👉حكمة اليوم
🦜هدد تسبب في إسلام أمة
🕷ونملة غيرت مسار جيش
🦅وغراب علم البشر الدفن
🦈وحوت أنقذ نبي الله
🐘وفيل رفض هدم الكعبة
🕴وكثير من الناس
"كالأنعام بل هم أضل"
🦜Sinbirreen Hud hud Jedhamtu sababaa Islaamuu Biyya Guutuu taate
🕷Mixiin Karaa Deemsa Waraanaa jijjiirte ..
🦅Harraageessi Wal Awwaaluu Nama barsiise ..
🐋Qurxummiin Nabiyyii Lubbuu Baraarte ..
🐘Arbi Ka'abaa Diiguu dide ..
😡Garuu Ilmi Namaa Hedduu Akka Bineensaa Ta'e .. Bineensaa irras Badaadha .
🌓ما أجمل أن تكون كالبحر ..
💫لا أحد يعرف أسرارها
🌙خارجك هادئ
☀️وداخلك عالم عميق
🌴Akka Baharaa ta'uu caala Wanni Caalu Hin jiru
💦Baharaa Namni Tokko waan Isa Keessaa Hin Beeku
🌊Gubbaan Tasgabbiidhaan Deema
🏆Keessi Isaa waa Hedduun Guutame .
👥العلاقات كلعصفور ..
إن أمسكتها بقوة تموت وإن أمسكتها بتساهل تطير .. فقط امسكها بعناية .
👥Hariiroon Ilma Namaa Akka sinbiraati ..
➖Sinbira Jabeessitee Yoo Qabde si Harkatti Duuti
➖Yoo Laaffistee Qabde si Harkaa Bararti
🧠Itti Yaaduun Qofa Qabi .
Maddi Odeeffannoo
https://t.me/Alrisala1