๐ Beautyfull ๐
Jartiiin Bilbila ishee charjii irra goote Tessee Jarsa ishee waliin otuu Hasawaa jirtu Bilbilli ishee iyyee.
Yeroo kana jarsii ishee dafee lafaa ol ka'ee bilbila fudhe yeroo ilaalu dallane enyu kan sa'aati kanan Beautyfull jadhee sif ergu jadhee itti lallabee.
Isheenis naasuudhan saffisaan lafaa kaate yeroo ilaaltu, jaarsa ishee caalaa dallante๐ก.
Jarsaa isheetin yoo maal jatteen gaariidha sitti fakkaate
..
..
Boo doofa, jazba battery full jedha malee beautyfull jadha?hin jattuun seetani.๐๐๐๐๐๐
Feetan koflaa ani kotiif kofleen jira.๐๐คฃ๐๐คฃ๐๐คฃ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
Maaliga kophaa kofaluun are Hiriyoota keetif share godhi isaanis haa koflanii
@Galleryketchw