#lmimmaan_Ija_Tokkoo_Asoosam_Gabaabaa_Kutaa 3ffaa
______________________________
Kutaa 1 fi 2 @jaalala_dhuga jalaa dubbisi!
=============================
Hin Xumurtu Taanan Hin Jalqabin Yeroo
Asoosama Kana Dubbistan Akka Waan Yeroo
Keessan Gubdaniitti Hin Ilaalinaa.
==============================
Dubbisa Gaarii Siif Haa Ta'u!
Xalayyichii kan Qalbiseen ergiteef akkas
jedha...
" ....Akkam jirta nagaa keetii? Ani jaalala
Keetiin hirriba dhabuu irraan kan hafe
naguma kooti. Jechii koo kun tarii si
rifachiisuu danda’a. Sababiin isaas atii kan
beektu hiriyummaa keenya isa mana
barumsaa waan ta’eef . Ani guyyaa tokkollee
sammuun koo miira
kana keessummessa jedhee yaadee hin
beekun ture. Garuu muudannoon jireenya
waan namatti fiduu hin beekan mitiiree.
Qalbiin koos Doonii jaalala yaabbatte
Sidhuunfachuuf dharraatee Jirtii. Umrii koo
guutuu gammachuu dhaan sifaana dabarsuuf
hawwuun koo waggaa lamaa ol
lakkofsisuudhaaf baati muraasatu hafee.
Maaloo Girma ko jaalala koo isa dhugaatif
deebii ishii
laachuufi qabdu laadhuf. ani hawwiin koo
inni guddaan baradhee bakka guddaa ga'ee
maatiikoos gammachiisee nama biyyasaatif
bu'aa buusu ta'un fedha. Atiis kanuma feeta
mitiiree? yoo akkana hin taane barnoota Koo
Addaan kutuuf dirqameera. Girma , yeroon
akkas siin jedhu Si sodaachisuuf Miti. Itti
fufuf humna hin qabaadhu waan ta’ef malee.
********************
Xalayaa koo kana akkuma dubbisteen deebii
akka naaf laattuuf abdiidhaanin sirraa
eeggadha. jaalalli ani siif qabu kan onnee
koo Irra madduu dha. Onneen koo sodaa
tokko malee si amanattee si waliin jaalala
dhugaa dhamdhamuuf waada siif seenteetti.
atis onneekoo ishee dheebuu jaalala keetii
ba'uf jettee gufun rukutamaa murxuxxe Itti
darbatamu gadii Jette dabarsaa Siif Jecha
miidhamni guddaan Irra ga'e osoo Wal'aanu
dandessu osoo dheebu baasu dandessu na
jalaa hin callisiin!
Addunyaan ganda tokko taate jedhame
Waa’ee Gilobalization Fi gaafa fageenya
Technology weeyita Ka’u, yaada Koo
qalamaan waraqaa Irratti tarreesse siif
barreessun sodaadhe. “Maal Isheen? hin
Qaroomtuu?” jettee waan yaaddu natti
fakkaata waan tureef. hardha garuu, yaada Fi
jechoota Sirra Dhufan Hundaa Danda’u dhaaf
of qopheesse xalayaa kana siif barreessuf
murteesse."
Xaliyyicha battalumaa dubbiseen Innis
barreessuf dirqame akka ishee jaallatus
onnee isaa guutun itti hime. isheenis hin
gammadde.
utuuma akkasiin Jirani Foormiin Kutaa
Saddeettaffaa guutun ga'e hunda dura kan
inni yaada isaa irra kaawwatee jiru maqaa
isaati. amma kutaa 8ffaa ga'eera kanaan
booda maqaa kiyya jijjirachuun qaba barana
jedhe of amansiise yeroo foormii guutun
ga'u dursee qalbiseetif gaaffii dhiyeesseef
Qalbii koo maqaa naaf moggaasi jedheen
isheniis takka dhaabbattee yaaddee
gammachudhan maqaa isaa Moorkii jettee
moggaasteef Innis moggaasa isheen
Moggaasteefin maqaa alagaa of irraa
calaase.
Moorkiin hiriyyoota isaa biratti hedduu
jaallatamuuf kabajamuu Eegale barattootaafi
barsiistootan .
Haallii jireenya Isaas Kan ofitti nama hawatu
ture. waggaa tokko booda Mana Barnoota
Keessatti Gumii Aadaaf Seenaa Oromoo
(GASO) Hundeessan Ijoollee walitti qabanii
walaloo, Baacoo, Geerarsa , Seenaa Bara
durii Kan akaakileen keenya keessa
dabarsaa dhufan Ijoollee barsiisuu itti fuufan.
Ijoolleenis akka jaarsa buleetti Dhaggeeffatu
. kanumaanis ijoollee hedduu eenyuumma
isaanii of barsiisan barattoonni kan duraan
Oromummaa laafisaa turanis hangafuummaa
oromummaf kennuu eegalan ijoolleen tokko
tokkon kan Afaan Amaariffaa fayyadamanis
amma ofii harkaa gatanii afan dhalolta
isaniitti deebi'aniru.
Guyyaa tokko dhuma cufinsa mana
barnoataa isaanii irratti morkiin walaloo
mata dureen ishee Godaansa jettu
katabuudhaan gara waltajjitti ba'udhaan
yeroo inni walaleessu barsiisootaa mana
baruumsaa sanaafi maatii barattoota
hundaan ajaa'ibsiifameera.
walaloon isasi akkasi jettii......
.....Itti Fufa
Kutaan Itti Aanuu Akka Sii Bira Ga'uuf #Share godhi
Waan Tokko Sii Hin Miidhu #Share Godhii
Join our channel
@jaalala_dhuga