Caalaa Bultume


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Artist
Call +27732422772
Ulagaa nama guutuf dirqama qabeenyan madalamu hin Qabdu.
.
.
.
.
.
4 Comment @Meelbaabot

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Galaana Gaaromsaa
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Silas waaqa komaturee.?... .! https://www.facebook.com/665808773492331/posts/4409730169100154/?app=fbl t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏


Iddoo ati onnee keenya keessatti qabdu namuu qabatee hin beeku fuuldurattis hin qabatu Haaceekoo...! t.me/MeelbaaCaalaaBultume


Репост из: Galaana Gaaromsaa
Hammin kana dura Saba koof hojjedhe xiqqoodha. Akkan kana booda waan guddaa hojjedhu waan beekuf... bagan dhaladhe.
HBD to me...
t.me/GalaanaGaaromsaa 🎂🙏




Soba seeqaa Hundeessaa Boonsaa
Gadaamessaa Guddattuu Horaa
Of gedduudhaa si dhabnee
Bareedina maaltu jiraa?!

Haacee koo siyaanne!
t.me/MeelbaaCaalaaBultume 🙏


❣SEENAA❣
Otoo biyyaa baate
Otoo biyyee taate
Maaltuu wal yaadata
Eenyuu siin dhaadata
Rirmatuu si hin nyaanne
Yuuyyetu si hin saamne
Lubbuun gootat dua'aa
Harmii seena ni gu’a?
Kaleesille har'a
Har’is boru dhalaa
Seenaan haa yaadatu
Kan du’e yoom gala...!!!
t.me/GalaanaGaaromsaa

👆Page koo forward join godha..🙏


❤️ Haacaaluu Hundeessaa 😭😡 t.me/MeelbaaCaalaaBultume 🙏


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Haacee koo
Leencaa koo
full video
👇👇👇👇
https://youtu.be/Y2VAQOQl4nc
☝️☝️☝️☝️

t.me/MeelbaaCaalaaBultume


❤️ Haacaaluu Hundeessaa 😭😡 t.me/MeelbaaCaalaaBultume




Kan yoo callisan ishiif hin galle yoo
Dubbatan ishiif hin galu...!!!
Anuma..! .......... Asumaa..!!! t.me/MeelbaaCaalaaBultume




Qal'ateef miti kirrii
Fakkaateef miti sirrii
Itti siqii hubadhu
Kan siif ta’e fudhadhu
Kan siif hin taane didi
Yaada furmaataa fidi...!!!
t.me/MeelbaaCaalaaBultume


*SIN DAGADHU HACEE*!!!

"Kunoo har’as an nan jiraa an gaabbiidhaan quba nyaachaa, takkaa si dhabee maalan fidaa nan jiraadha otoo jechaa"
t.me/MeelbaaCaalaaBultume






Репост из: Galaana Gaaromsaa
*Goggorrittii qabatanii lukkuu qaluun hin taatu!!
*Mudhii gad hidhanii mormaan sirbbi jechuniis hin maaltu
*Ennaan si cininuu ati kolfiin abshalummaa otoo hin taane fafummadha!.. .... t.me/GalaanaGaaromsaa 👍


Waliin taanee kan ulfaate
Kophaa kophaa hin dandeenyu
Oduu addaan nu babbaasu
Gurra cufaa hin dhageenyu!!

Nuufbarsisi gooftaa...
t.me/MeelbaaCaalaaBultume


Репост из: Galaana Gaaromsaa
Nagaa wayyinnaa jennee
Hundaan fira fakkannee
Madaan nurraa haa qooruuf
Hoofxii itti cuunfanne
Waanni nuttii hafee hin jiruu
Dhumnus ni komatamna
Erga harka fuunan diddee
Qawween nagaa gaafanna...!! t.me/GalaanaGaaromsaa


Warri kaleessa abbaa
Baqatanis waashaatti
Warri kaleessa ilmaa
Ol nuyaate mataatti
...
Isaantu qeyee jeeqa
Akka buubbee bubbisee
Silaas maal irraa eegu
Ilmaan Getaachoon guddise!
...
Koronaa fi kolkolleef
Bakka hin qabnu !!! Page koo Forward na godha join . t.me/MeelbaaCaalaaBultume

Показано 20 последних публикаций.

1 394

подписчиков
Статистика канала