Wanti gaariin rabbiin siif kenne gubbaan jalaa fi kallattii hundaan akka sitti marsee jiru yaadadhu.fayyaa.uffatni nyaatni qilleensii fi bishaan lafa kana irratti kan uumaman siifi.haata'u malee garuu sitti homaa hin fakkatu.wanti jireenyi siif kennitu hunduu mi'aadhan.garuu siif hin galu.
#share
#join
☆=====👇=====☆
@ija_milkii
@ija_milkii
#share
#join
☆=====👇=====☆
@ija_milkii
@ija_milkii