✿Qoosaa
Mucaa tokkootu haadha isaa wajjin osoo deemuu namticha fincaan fincaa'u tokko arge, kana booda "namtichi kun maal hojjechaa jira?" jedhee haadha isaa gaafate. haati isaas saalfattee "siiqsaa jira" jettee deebisteef! Guyyaa biraa mucaan sun abbaa isaa waliin osoo rafuu fincaan qabe! Abbaa isaa tumatee dammaqsee "siiqsuun barbaada" jedhe sababni isaa siiqsuun fincaa'uu akka ta'etti waan hubateef. kana booda abbaan isaa rakkoo mucaa waan hin beekneef " yaa mucaa koo, halkaniin hin siiqsanii rafi" jedheen! Fincaanni mucaa waan sardeef mucaan ammaas irra deebi'ee gaafate, dhumarratti abbaan waan godhu dhabee "erga jettee immoo, sagalee isaa gadi qabii gorra kootti siiqsi jedhe!" abbaan isaa gaafa gadi jedhu mucaan gurra abbaa isaatti fincaa'e jedhama!