Fika Tech


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Subscribe us on YouTube. We have many videos for you.
??????????
https://cleanuri.com/xyP8D7
??????????
Qophiileen keenya:
?Qophii Teknooloojii fi
?Qophii bashannannaa dha.
?Ni baratta?
?Ni bohaartas?

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Hi hi የሀገሬ ልጆች እንደምን አላችሁ? እኔ ሰላም ነኝ።

ዛሬ instagram ላይ እንዴት ብዙ like እና ብዙ follower ማግኘት እንደምንችል የምያሳይ አጠር ያለች ቪድዮ አዘጋጅቻለሁ።እዩልኝ።

በጣም እንደምት ወዱት እርግጠኛ ነኝ!

subscribe ያላረጋቹም እባካችሁ subscribe አርጉልን።

👇👇👇link (ማስፋንጠርያ)👇👇👇

https://youtu.be/HYrA1McWFWQ
እንዴት Instagram ላይ በ 51 ደቂቃ ውስጥ 371 followers ማግኘት እንችላለን
#subscribe #techvideo #Ethiopia how to get 371 followers within 51 minute on instagram new 2019 Amharic tutorial watch other latest tech videos https://youtu...


😀Akkam jirtu ijoollee biyya koo? ani nagaa kooti.

🥇Har'a viidiyoo xiqqoo akkaataa ittiin Fb irratti like hedduu hanga 1000'tti argachuu dandeessan isiniif dalageera!

🎬viidiyoo bareedduudha, gabaabduudhas.

📢warreen chaanaalicha subscribe hin godhiin jirtan adaraa keessan guddina afaan Oromoo karaa Teknooloojiif jedhaatii subscribe nu taasisaa. like fi share godhaa.


"Barsiisuun barachuudha" - Fika Tech.


👇👇👇link (geessituu)👇👇👇

https://youtu.be/EdDWMwEGlaU
Akkamitti FB irratti like 1000+ daqiiqaa 23 gidduutti arganna
#subscribe #techvideo #Ethiopia how to get 1000+ likes within 23 minutes on facebook new 2019 watch other latest tech videos https://youtu.be/lMBEaMNXq8I htt...


Xalayaa Jaalalaa barataa CS👨‍💻👨‍💻 (Computer Science)...
↓😂↓
Akka #iPhone_S8 mi'ooftuu kan taate, bakka buufata #Cursor ija kootii akkam nagaa keetii?
Ani sababan baayyee si yaaduuf #CPU'n koo na jalaa miidhamuurraan kan hafe baayyee #Happy dha.

Jaallatamtuu jaalallee koo, guyyaan si argee jalqabee barumsa koo #RAM jalatti galmaa'uudhaan rakkadheera.
Bareedina kee, dhaabbii kee, amala kee walumaa galatti #Super_Computer kan ta'e eenyummaa keetiif, onnee koo keessatti bakka #Read_only siif kenneera.

Yeroo baayyee dubbisuuf ykn #Word_program hojjechuuf #Library deemee, ija kee isa akka #Blank_Page qulqulluu sana, ilkaan kee isa akka #Key_board tarree galee taa'u sana, harma kee isa akka #Mouth_Pointer dhadhaabbatu sanan yaada kootiinan arga.
#Program koo gara #Multimedia'tti jijjiireen siin akka fiilmiitti si ilaala.

Jaalalli kee guyyaadhaa gara guyyaatti onnee koo keessatti baayyatee waa na rakkiseef, hiriyyoota koo waliin mari'achuun jaalalan siif qabu #Excel_application'tiin ida'ee, hir'isee siif dhiyeessuuf murteesseera!😜

Jaalala koo #Program kamiin akkan sitti himu hin beeku!
#Internet irratti rakkoo koo nama naaf hubatu yeroon barbaadus, kompiitarichi #no_results_found jechuudhaan yaada koo karaatti na jalaa hambisa.

Akkati na jaallattuuf jedhee #Menu keessa of galchee #Colored, #Bold fi #Underline of gochuun yaada kee gara kootti fiduuf yeroon yaalu ati garuu #Ignore_and_cancel na gochuu keetiin kan ka'e rakkadheera.

Jaalala keetiin kan ka'e barattoonni #Medicine, abbaltii sirratti hojjennuu naan jedhaniiru. Fuulli koo jaalala keetti aaruurraan kan ka'e #Floppy_disk fakkaateera. Yeroon si argu onneen koo #Click gochuudhaan waan na rakkiseef, #C++ fayyadamee osoon #Program jaalalaa hin hojjetiin dura; rakkina koo kana naaf hubattee faayila onnee kee keessatti akka #Save na gootu maqaa #Software'tiinin si gaafadha!!!😂


😂Kolfuu dhiisuun seeraan kan dhorkamedha!
☑Namni galeef qofti filannoo haa kennu..

Join us for more funny and Wonderfacts😂😂🌍
↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓
@WonderfactOromo
@WonderfactOromo
↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑


🥊 FAYYAAN FAAYA 🥊

Kanneen dhukkuboota armaan gadiif furmaata isaa argachuu barbaaddan click gochuun tooftaalee ittiin dhukkuboota armaan gadii ofirra ittisan dubbisaa

Furmaata dhukkuba FINNIISA guutummaa guutuutti ofittii balleessuuf fayyadu barreeffama kana tuqii tooftaalee 4 dubbisi

Furmaata dhukkuba BAAROLLEE jedhamu guutummaa guutuutti ofirra dhabamsiisuuf barreeffama kana tuquun tooftaalee 5 dubbisi.

Dhukkuboota deddeebi'oo fi dhukkuboota qaama keenya irratti mullatan hunda maloota ittiin ballessitu tooftaalee 9 dubbisuuf barreeffama kana tuqi.



🎖 HUBANNOOLEE


Durba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.

Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.

Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.

Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalalaa garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.



Qormaata biyyoolessaa kan fudhattaniif group armaan gadii seenuun guyyaa qormaata qoramtan barattoonni jajjaboofi filatamoon irratti hirmaatanii waan hojjetaniif group armaan gadii tuquun seenaa gaafa qormaataa deebii argattu

✔️Group ijoollee qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa 2011

✔️Group ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa 2011

✔️Group ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa 2011




👆 gaaffii keessan kan ta'e tuquun maloota ittisa dhukkubaa dubbisaa


🎬Jaallatamtoota ijoollee Oromoo; viidiyoon kun barumsaafi malee akka ittiin kaardii namaa hattan isin barsiisuuf miti😜. Ilaalcha gaarii...

Viidiyoon kun akkamitti akka kaardii namaa daqiiqaa 1 keessatti hatuu dandeenyu nu barsiisa!

👍Warreen subscribe hin godhiin jirtan ammaantana subscribe gochuun guddina afaan Oromoo karaa Teknooloojii deggaraa; wantoota haaraas baraa.
👇👇👇👇Link (geessituu)👇👇👇👇

https://youtu.be/GcMasyMBII0
Akkamitti kaardii namaa daqiiqaa 1'tti bara baraaf hatuu dandeenya 2019
#MUST_WATCH #REAL_TRICK #BY_FIKA_KUMA *999# fayyadamuun kaardii bilbila namaa bara baraaf fayyadamuu ykn qooddachuu ni dandessu video kana ilaalaa! Ajaa'iba ...




Abbee fi kabbee dan repost
Share our official
@Abefikabe




WALIN WALIF JIRRA

Beekkumsi guddaan gowwaanu
yeroo takka takka sirrii tauu
akka dandau beekudha!

Odeeffannoo haarawa fi Waantoota
Aja’ibsiisaa ,dinqisiisaa, kofalchiisa
Bashannansiisa, gammachiisa fi kkf

Toftaalee adda ta’e kan isinif qopha’e
Argachuuf isumaa kana tuquun nun
Hordofaa...........OK


Ganama hirribarraa yeroon ka'u, Siin
jaalleekoo argachuu kootif waaqa Ni
galateeffata


EEYYEEN✅LAKKII❌

❇️ANI JAALALLE HINQABU❇️
Jaalalli maal akka fakkaatu yeroo
jalqabarrati sirra baradhee Sana
booda Yeroo fageenyi Gargar isin
baasu sana Jaalalli dhugaa maal
akka fakkaatu siif gale.

🏵 NAAF JIRAADHU JA'IN💠

Ilaalcha(yaada) rakkoo ittiin umne
san qabannee rakkoo keenya furuu
hin dandenyu. Hanga sammuu keenya
jijirrannuti


🏎EEYYEEN DHUGAA🏎
🛴LAKKII BARBAACHISUU🛴

Wanti dhabde Abjuu kee
Sun waan kee namotatti
Hin tainifi hin himin
agarsiisi
malee


PRESENTED BY
❄ Odaaofficialbot💧

Promoter @Hirtoli
?
🚷Gammachuudhaa simadhu.🚷


🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢🏢

Osoo Visa siif keenname essaa deemu barbaadda❓


🥊 FAYYAAN FAAYA 🥊

Kanneen dhukkuboota armaan gadiif furmaata isaa argachuu barbaaddan click gochuun tooftaalee ittiin dhukkuboota armaan gadii ofirra ittisan dubbisaa

Furmaata dhukkuba FINNIISA guutummaa guutuutti ofittii balleessuuf fayyadu barreeffama kana tuqii tooftaalee 4 dubbisi

Furmaata dhukkuba BAAROLLEE jedhamu guutummaa guutuutti ofirra dhabamsiisuuf barreeffama kana tuquun tooftaalee 5 dubbisi.

Dhukkuboota deddeebi'oo fi dhukkuboota qaama keenya irratti mullatan hunda maloota ittiin ballessitu tooftaalee 9 dubbisuuf barreeffama kana tuqi.



🎖 HUBANNOOLEE


Durba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.

Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.

Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.

Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalalaa garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.



Qormaata biyyoolessaa kan fudhattaniif group armaan gadii seenuun guyyaa qormaata qoramtan barattoonni jajjaboofi filatamoon irratti hirmaatanii waan hojjetaniif group armaan gadii tuquun seenaa gaafa qormaataa deebii argattu

✔️Group ijoollee qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa 2011

✔️Group ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa 2011

✔️Group ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa 2011




👆 gaaffii keessan kan ta'e tuquun maloota ittisa dhukkubaa dubbisaa


Abe Fi Kabe dan repost
Watch "HOW TO OPEN BOT ON TELEGRAM

BY AFAN OROMO" on YouTube
https://youtu.be/2q3LkrSbDe4
HOW TO OPEN BOT ON TELEGRAM BY AFAN OROMO
Akkaataa itti bot banatan


Abe Fi Kabe dan repost
Watch "HOW TO OPEN BOT ON TELEGRAM

BY AFAN OROMO" on YouTube
https://youtu.be/2q3LkrSbDe4
HOW TO OPEN BOT ON TELEGRAM BY AFAN OROMO
Akkaataa itti bot banatan


​​Namoonni Email banachuu barbaaddan karaa keessaa na dubbisuu dandeessu.
Yoo barbaaddan isiniif banna yokaan immoo akkaataa isaa isinitti himna.
"Nama gargaaruuf of hin tuffatiin"
⭕️ @FikaKuma
💢 @ICTechno and
💢 @FikaTech


🔝ማሳሰቢያ!
·
Huawei ስልክ ለመግዛት በዝግጅት ላይ ላላችሁ እህት ወንድሞቼ እንዳትገዙ ምክንያቱም አሜሪካ እና ቻይና ከቅርብ ግዜ ወዲህ በንግድ ዙርያ ትልቅ ችግር ውስጥ እንደገቡ ይታወቃል።
·
ማለትም Huawei ስልክ የሚያመርተው
ትልቁ የቻይና ካምፓኒ እንደሆነ ይታወቃል በዚህም ምክንያት አሜርካ ቻይናን በቴክኖሎጂ እንዲሁም በንግድ ዙርያ ከፍ እንድትል አትፈልግም በመሆኑም
የአሜርካ መንግስት ማለትም …
Trump የHuawei ድርጅት እና የቻይና መንግስት ስልኮችን ይሰልላሉ በማለት ከአንድ አመት በፊት ተናግሮ ነበር።
·
በዚህም ምክንያት እነ Goggle Play store YouTube የመሳሰሉ የስልካችን አፖች ከ Huawei ስልክ እንዳይሰሩ ትራምፕ ትእዛዝ አስተላልፏል። ከላይ የጠቀስኳቸው አፖች ካምፓኒዎቻቸው የሚገኙት አሜርካ ውስጥ ነው ።
ለዚህም ነው ትራምፕ ትእዛዝን ያስተላለፈው በመሆኑም አዲስ የ Huawei ስልክ ብትገዙ ስልካችሁ ትርጉም ላይኖረው ይችላል ወይም ለመጠቀም ትቸገራላችሁ ማለት ነው። Huawei ስልክ ያላችሁ ደግሞ እነ ጎግል እና ዩትዩብ የመሳሰሉ ሙሉ በሙሉ ከ Huawei ስልክ ለማቋረጥ ለ 90 ቀናት ብቻ ቀን ሰጥተዋል።
·
ምናልባት ከትንሽ ግዚያት ቡኋላ Huawei የራሱ የሆነ ሲስተም ሊያስተካክል
ይችላል ተብሎም ይጠበቃል ይህን መልእክት ለሌሎች እህት ወንድሞቻችን ከመክሰራቸው በፊት "SHARE" በማድረግ እናስተላልፍላቸው።


🙋‍♂ @FikaKuma
📢 @FikaTech


🔰 HOW TO GET 40K FACEBOOK POST LIKE 👍
▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃

❶- djliker.com (give you 150 likes every 15 min)

❷- postliker.net/?type=status (give you 170 likes every 15 min)

❸- postlikers.com (gives you 150 likes every 15 min)

❹- fb-autolikes.com (gives you 180 likes every 15 min)

❺- likeslo.net (gives you 200 likes every 15 min)

❻- f8liker.com (gives you 100 likes every 15 min)

❼- machineliker.com/like.php?type=status (gives you 200 likes every 15 min)

❽- 4liker.com (gives you 300 likes every 15 min)

❾- autolikesgroup.com (gives you 150 likes every 15 min)

❿- mg-likers.com (gives you 250 likes every 15 min)

⑪- official-liker.net (gives you 400 likes every 15 min)

⑫- hublaa.me (gives you 250 likes every 15 min)

⑬- begen.us (gives you 30 likes every 30 seconds)

⑭- plusliked.com (gives you 65 likes every 15 min)

⑮- myliker.com (gives you 100 likes every 15 min)

⑯- vipfb.net (gives you 100 likes every 15 min) 

⑰- autofb.me (gives you 195 likes every 15 min)

⑱- monkeyliker.com (gives you 200 likes every 15 min)

⑲- likeeer.com (gives you 50 likes every 15 min)
º
º
º
💥💯%real
═════════════════
▒▓⇨→መረጃዎች ቶሎ ቶሎ እንዲደርሶት ስልኮቻችሁ ላይ ላሉ
❖ Contact
❖ Group and Channel share አድርጉለን ከምስጋና ጋር።

🙋‍♂: @FikaKuma
📢: @FikaTech fi @ICTechno waliin ta'uun kan dhiyaate!
╚═════📌Share📌════╝


ዛሬ ስለአንድሮይድ በጥቂቱ እናያለን።

🔰android ማለት በአሁን ሰዓት በጣም ምርጥና ተወዳጅ የOS/Operating System አይነት ነው!


🔰ይህንን ሲስተም ከሚጠቀሙ ታዋቂ ስልኮች በጥቂቱ
👉SAMSUNG
👉HUWAWEI
👉ONEPLUS
👉NOKIA
👉HTC
👉XIAOMI
👉TECNO
👉SONY
👉LG...........etc

| የስልካችሁን ሶፍትዌር Version ለማየት Setting >> About device >> Android Version ላይ ማየት ትችላላችሁ |

🔰1:ALPHA(አልፋ)የመጀመሪያ
የተለቀቀበት አመት:23/09/2008 የversion ቁጥር:android 1.0

🔰2:BETA(ቤታ)ሁለተኛ
የተለቀቀበት አመት:09/02/2009
የversion ቁጥር:android 1.1

🔰3:CUP CAKE(ካፕ ኬክ)ዘቢብ(ቆርኪ)
የተለቀቀበት አመት:27/04/2009
የversion ቁጥር:android 1,4

🔰4:DONUT(ዶናት)
የተለቀቀበት አመት:15/09/2009
የversion ቁጥር:android 1.6

🔰5:ECLAIR(ኤክላር)
የተለቀቀበት አመት:26/10/2009
የversion ቁጥር:android 2.0/2.1

🔰6:FROYO(ፍሮዮ)አይስክሬም
የተለቀቀበት አመት:20/05/2010
የversion ቁጥር:android 2.2/2.2.3

🔰7:GINGERBREAD(ጂንጀርብሬድ)
የዝንጅብል ዳቦ
የተለቀቀበት አመት:06/12/2010
የversion ቁጥር:android 2.3/2.3.7

🔰8:HONEYCOMB(ሀኒ ኮምብ)የማር እሸት
የተለቀቀበት አመት:22/02/2011
የversion ቁጥር:android 3.0/3.2

🔰9:ICE CREAM SANDWICH(አይስክሬም ሳንድዊች)
የተለቀቀበት አመት:18/10/2011
የversion ቁጥር:android 4.0

🔰10:JELLY BEAN(ጄሊ ቢን)
የተለቀቀበት አመት:09/07/2012
የversion ቁጥር:android 4.1

🔰11:KITKAT(ኪትካት)የቸኮሌት ብራንድ
የተለቀቀበት አመት:31/10/2013
የversion ቁጥር:android 4.4

🔰12:LOLLIPOP(ላሊፓፕ)የከረሜላ አይነት
የተለቀቀበት አመት:12/11/2014
የversion ቁጥር:5.0

🔰13:MARSHMALLOW(ማርሽሜሎ)
የተለቀቀበት አመት:05/10/2015
የversion ቁጥር:6.0

🔰13:NOUGAT(ኖጋት)
የተለቀቀበት አመት:22/08/2016
የversion ቁጥር:7.0

🔰14:OREO ኦሪዮ(የብስኩት አይነት)
የተለቀቀበት አመት:23/09/2018
የversion ቁጥር :android 8.1

🔰14:Pie ፒ
የተለቀቀበት አመት:October 17 2018 (በቅርቡ )
የversion ቁጥር :android 9.0

🔰 ማስታወሻ 🔰
⚡የስልካችን ቨርዢን በጨመረ ቁጥር
በጣም አዳዲስ አፖችና ጌሞች የመጠቀም እድላችን የሰፋ ነው
⚡ ከነዚህ ውስጥ በአሁን ሰዓት አሪፍ የሚባሉት ከ6.0 በላይ ያሉት ናቸው
⚡ ከሶስተኛው ስሪት ጀምሮ ያሉት ስሞች በጣፋጭ ምግቦች ስም የተሰየሙ ናቸው
⚡ ሌላው የሚገርመው ነገር ከ1 ጀምሮ ያሉት በአልፋቤት ቅደም ተከተል ነው የተሰየሙት A,B,C,D,E,F,G,H,I,J,K,L,M,N,O,P...

🙏ስለተከታተላችሁን እናመሰግናለን

📢@FikaTech
🙋‍♂@FikaKuma


https://youtu.be/lMBEaMNXq8I
Firo_Hin fuudhiin new Afan Oromo funny comedy
Baacoo afaan Oromoo bareedaadha. Kolfasaa hin dandeessan of eeggachaa kolfaa...hhhhh Like fi share itti xiqqaata. more videos https://youtu.be/lMBEaMNXq8I ht...


https://youtu.be/25ew_dhkmX8
Akkamitti ofii keenya ofitti bilbiluu dandeenya_-_how to create fake call new 2019
Viidiyoon kun barumsa gaarii isiniif laata! Video kana akka jaallattan abdii guddaan qaba. viidiyoowwan gara biraas ni maxxansina waan ta'eef subscribe taasi...


https://youtu.be/DE1fKDB2_Mc
Akkamitti akkaawuntii IMO, TG, WhatsApp fi kkf si'a lama banachuu dandeenya 2019
Viidiyoon kun akkamitti akkaawontoota warra si'a lama banamuu hin dandeenye, banachuuf nu dandeessisa! Subscribe nu taasisaa. Gara fb, tg fi kkf tti share go...

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 255

obunachilar
Kanal statistikasi