#As_wr_wb
Akkam obboleettii
Atis obboleessaa
Hanguman beekurraan
Waa xiqqoo sigorsaa
Ibaadaa hojjadhu
Maalumaaf gadteessaa
Deebi'ii toobadhu
Badii kee hundasaa
Salaata salaattee
Maaliif hin qaraatuu
Hamma yeroo gubdee
Feesbuuka ilaaltu
Qur'aana banattee
Irraa hin qaraatuu
Zikrii jechuudhaan
Arraba hin jiifattuu
Waa'ee diinii keetii
Gadteessee hin barattuu
Ummata muslimaa
Maaliif gowwaa taana
Yoomuma barannee
ilmaan barsiifanna
Osoo yeroo qabnuu
Maaliif yeroo gubna
Osoo fayyaa qabnuu
Maaliif du'a eegna
Barnoota barannee
Ilmaan habarsiifnu
Obsa woliif dhaamnee
Woliif haa obsinu
Sadaqaa kennannee
Miskiina ha nyaachifnu
Wonta toltuu ta'e
Hunda ha hojjennu
Isa badii ta'e
Irraa hafagaannu
Isa balleessineef
Araarama ha gaafannu
Akka rabbiin bira
Jennata argannuu
✍✍✍✍✍✍✍✍ ✍Akmal(@ Ibnul_Islaam)
Share & forward
Join this 👇 channel
👉@Kennaapost👈
👉@Kennaapost
👆
T.me/Kennaapost
Akkam obboleettii
Atis obboleessaa
Hanguman beekurraan
Waa xiqqoo sigorsaa
Ibaadaa hojjadhu
Maalumaaf gadteessaa
Deebi'ii toobadhu
Badii kee hundasaa
Salaata salaattee
Maaliif hin qaraatuu
Hamma yeroo gubdee
Feesbuuka ilaaltu
Qur'aana banattee
Irraa hin qaraatuu
Zikrii jechuudhaan
Arraba hin jiifattuu
Waa'ee diinii keetii
Gadteessee hin barattuu
Ummata muslimaa
Maaliif gowwaa taana
Yoomuma barannee
ilmaan barsiifanna
Osoo yeroo qabnuu
Maaliif yeroo gubna
Osoo fayyaa qabnuu
Maaliif du'a eegna
Barnoota barannee
Ilmaan habarsiifnu
Obsa woliif dhaamnee
Woliif haa obsinu
Sadaqaa kennannee
Miskiina ha nyaachifnu
Wonta toltuu ta'e
Hunda ha hojjennu
Isa badii ta'e
Irraa hafagaannu
Isa balleessineef
Araarama ha gaafannu
Akka rabbiin bira
Jennata argannuu
✍✍✍✍✍✍✍✍ ✍Akmal(@ Ibnul_Islaam)
Share & forward
Join this 👇 channel
👉@Kennaapost👈
👉@Kennaapost
👆
T.me/Kennaapost