"Guyyaan firii qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa itti ibsamu hin murteeffamne", Reedii shifaa.
Daayirektarti sabqunnamtii
hawaasaa Ejensiin madaallii barnootaafi qormaataa biyyaalessaa Reedii Shifaa "Qorumsii "sororfamaa jira jedhan.
Reedii Shifaa guyyaan qormaanni kun itti ibsamus akka hin murteeffanne dubbataniiru.
Firiin qormaataa guyyaa kana ibsama jedhamee wanti ibsame hin jiru. Kanaaf guyyaa kana ifa godhama jechuun hin danda'amu jedhan.
Naannoowwan rakkoon nageenyaa jirutti barattoota qormaata hin fudhannef, ji'a tokko booda qormaata akka fudhatan ni goona jedhamee kan ture yoo ta'us, haala yeroo ammaa jiruun kennamuu akka hin dandeenye ibsaniiru.
Naannoowwan kun tasgabbaa’aa kan jiran yoo ta’us, barattoonni kun qormaata fudhachuuf of qopheessuu akka qabanis, dhaamnaiiru. Hunda keessaniifuu Carraa gaarii!!