera mootummaa (constitution) yoo ta'elle
bilisummaan amantaafi mootummaa addaan ba'uun labsiidhan labsameera.
Bara bulchiinsa atseewwanii motummaan amantaa tokko kan ofii
godhachuun amantaaf mootummaa tokko tasisuun amantaan ortoodoksii
kan mootuma gochuun amantaa islaamaaf kan biroo acuucuudhan uumatni
amantaafi biraa ordofu akka lammii biyya biraatti bulchuun isaani
yaadanno bara dhi'hooti.
Bara bulchiinsa mootummaa abbaa goonfaa (zawudi) uummatniifi qeesonni
yoodhuma phaaphaasi filatanis yoo fedhii atsee hinta'iin abbaan amantaa
kun sirna amantaa gaggeesuu akkan hindandeenye heera mootumma
Etiyoophiyaa bara 1948 buufata 127 irratti seeraan tumameera. Kunis
amantaadhumti kan mootumma ta'ee labsamee mirga guutu akka hinqabne
wanti kana caala ibsu hinturre. bara mootummaa darguus sirnichi sirna
sooshaaliizimii adeemsisa waan jedhuuf amaantaan waan sammuu namaa
adoochutti fudhata waan tureef amantootni hundinu haala
walfakkaataadhaan acuucaa ture. hata'u malee mootumman darguu
amantaan duraan kan masaraa ture akka gadlakkisu shoora gudda
taphateera.
Irra caalaan namaa umamaan amanaadha . jireenya aduunyaa irratti waan
gaarii dalaguun, tola ooluun boruu jireenya du'a boodaatiif naaf ta'a
jedhani amanu. amantaan kamiyyu haala garaa garaatti nageenya kabaja
ilma namaa jaalalaaf walqarqaarsa bu'ura amanta godhanii lalabu.
yaada jaallatamaa amantootni leellisanu kana mottuman quucarsuu
barbaada.Akkamiyyu yoo ta'e uummata misoomaaf nagaa akkasumas
ijaarsa sirna diimokraatawaa, uummata bilisaa uumuun hindandamne.
Kana ilaalcha keessa galchuudhaan eega darguun kufee mootumman
EPRDF dhimma amantii bu'ura isa tooko godhateera.
Bu'uurri kunis bilisummaa amantaafi walqixxumma akkasumas amantaafi
mootummaan addaan baasuudhan heera biyya taasisuudhaan seera
(secularisim)hojiirra akkas oolu labseera.
Heerri EPDRF bu'uura irrattia
-mirgi amantawan kabajamufi
-mirgi dhuunfaafi mirgi sabaafi sab lammoota bilisumman kabajamuu -
seenaan dogoggoraan durii sirraahuu
-Mirgi dhiiraaf dubartii kabajamu Akkasumas hawwaasa siyaasaafi
dinagdeedhaan ijaaruudha
Garaa garrummaan mootummaaf amantaa akka heera irra taaetti hojii
irra ooluun ijaarsa hawwasaatiifis tae dinagdee akkasumas nageenya
biyyatte kanaaf waan filanno hinqabneedha
Kana dhiisnne waan durii deebissu yaaluun seenaa irra barachuu dhabuun
carraa biyyatii kanatiif jireenya uummata millionotaatiin qoosuudha
kunimoo seenaa nu nufisiisee uumatnifi biiyyi kun akka hin guddane bara
dheeradhaaf kan dhukuba tae nu qucarseedha biyyi etiyoopia kun
jallannus jibbinus kan amantootni eduun waliin keessa jiraatanii
jiraatanuudhas kanaafu Etiyoppiaan seera kirstaanaatin ta'ee seera
Islaamaa yookan Kan amantaa kamiitinu buluu hinqabdu.
Guyyaa harraa kana eebla 20 2012 MM biyya kana fodda tv tiif marsalee
hawwasaatiin ergaan ‹"እንኳን ለጌታችን ለመድኃኒታችን......" jedhanii ergaa
dabarsani akkasumas waajjirri tele kan qaama mootumma ta'ee uummata
amantaa Adda addaa ordofu tajaajilu afaan engiliffatiin "As we all are
passing through a difficult time we want to encourage you today to hope
in the Lord & what He has done for us through the cross.Happy Easter"
kan jedhu dabarsaniiru.
Dhugumatti biyya kana keessatti ayyana amantawan garaa garaatti baga
geessan jechuun wan jiraati rakkos qabaachuu hinqabun jedha . jechi baga
gessan jedhu namas hinmufachiisu garuu lallabbiin armaan olii kun kan
heera ittin bulmaata biyyatti kanaa cabsuuf faallesuudha.
Haga heerri biyyi kanaa hinjijjiramiin ykn hinfooyaintti mootummaas ta'ee
qaamni biraas faalla kanas deemuun waan biyyaa malu miti
Mootummaan heera ittin bulee ittiin bulchu kunuunsee heerri mootummaa
kan mootummaaf amantaa addaan baase kabajuu dhiisani gocha akka arra
kana dhuunfaan gochuu dhiisani bulchiisati fidanii badii dalagu irra of
haqusatani.

@gaddisaislama
@gaddisaislama


​​April 18, 2020

Hanga guyyaa har’aatti biyyoota 210 keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamuun mirkanaahee 2,308,173 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 158,881 du’uu gabaafame. Namoonni 585,838 ammoo dhibee kana irraa bayyanatanii jiru.

Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii 728,293 dabree jira. Lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa du’an ammoo 38,244 dabre.
Kaanaadaa keessatti ammoo namoota 32,412 Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe jidduu 1,346 du’uu gabaafame.
Biyyoota Ameerikaa Kaabaa Kanneen akka Meeksikoo, Paanaamaa fi Dominican Republic keessattis Vayirasichi haala yaaddessaa taheen tamsa’aa jira.

Biyyoota Ardii Ameerikaa Kibbaa/Latin America keessatti Vayirasichi namoota 74,389 irratti argamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota du’anii 3,394 gahee jira. Braaziil, Ikuwaadoor,Chiile, Peeruu, Kolombiyaa fi Arjeentiinaan wal duraa duubaan biyyoota Vayirasichi haala hamaan keessatti babal’ataa jiru.

Ardii Awrooppaa keessatti ammoo walumaa galatti namoonni 1,051,600 Vayirasichaan qabamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaa du’aanii ammoo 98,455 gahee jira. Ispeen, Xaaliyaan, Faransaay, Jarman fi UK’n walduraa duubaan biyyoota namoonni heddu Vayirasichi irratti argame tahuun dursaa jiran.

Gama biraatiin ammoo biyyoota Awrooppaa sababa Vayirasichaatiin namoonni heddu keessatti du’an yoo walbiratti madaalamu; hanga guyyaa har’aatti Xaaliyaan keessatti namni du’e 23,227, Ispeen keessatti namni du’e 20,043 , Faransaay keessatti namni du’e 18,681, UK keessatti namni du’e 15,464, Beeljiyeen keessatti namni du’e 5,453, Jarman keessatti namni du’e 4,405 tahuu gabaafame. Xaaliyaan, Ispeen, Faransaay fi UK keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaatiin du’anii kan mootummaan ibsaa jiru ol tahuu eega gabaafamee booda, mootummoonni biyyoota kanneenii namoota manneen kunuunsa manguddootaa fi manneen jireenyaa keessatti du’an ilaalchisee qorannoo jalqabuu beeksisan.

Ardii Eshiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe 364,718 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 14,207 du’anii jiru. Mootummaan Chaayinaa guyyaa kaleessaa daataa lakkoofsa namoota du’anii kan sirreesse yoo tahu, akkuma weerarri kun ka’een namoonni 1,290 magaalaa Wuhan keessatti sababa vayirasii koroonaa kan du’an tahus osoo hin galmaayin hafanii turan jechuun ibse. Haaluma kanaan hanga guyyaa har’aatti lakkoofsi lammiilee Chaayinaaa sababa Vayirasichaatiin du’uun ibsame 4,632 gahee jira.
Biyyoonni Eeshiyaa kanneen biroo Vayirasicchii namoota heddu irratti argame jidduu: Iiraan, Turkiyaa, Israa’el, Kooriyaa Kibbaa fi Indiyaa yoo tahan, biyyoota kanneen jidduu Chaayinaa fi Kooriyaan Kibbaa tamsa’ina Vayirasichaa haala gaariin to’ataa jiran.
Haata’u malee Iiraan, Turkiyaa, Israa’el fi Indiyaa keessatti Vayirasichi ammas haala yaaddeessaa taheen tamsa’aa jira.
Haaluma walfakkaatuun Jaappaan, Paakistaan, Maleezhiyaa, Filiipiins, Sa’uudii, Indoneezhiyaa fi Emreets keessattis lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii guyyuma guyyaan dabalaa jira.

Ardii Afrikaa keessatti ammoo Vayirasichi namoota 21,120 irratti argamuu gabaafame. Namoonni 1,034 ammoo sababa Vayirasichaatiin du’aniijiru. Biyyoonni Ardii Afrikaa Vayirasichi namoota heddu irratti argame jidduu: Afrikaa Kibbaa keessatti namni 2,783, Masri Keessatti namni 3,032, Aljeeriyaa namni 2,534, Morokoo/Magrib keessatti ammoo namni 2,685 Vayirasichaan qabamuu gabaafame.

Awstiraaliyaa fi Niwziilaand dabalatee biyyoota Oceania keessattis Vayirasichi namoota 8,084 irratti kan argame yoo tahu, hanga ammaatti namoonni 80 du’uu gabaafame. Namoota Vayirasichaan qabaman jidduu 6,565 lammiilee Awstiraaliyaa yoo tahan, 1,422 ammoo lammiilee Niwziilaand.

Maddi;- Nuuralhuda
@gaddisaislama
@gaddisaislama


Odeessaalee Gaggabaaboo Addumyaa:

-Arjentiinaan giddu-gala agarsiisaa guddicha gara giddu-gala wal'aansaa kovid-19tti geeddarte.Dhukkubsatoota kovid-19 hanga kuma 2 fi 500 yaaluuf kan ooluu fi dhiibbaa hospitaalota irra gahu hir'isuufis akka gargaaru himameera.#VOA

-Yunaayitid Kingdamitti sa'a 24 darbe keessatti namootni 888 du'aniiru.Lakkoofsichi kan guyyoota torban darban galmaa'e irra ni caala.Gama biraan namootni 5,526 vaayirasichaan qabamuun walqabatee,waliigalaaan namootni vaayirisichaan qabaman 114,217 gaheera.

-Jaaappanitti namootni vaayirisii koronaan qabaman 10,000 gahaniiru.

-Awurooppaa qofatti namootni vasyirisichaan qabaman 1,000,000 gaheera.

-Kooriyaan Kibbaa sa'a 24 darbe keessatti namootni 18 vaayrisichaan qabamuu gabaasteetti.Sagal alaa kan galanii dha.Kooriyaa Kibbaatti Gurraandhala booda kan galmaa'e lakkoofsa xiqqaa ta'uu isaati.

-Chaayinaatti dabalataan namootni 27 qabamaniiru.Kudha torba (17) biyyoota alaatii kan galanii dha.

- Xaaliyaanitti namootni vaayirisichaan qabamii fi lakkoosfi namoota du'anii hir'ina agarsiiseera.Sa'a 24 darbe keessatti namootni 482 yoo du'an,namootni 3,491 ta'an vaayirisichaan qabamaniiru.

- Ispeenitti sa'a 24 darbe keessatti namootni 585 du'aniiru.

- Jastin Tirundoo daangaan Kanaadaa fi Ameerikaa cufamee akka turu dubbataniiru.Daangichi cufamee akka ture biyyootni lamaan walii-galtee irra akka gahan dhaghameera.

Maddi : Fana

@gaddisaislama
@gaddisaislama


አጫጭር መረጃዎች ፦

- ሳዑዲ አረቢያ ባለፉት 24 ሰዓት 1,132 ሰዎች በቫይረሱ መያዛቸውን ሪፖርት አድርጋለች። እስካሁን በአንድ ቀን ከተመዘገቡት ኬዞች ከፍተኛው ነው። በሳዑዲ አጠቃላይ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች 8,274 ናቸው።

- በኢራን ባለፉት 24 ሰዓት 1,374 ሰዎች በቫይረሱ ተይዘዋል፤ በ26 ቀን የተመዘገበ ዝቅተኛው ኬዝ ነው። እንዲሁም 73 ሰዎች በአንድ ቀን ሞተዋል፤ በ38 ቀናት የተመዘገበ ዝቅተኛው የሟቾች ቁጥር ነው።

- በስፔን የእንቅስቃሴ ገደብ እስከ May 9 ተራዝሟል።

- በፈረንሳይ ባለፉት 24 ሰዓት የ642 ሰዎች ሞት ተምዝግቧል። አጠቃላይ የሟቾች ቁጥር 19,323 ደርሷል።

- በአሜሪካ የሟቾች ቁጥር ከ38,000 በላይ ሆኗል። በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ከ728,000 በላይ ሆኖ ተመዝግቧል።

- በሩዋንዳ ባለፉት 24 ሰዓት 712 የላብራቶሪ ምርመራ ተደርጎ አንድ (1) ሰው በቫይረሱ መያዙ ተረጋግጧል። አጠቃላይ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች 144 ደርሰዋል። በሌላ በኩል ተጨማሪ 4 ሰዎች በማገገማቸው አጠቃላይ ከበሽታው ያገገሙ ሰዎች 69 ደርሰዋል።

- ባለፉት 24 ሰዓት በሱማሊያ 25 የላብራቶሪ ምርመራ ተደርጎ 19 ሰዎች በቫይረሱ መያዛቸው ተረጋግጧል። አጠቃላይ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች 135 ደርሰዋል። በተጨማሪ ሁለት (2) ሰዎች ባለፉት 24 ሰዓት ሞተዋል።

- በዓለም አቀፍ ደረጃ በኮሮና ቫይረስ [ኮቪድ-19] የተያዙ ሰዎች 2,313,897 ደርሷል። ከቫይረሱ ያገገሙ ሰዎች ቁጥር ከ590,000 በላይ ሆኖ ተመዝግቧል። ከ159,000 በላይ ሰዎች ደግሞ ሞተዋል።

@gaddisaislama
@gaddisaislama


Itiyoophiyaa fi biyyoota ollaa Itiyoophiyaa ta’an keessatti baay'inni namoota dhibee COVID-19 qabaman 1,339 gahee jira.

Namoonni dhibee COVID-19 qabaman 1,339:
1. Jibuutii - 732
2. Keeniyaa - 262
3. Somaaliyaa - 135
4. Itiyoophiyaa - 105
4. Sudaan - 66
6. Ertiira - 35
7. Sudaan Kibbaa - 4

Namoonni du’an immoo 34 yoo ta'uu:

Keeniyaa 12
Sudaan 10
Itoophiyaa 3
Somaliyaa 7
Jibuutii 2 gaheera .

• Jibuutiin gabaasa har’a guyyaa boruutti dabarsitee jirti.

@gaddisaislama
@gaddisaislama


#Hubachiisa

COVID-19 akka qoosaatti hin ilaalinaa! Itoophiyaa keessatti tatamsa'ina vaayirasicha saffisaan dabalaa jira. Tatamsa'ina biyya Ameerikaa keessatti agarsiisaa ture waliin wal bira qabne yoo madaallee kan biyya keenyaa haalaan saffisa qaba.

Tatamsa'ina COVID-19 Ameerikaa 🇺🇸 keessatti (kan buyyoota jalqabaa 35)

Amajjii 22: 1(namni jalqabaa qabame)
Amajjii 29: nama 5 gahe
Gurraandhala 5: 11 gahe
Gurraandhala 12: 13 gahe
Gurraandhala 19: 15 gahe
Gurraandhala 26: 59 gahe

Tatamsa'ina COVID-19 Itoophiyaa 🇪🇹 keessatti (kan buyyoota jalqabaa 35)

Bitootessa 13: 1(namni jalqabaa qabame)
Bitootessa 15: 4 gahe
Bitootessa 21: 11 gahe
Bitootessa 28: 16 gahe
Ebla 4: 38 gahe
Ebla 11: 69 gahe
Ebla 18: 105 gahe

Hubachiisa: Dursa yeroo vaayirasichi biyyatti seenu namni waa'ee dhibee COVID-19 hubannoo argachuun tattaaffii godhaa ture. Of eeggannoos godhaa ture. Erga guyyaa muraasa asii garuu namni waan hunda dagatee gara jireenya dagannaatti deebi'e jira. Dhibeen kun akka salphaatti yoo ilaalame miidhaa hamaa uummata fi biyyarraa geessisa. Kanaaf ammas taanaan gorsa ogeeyyii fayyaa dhagahuun of eeggannoo cimaa akka gootan dhaamsa dabarsuu barbaanna.

Maatiif Ummata kessan
Mana turuun, baraaraa!

@gaddisaislama

@gaddisaislama


Репост из: Ethio entertainment
🙋‍♂ Gaaffii kanarratti hirmaadhaa hundinuu amma beektanuun

1⃣ Baatiin ramadaanaa sadarkaa gurguddoo danuu qaba.
Keessaa ammam beekta?

2⃣ Soomana jechuun maal jechuudha?
⤵️bakka gadii kana tuquun hirmaadhaa⤵️👇👇


Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Biyya Ameerikaa magaala Niwyoorkitti qofa sa'aatii 24 darban keessatti lubbuun namoota 540 darbeera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 2.3 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 158 ol darbeera.

🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman =2,308,072
•Namoonni du'an = 158,870
•Namoonni bayyanatan = 590,392

Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 728,293
•Namoonni du'an = 38,244

Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 191,726
•Namoonni du'an = 20,043

Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 175,925
•Namoonni du'an = 23,227

Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 147,969
•Namoonni du'an = 18,681

Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 142,797
•Namoonni du'an = 4,416

Briiteen(UK)🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿
•Namoonni qabaman = 114,217
•Namoonni du'an = 15,464

🌏Afrikaa🌏
•Namoonni qabaman = 21,346
•Namoonni du'an = 1,054
•Namoonni bayyanatan = 5,274

Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 105
•Namoonni du'an = 3

@gaddisaislama
@gaddisaislama

Показано 20 последних публикаций.

2 131

подписчиков
Статистика канала