KENNAA


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!

Chaanaalii kanaa
🍇DA'AWAA
🍇ODEEYFANNOO
🍇WALALOO
🍇ASOOSAMA
🍇SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@Kenase_bot irraan nu biraan gahaa!!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Gumii Dhimmoota Islaamummaa: ''Deebii quubsaa hin argannu taanaan filannoo biraatti deemna''

Gumiin Dhimmoota Islaamummaa xalayaa Mootummaa Naannoo Amaaraaf barreesse keessatti dhimma haleelamuu masjiidota Moxaa irratti waan pirezidaantiin naannichaa dubbatan komate.

Akka hoogganaan Boordii Gumii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Kamaal Haarun jedhanitti, haleellaa masjiidota Moxaa irratti raawwateen booda magaalota naannoo Amaaraa garaagaraa keessatti hawaasi muslimaa hiriira ba'uun gaaffii qabu dhiyeessaa turullee namni dhaggeeffate hin turre.
Mootummaan naannochaa gaaffii gaafatame tuffatee bira darbe. Nuti garuu hojii tasgabbeessuu hojjechaa turre,'' kan jedhan Kamaal Haarun, ''Yoo mootummaan tarkaanfii sirreeffamaa hin fudhatu ta'e filannoo biraatti deemna,'' jedhan.

''Pirezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Tamasgeen Xuruunah guyyaa jala bultii ayyaanaa ergaa dabarsan keessatti, waa'ee gubachuu masjiidota Moxaa wayita dubbatan hawaasa muslimaatiin raawwatame jechuunsaaniii rakkoo biraa kan kakaasuudha.jechuun haalan.

''Namni mataa biyyaa ta'ee fi aangoo olaanaa biyya keessatti qabu kun haala kanaan dubbii mataa dabsee ibsa kennuun waan qaanessaadha.
Kanaaf mootummaan hatattamaan gaafilee jiru nuun deebisu taanaan qabsoo kan eegallu ta'a.

maddi BBC dha
Inshaa Allah AL Nasru Lil Islaam💪 share👇👇👇

@Kennaapost
t.me/Kennaapost


​​Dr. Zaakir Naayik fi Dr. Yaasir Qaadii turtii yeroo dheeraa booda wal argan.


#Nuuralhudaa


Daa’iin beekkamaan Islaamaa fi Lammii Ameerikaa Dr. Yaasir Qaadii Hayyuu Islaamaa Dr. Zaakir Naayik wajji wal arkuu isaa fuula Facebook isaarratti ibse. Dr. Zaakir Naayik Fayyaa guutuu qabaatuu isaatii fi fuulduratti waan guddaa hojjachuuf karoorfatuu isaatis himeera. Hayyuun Islaamaa Guddichi Dr. Zaakir Naayik Waan karoorfate himuus baatu, ummanni Muslimaa du’aa’ii akka godhuuf gaafate. Gama biraatiin Mootummaan Shoorarkeessaan Indiyaa kan Moodiin durfamu himannaa dharaa Dr. Zaakir Naayik irratti banuun isaa ni yaadatama. Himannaa kanaanis qabeenyi Dr. Zaakir kan Indiyaa keessa jiru guutumaan guututti uggaramee innis gara biyyaa akka hin deebine dhoorkameera. Haa ta’u malee mootummaan Indiyaa, ergamtoota isaa gara Dr. Zaakir erguun, “tarkaanfii Mootummaan Indiyaa ummata Muslimaa Kaashmiir irratti fudhataa jiru yoo deeggarte, qabeenyi hundi siif deebifamee, himannaanis sirraa haqama” jedheenii ture. Mootummaan Indiyaa akkana jechuun isaa durumayyuu himannaan himannaa siyaasaa malee himannaa dhugaa akka hin taane mul’isa jedhe Dr. Yaasir Qaadii. Xumura irrattis yaada mootummaan Indiyaa dhiheesse cufa Dr. Zaakir Naayik diduu isaa Dr. Yaasir Qaadii dhaamsa arra Facebook irratti maxxanseen ibseera.


Rabbin guddaan hayyuu islaamaa guddicha bakkuma jirutti shira adawwii jalaa isa haa tiysu!

#Dr_Zakir_Naik
#Dr_Yasir_Qadi
@Kennaapost
@Kennaapost


💕=======AS WB WB =========💕
♻️Ergamaan Rabbii{ ﷺ } Zabana Booda Namnii Diinii Rabbii Qabate Akkaa Nama Dhamala Ibiddaa Harkatti QabatetiJedhan

Warra Harka Mirgaatin Cimsee Qabatu Rabbiin Nuhaa Godhu @S


Tajaajila interneetii uguruu fi mirga odeeffannoo argachuu...

Akkaataa Labsii Mirga namoomaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 'Universal Declaration of Human Rights' jedhamuutti mirgi odeeffannoo mirga dhalli namaa uumamaan gonfateedha kan jedhan ogeessi seeraa Obbo Milkiyaas Bulchaa, heerri mootummaa Itoophiyaas kanumarraa fudhatame jedhan.

Walii galtee seera Siivilii fi Siyaasaa Idil-addunyaa keewwata 19 jalattimmoo namni kamiyyuu uumamaan mirga odeeffannoo bilisaan argachuu qaba jedha.

Akkaataa keewwata kanaatti namni kamuu odeeffannoo barbaade dhiibbaa fi daangaa tokko malee argachuu, dabarsuu fi barbaaduuf mirga uumamaan gonfateera.

Odeeffannoo kanas afaaniin, barreeffamaan, bifa aartiitiin,ykn miidiyaa barbaadeen argachuu fi kennuuf namni kamuu mirga akka qabu keewwati kun ni kaa'a.

(BBC Afaan Oromoo)
@Kennaapost
@Kennaapost


وَٱلْمُحْصَنَٰتُ مِنَ ٱلنِّسَآءِ إِلَّا مَا مَلَكَتْ أَيْمَٰنُكُمْۖ كِتَٰبَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْۚ وَأُحِلَّ لَكُم مَّا وَرَآءَ ذَٰلِكُمْ أَن تَبْتَغُوا۟ بِأَمْوَٰلِكُم مُّحْصِنِينَ غَيْرَ مُسَٰفِحِينَۚ فَمَا ٱسْتَمْتَعْتُم بِهِۦ مِنْهُنَّ فَـَٔاتُوهُنَّ أُجُورَهُنَّ فَرِيضَةًۚ وَلَا جُنَاحَ عَلَيْكُمْ فِيمَا تَرَٰضَيْتُم بِهِۦ مِنۢ بَعْدِ ٱلْفَرِيضَةِۚ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِيمًا حَكِيمًا

Dubartoota irraayis isaan (dhiiraan) tikfaman kan harki keessan dhuunfatte malee (dhorgamaa dha)Heera Rabbiin isin irratti murteesse (qabadhaa)Warra kanneeniin ala jiran of tiksaa sagaagalummaa irraa fagaataa taatanii qabeenya keessaniin barbaaduun isiniif eeyyamameeraIsaan irraa (warra qunnamtii saalaa waliin raawwachuun) ittiin qananiitan mahriiwwan isaanii haala dirqama ta'een isaanii kennaaWaan erga mahriin murtaa’ee booda ittiin wal jaalattan keessa badiin isin irra hin jiruDhugumatti Rabbiin beekaa, ogeessa ta’eera.

@Nasihatuzawaj suratul

An-nisa'a

By Sumayaa Bint mukhtar ✍




#Gorsa_Hadiisaa

• Abuu Kiraash As-Sulamii irraa (Rabbiin isarraa haa jaalatu) , Ergamaan Rabbii (Nagayaafii Rahmanni Allaah isaanirra haa jiraatu) Akkana jedhan:"
Namni obboleessa isaatiin waggaa tokko oode (Wal lolanii araaramuunii dhabe ) akka nama dhiiga dhangalaaseeti '' .

Abuu Daawuud lakkoofsa ( 4915) irratti , Imaamu Ahmad (17935) irratti galmeessan.
Murtiin Hadiisaa: Imaamu Albaaniitu Sahiiha jedheen .

Rabbiin Rahmata nuuf godhu !


ምን እነግርሃለው ?
እንደምታየው ነው።
............................
የተለኮሰ ህንፃ እሳት ሲንበለበል
የሚጨፍር መንጋ ዜማ ሲቀባበል
የተዘረፈ እቃ አደባባይ ሲሸጥ
የገበርከው ገንዘብ ለጠላትህ ሲሰጥ
እንደምታየው ነው።
............................
ከሰል የመሰለ የመስጅድ ምሶሶ
ሆድ የባሰው አባት ያደባባይ ለቅሶ
የመአት ሰልፈኛ ድምፁ የተናቀ
በሌባ አሰተዳደር ጩኸት የተቀማ እምባ የተነጠቀ
እንደምታየው ነው ...
................................
ጠላት ሲጠራራ ደርሶ ሲደጋገፍ
ሊሸፍን ሲቋምጥ አንደኛው ያንዱን ግፍ
ያኡመተል ኢስላም
አንተው ምትቀማ አንተው ምትከሰስ
አንተው ምትበደል አንተው ምትወቀስ
አንተው ምትቃጠል ንብረትህ የሚነድ
አንተው ተጠርጥረህ ባንተው ላይ ሚፈረድ
እንደምታየው ነው ።
.......................................
አማራጭ የለህም ከመዋደድ ሌላ
ከዘርም ከጎጥም ይበልጥብህ ሆኗል ኡኹወቱን ፊላ
አዎ ተጠራራ እንደተጠራሩት
ሂዱ ለአፋሩ ለሶማሌው ጀግና በደሉን ንገሩት
ኦሮሞው አማራው ከተሜው ገጠሬው
አስረዱት ይወቀው የነገረው ወሬው
ከሚናራው ግርጌ ከቁባው ጥላስር
ሙስሊሙ ይመካከር ቃል ኪዳን ይታሰር
#ወአኢዱ_ለሁም_መስተጣእቱም_ሚን_ቁዋ"
ይደራጅ ወጣቱ ለዲኑ እንዲሰዋ
© Salahadin Alli
T.me/Kennaapost


Assalaamu'aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu.

ﻋَﻦْ ﺍﺑْﻦِ ﻋُﻤَﺮَ ﻗَﺎﻝَ : ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ
ﻭَﺳَﻠَّﻢَ ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ. ﺭﻭﺍﻩ ﺃﺑﻮ ﺩﺍﻭﺩ.
‏( ﺍﻟﻠﺒﺎﺱ / 3512 ‏) ﻗﺎﻝ ﺍﻷﻟﺒﺎﻧﻲ ﻓﻲ ﺻﺤﻴﺢ ﺃﺑﻲ ﺩﺍﻭﺩ
: ﺣﺴﻦ ﺻﺤﻴﺢ . ﺑﺮﻗﻢ ‏( 3401 ).
● Abdallaah ibn Umar irraa ergamaan rabbii (saw) "Namni ummata tokkotti fakkate isaanumarraahi" jedhan.
√ kana jechuun muslimni kaafiratti fakkate, kaafirumarraahi, dubartiin dhiiga hidhiitti dibattee shallee(dubartii zinaa gootutti) fakkaatte isumarraahi, kan shittoo dibattee dubartii kaafiraatti fakkaatte yeroo manaa baate jechuudha isumarraahi. Kana jechuun isii wajjiin taati jechuudha. Mee obboleeyyan Ibaadaa gootee yeroo kaafira wajji taatu maal ofiin jettu?
●Dhiirtiniis akkanuma. Kan surree/kofoo firratti ciree, mataa jala qoree, qalamaan of buburreessee kaafiratti fakkaate isaanumarraahi. Yaa obboleeyyan nuti shari'aa 100% guutuu taate qabna. Kaafirri yoo gara rabbii otuu hin deebi'in du'e rabbirraa humaa hin qabu. Atihoo, Anihoo akkami jiruun teenya? Rabbirraa maal khajeella?
★★★Of haa qorannu, osoo qorannaan rabbii nutti hin dhufin.★★★ @Kennaappst


Sumayaa Bint Mukhtar قال رسول الله ﷺ : ‏يَا أَيُّهَا النَّاسُ ‏تُوبُوا إلى اللهِ dan repost
اللَّهُمَ أنْت رَبي لا ألَهَ إلا أَنت خَلَقتَني وانَا عَبْدُك وأَنَا عَلَى عهْدِك ووَعْدِك مَا استَطَعْت اعوْذ بِكَ مِن شَر مَا صنعْتُ وأبُوْء لَكَ بِنعْمَتِك عَلَي وأبُوء بِذنَبِي فَاغفِر لِي فإنَّه لايَغفِر الذنُوب الاَّ أَنت
@S


Sumayaa Bint Mukhtar قال رسول الله ﷺ : ‏يَا أَيُّهَا النَّاسُ ‏تُوبُوا إلى اللهِ dan repost
Jecha Kee Maalaaykaan Katabutti Akka Waal Dorgoman Hin Barbaadda

Ergamaan Rabbii { ﷺ } Sahaabaa Isaatiin Osoo Salachisa Jiruu Yero Rukuu'a irra oll Dhaabbatu Sami'allahu liman Hamidah Jennan Tokko Isaa Duba Rabban Walakal Hamd Hamdan Kasiiran Xayyiban Mubaarakan Fiihi Je'e Yeroo Saalaata Fixate Booda Nabiyin Rabbii Eenyuutu Jechaa Raban Walakal Hamd Hamdan Kasiran Xayiban Mubarakan Fiih Je'e Je'an Gafate Gurbaan Ana Jannan Nabiyyiin Rabbii hin Je'ee { Malaaykaan Soddomii Wahi Jecha Kee Kanaf Enyuutu Dura Kataba Kan Wal Dorgomanin Arke } Yaa Allah
Laalladhu Yero Jecha Kee Malaykaan Katabuuf itti Dorgomtuu Jecha Laafaa Sawaaba Guddaa
Share Godhi Jzk
By @Sumayaa Bint mukhtar ✍


Nasiihatu Azzawaaj dan repost
~●♡Bultii Islaamaa♡●~

❤️Yaa hadhaa manaa tiya qalii nati hin jijiramiin adara😭

Naf hubadhu yaa habibati tiyaa

✍ NAFA HUBADHUU👌

👁‍🗨ijii ko wan baduu akaa sirati hin arkine

👁‍🗨Guri ko wan baduu akaa siraa hin dhagenye

👁‍🗨Funyaan ko akaa wan xirawaa {ajawaa) siraa hin funfane ( ugofane ) hin ( dhofane)

👁‍🗨Qalbii kee kesati wan baduu akaa natii hin yanee hin ( asabane)

👁‍🗨Harkii kee wan badaan akaa nati hin demane narati hin (hojane)

👁‍🗨Milii kee anaa male nama birati aka 😭zinatii😭 hin demane

👁‍🗨icitin Kenya akaa alaa hin banee

👁‍🗨Yaa dogongore naa gorfadhu

👁‍🗨Wan barbadee hunda nati himadhuu

👁‍🗨Wan ani sin je'u hunda nara fudhadhu

👁‍🗨Gamachuu fi gadaa ko hundaa nara qodadhu

👁‍🗨🙈Nan sodatin harkaa kee nara kawadhu😁😔✍ itii fufaa✍


@Nasihatuzawaj

By @Sumayaa Bint mukhtar@ ✍


Sumayaa Bint Mukhtar قال رسول الله ﷺ : ‏يَا أَيُّهَا النَّاسُ ‏تُوبُوا إلى اللهِ dan repost
yaa ilmaa namaa osoo malakuulmot sittiin bilbiliin garaa rabbii kettiii bilbiladhuu jedhaa dubbisaaa 👇👇😢

Yaa Ilma Namaa....

Onnee tee qur'aanaa fi hadiisaan chaarji godhi

Ulfaatina qaama keetii osoo hin taane dalagaa kee madaali.

Osoo malakul moowti sitti hin bilbilin gara rabbii keetii bibliladhu

Ati Rabbii (s.w) fi Rasuula (saw) jaalannaan aduwwiin keetis dirqamee si jaalata.

Rabbiin uumamaan kennaa siif kennee jira,bantee ilaaluun gahee keeti.

Suuraa kee osoo hin taane sammuu kee jijjiiri.

Yeroon hin dhaabbattu dunuunfattee fiiddi,gaarii ittiin dalagi ofirraa dhiisi badii

Nama osoo jiru gargaaruu jibbite awwaala isaatiif tokkoffaa hin hiriirin

Qabeenyi fixeensaa,Gargaariin hiyyeessa
Yeroo qabrii seente dhufee si booharsaa

Qurxummiin bishaan malee, Muslimni salaata malee jiraachuun hin mallee Salaata hin dhiisini hanga lubbuun jirtu

Du'uun hin ooluutii silaafuu hin waartuu


Mootummaan naannoo Amaaraa miidhaa Mooxaa sanaaf jecha Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuuf qophaa'aara
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★

Itti gaafatamtoonni sababa shororkaa Mooxaa hidhamanii turan hiikamaniiru

Naannichi daldaltootaaf beenyaa kennuu dhiisee gibira kafaluu gaafataara.

Wixata Muddee 27/2012 Finfinnee Itoophiyaa

@ Sagaleen keenya haadhaga'amu

Miidhaa magaalaa Mooxaatti aangawoota mootummaafi poolisoota dabalatee masjida afuriifi dhaabbilee daldala Musljmaa irratti raawwatame ilaalchisee gaaffiin 5 manni marii dhimma Islaamaa isaaniif dhiheesse hanga ammaatti hin deebine. Miidhaa sanaan wal qabatee aangawoonni afur hidhamanii turanis hiikamaniiru.
Miidhaa kanaan dura masjidota naannichaa irratti raawwatameef kan godhames kanuma. Naamnicha keessatti masjidni baay'een gubatee baay'een diigameera. Garuu namni itti murteeffame tokkollee hin jiru. Fafakkeessuu qofaaf guyyaa murtaa'aa namoonni murtaa'oon hidhamanii ba'u.

Miidhaa Mooxaa kanaan manneeniifi suuqii 400 ol akka gubaman godhameera. Garuu mootummaan naannichaa warri harka keessa galfatan dura bu'ootas dabalatee warra miidhameef beenyaa kafaluufi gadi dhaabuu dhiisanii ariitiin gibira akka kafalan ajaja dabarsaniiru. Warra daldalee qaraxa kafalu tiksuu dhiisanii warra saamame gibira gaafachuun namooma dhabuudha.

Miidhaan kun hundi ga'uu didee rakkoo dhaqqabeef itti gaafatamaa muslimootuma gochuun baay'ee nama gaddisiisa. Har'a bulchaan naannichA Ob. Tamasgen Xiruneh ibsa kennaniin "warri majlisa seera qabeessa diiguuf socho'aa turan gubaa masjidichaatti hirmaataniiru" jedhee ibse. Kana jechuun naannichi Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuufi erga saamichaatii tarkaanfii mootummaatiif saaxilamuuf deemu. Akkuma Mooxaa isaan kaan irrattis tarkaanfiin ni fudhatamaa akeeka.

Miidhaa kana hundaaf bulchaan naannichaa warra ergama addaa qabu jalatti kufee Muslimoota qoqooduuf hojjataa jiruuf majlisni naannoo Amaaraa yeroo wayyaaneetii kaasee hin jijjiiramintu itti gaafatama; seenaattis galmaa'ee taa'uu qaba.

Lammii dhugaatti dabuufi haqaaf qabsaa'u uumuudhaan biyya keenya gara qaroominaatti ceesifna.

Via #ustaaz_Ahmeddiin_Jebal
@Kennaappst
T.me/Kennaapost


Nasiihatu Azzawaaj dan repost
Yaa habiibi sila ati akaa ani si jaladhuu ni bekata 😊

Yaa habibati atu hanagaa ani si jaladhuu ni bekata 😌

Yaa Habiibi ani jalallaa si jaladhuu mal sif tahe sif ibsa 😢
Yaa habibati tiyaa wan naf gotu
👉 yero ani si ilalluu ijaa ke naf bane
👉 yero ani alaa galu fulaa ifaan na egii
👉 yero ani si yamu sagalee te baredu sanin wayeeee nan je'i🥰
👉 kophaa na dhifate alaa keysa hin demin
👉 iciti anf si jiduu nama birati hin himin jiduu tiyafi te namani akaa hin sene
👉 haqaa kiyaa dabarsite nama biratif hin latin
👉 sobamate bulati te halallaa hin facasin
Fi k k f k fa'a

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍

@Nasihatuzawaj


Sadarakaa Amiiiiiiiin jechudha

✍ Abii hureyraan رضي الله عنه قال قال رسول الله صلى الله عليه وسلم akan je'an je'e yero Tokkoon keessan Amiiiiiiiin jedhe maleykaanisa Samii keysa Amiiiiiiiin jeti yoo walitti qajeele badii isaa tan dabarte araramaa argata

Bukhaarii 781 Muslim 72/410
Lafziin bukhaariiti

By @ Sumayaa Bint mukhtar ✍

T.me/Kennaapost


#As_wr_wb
Akkam obboleettii
Atis obboleessaa
Hanguman beekurraan
Waa xiqqoo sigorsaa
Ibaadaa hojjadhu
Maalumaaf gadteessaa
Deebi'ii toobadhu
Badii kee hundasaa

Salaata salaattee
Maaliif hin qaraatuu
Hamma yeroo gubdee
Feesbuuka ilaaltu
Qur'aana banattee
Irraa hin qaraatuu
Zikrii jechuudhaan
Arraba hin jiifattuu
Waa'ee diinii keetii
Gadteessee hin barattuu

Ummata muslimaa
Maaliif gowwaa taana
Yoomuma barannee
ilmaan barsiifanna
Osoo yeroo qabnuu
Maaliif yeroo gubna
Osoo fayyaa qabnuu
Maaliif du'a eegna

Barnoota barannee
Ilmaan habarsiifnu
Obsa woliif dhaamnee
Woliif haa obsinu
Sadaqaa kennannee
Miskiina ha nyaachifnu
Wonta toltuu ta'e
Hunda ha hojjennu
Isa badii ta'e
Irraa hafagaannu
Isa balleessineef
Araarama ha gaafannu
Akka rabbiin bira
Jennata argannuu
✍✍✍✍✍✍✍✍ ✍Akmal(@ Ibnul_Islaam)
Share & forward
Join this 👇 channel
👉@Kennaapost👈
👉@Kennaapost
👆
T.me/Kennaapost


Nasiihatu Azzawaaj dan repost
@Nasihatuzawaj

@Nasihatuzawaj

ٱلرِّجَالُ قَوَّٰمُونَ عَلَى ٱلنِّسَآءِ بِمَا فَضَّلَ ٱللَّهُ بَعْضَهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ وَبِمَآ أَنفَقُوا۟ مِنْ أَمْوَٰلِهِمْۚ فَٱلصَّٰلِحَٰتُ قَٰنِتَٰتٌ حَٰفِظَٰتٌ لِّلْغَيْبِ بِمَا حَفِظَ ٱللَّهُۚ وَٱلَّٰتِى تَخَافُونَ نُشُوزَهُنَّ فَعِظُوهُنَّ وَٱهْجُرُوهُنَّ فِى ٱلْمَضَاجِعِ وَٱضْرِبُوهُنَّۖ فَإِنْ أَطَعْنَكُمْ فَلَا تَبْغُوا۟ عَلَيْهِنَّ سَبِيلًاۗ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِيًّا كَبِيرًا
Dhiironni dhimma dubartootatiin dhaabbatoodha; (kunis) waan Rabbiin garii isaanii garii irra caalchiseefi qabeenya isaanii irraas waan kennaniifiDubartoonni gaggaariin (Rabbiifi dhirsa isaaniitiif) ajajamoodha; fagoottis waan Rabbiin isaan eegsise tiksitootaIsaan finciluu isaanii sodaattan immoo isaan gorsaa; (itti aansun) ciisa keessatti isaaniin oodaa; (dhuma irratti yoo sirraa'uu didan) isaan rukutaaYoo isaan isiniin ajajaman isaan irratti karaa hin barbaadinaaDhugumatti Rabbiin ol ta’aa, guddaadha.

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍


Sumayaa Bint Mukhtar قال رسول الله ﷺ : ‏يَا أَيُّهَا النَّاسُ ‏تُوبُوا إلى اللهِ dan repost
Assalamuleykum Woramatullahi Wobarakatuhu Ahbaabi Fillah Jirtu❤🙏

Abu Musa{Ra} Irraa Odeffame Ummatni Wahii Akkana Jechuun Ergamaa Rabbii Gaafatan,Yaa Rasula Allah, Nama Muslima Akkam tu Gaari Dha Jedhanin
Rasulli {ﷺ} Akkana Jedhani Kan Arrabaa fii Harkaaniis Muslima Miidhuu Lakkise Ykn irraa Fagaate Jedhaniin.

{Sahiha Imaamu Bukhari}

Ammalle Ergaaman Rabbi {ﷺ} Akkana Jedhan, Rabbiin Wantoota Sadii Isiniiraa Hin Jaallatu:
🔃Hinaaffaa
🔃Qabenya ykn Horii Ofii Qusaachu Dhiisu Ykn Akka Hin Taaneetti Qisaasu Ykn Ballessu
🔃Waan Hin Fakkaanne Gaggaafachuu

{Imaamu Bukhaarii Gabaase}

Ammale Rasuuli Nii Jedhanii Inaffarraa Fagadha,Akkumaa Ibidda Qoraan Nyaate Ballesse Daara Godhu Hojii Keyirii Kessan Isiin Jala Ballessa
{Abu Daawud Gabaase}

Ahbaabi Fillaah Inaaffan Ykn Haasidummaan Dhukkuba Ajrii Ittiin Hin Argaamne,Balaa Sawaaba Ittiin Hin Argannee Dha.Namni Dhukkuba Kanaan Mokkarame Keessi Isaa Nii Balbala Hanga Du'uu.

Haasidummaan Dhukkuba Qaama Ilma Namaa Keessatti Faca'ee Waan Hamtuu Isa Yaachisa.Namni Haasidni@ S@ Hin Argatu. Hasidni Keessi Isaa Akkaan Miidhama,Fayya Hin Argaatu Sirri Dubbatu Namatti Dalgisama Yero Kamu Nama Hasidarra Jecha Keyiri Fi Hojiin Keyiri Hin Argamu.

RABBIN NAMA HASSADURRA NU TIKSEE KARAA SIRRI IRRAA NUYAA DEMSIISU.
Obleewwaan Islaama jirun duniyaa tuni gababadudha jiru gababadu tana kota keyari keysati dabarsinaa
Check out SUMAYAA Offical..خير الكلام دُرُوبُ الخير: https://t.me/joinchat/LDMtJFlkNGptVH3OfWN3gQ
Obleewwaan keysan link kana ergafi akaa qabatani sinanif



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 572

obunachilar
Kanal statistikasi