Abbee fi kabbeen gammoojjii keessa osoo imaltuu deema jiranii beela fi dheebuun garmalee itti hammaate.
Abbee:- yaa Kabbee arra beela fi dhebuun du'uu keenyatu natti mul'acha jira.
Kabbee:- mee akkam ta'uu nuf wayya mala nuf dhawi ka?
Jirri kun otuma dadhabbiidhaan deema jiranii fagoo irraa masgiida tokko argan yeroo kana akkkana waliin jadhan
Abbee:- kabbe kottu deemne masgiida san seenna Ani maqaa koo niin jijjiradha kanaaf amma irra jalqabii Ahmed jedhii na waami.
Kabbee:- ani garuu maqaan koo hin jijjiiradhu akkanumattiin demee seena.
Abbee:- hayyee, dhimma keeti kottu ni sennaa.
Jarri lamaan kun akkuma isaan masgiida seenani fulli isaani waan harawa itti ta'eef Imaamni masgiida itti deema dhufe egaa nagiyaa gaafate booda akkana jedheen ijollee teenya keessumma fakkaattu mee wal haa barannuu jedheen. Abbee fi kabbeenis Hayyee jedhanii imaama biraan ofirra gad ta'aan.
Imaama:- hayyee maqaan keessan enyu isiniin jedhan jedhee gaafate
Abbee:- ani Ahmed jadhama jedheen Abbeen dafee dursee
Imaama:- hayyee atis itti fufi enyu maqaan kee?
Kabbee:- Kabbeen jedhama
Yeroo kana imaamni Namticha Misgiidatti ummata keessumessu tokko Hamzaa jedhee waame akkana jadheen👇
Imaama:- Hamza deemiti oboleeysa keenya Kabbeef waan nyaatu fi wan dhugu fidiif. Obboleeysi kenya Ahmed immo amma soomana(tsomii) wan ta'eef yeroo sa'aati gahe waliin hafxira nyaanna yeroo jedhu.
Abbeen wan imaamni jedhe yeroo dhagahu bakkuma ta'uu jirutti gagaba(fent) qiliw ja'ee lafa dhawe.😂
Feetan kofla ani kotiif kolfeen jira.😂
😂😁😂😁😂😁😂
Bro Maliiga ilaalte natti callisuun aboo hiriyoota muslimaa yoo qabaatte share share godhi