📕Barnoota Aqiidaa
Kutaa 5ffaa📀
📚HADIISA RABBIIN UUMAA ISAA WAJJIIN JIRAACHUU SABACHIISU 📚
📙[Ragaan] jecha Rasuulaati :(s.a.w)
((“Irra caalaan Iimaanaa:
Allaahaan bakka hundatti sii waliin jiraachuu beekuudha.”))
Imaamu xabraniin awsax keessatti gabaase jira.
📘Ammas [ragaan biroo] jecha Rasuulaati:
((“Tokkoon keessan yeroo salaataaf dhaabbate, gama ful durasaattii fi mirgasaatti
hin tufin. Allaahaan gama ful dura isaa jira waan taheef, garuu gama bitaatti
ykn hirpha isaa jalatti [haa tufu].”))
Bukhaarii fi Muslim:
📗Ammas ragaan jecha Rasuulaati: (s.a.w)
yeroo sahaabaan
zikriidhaan iyyanii sagalee ol fuudhan [ni ja’e]: ((“ Yaa ilmaan namaa lubbuu
keessan irratti laaffissaa, isin Nama duudaa fi fagaataa (kan isinirraa fagoo jiru) hin
kadhattan. Garuu kan isin kadhattan Rabbi s.w dhagayaa fi argaa taheedha. Bar inni isin kadhattan (yaammattan) gama tokkoo keessanitti morma yaabbii
(Idda hamaa) keessanirra isinitti dhihaataadha”))
Irratti wali galamaadha Bukhaarii: Muslim:
📋IBSA.
Hadiissan dabarsine keessatti Rabbiin gabarran Isaatti dhihoo
akka tahe sabchiisuutu keessa jira. Ahlus-Sunnaan akkuma
hadiisaa fi Qur’aanni jedhe jedhan, Rabbiin Gabroottan isatti dhihaataadha akka isaaf malutti itti fufa...✍
╔══━▒๑•ั📚•ั๑▒━━═╗
🌷 @B_islaamummaa 🌷
╚═━━▒๑•ั📚•ั๑▒━══╝