Assalaamu'aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu.
ﻋَﻦْ ﺍﺑْﻦِ ﻋُﻤَﺮَ ﻗَﺎﻝَ : ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ
ﻭَﺳَﻠَّﻢَ ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ. ﺭﻭﺍﻩ ﺃﺑﻮ ﺩﺍﻭﺩ.
( ﺍﻟﻠﺒﺎﺱ / 3512 ) ﻗﺎﻝ ﺍﻷﻟﺒﺎﻧﻲ ﻓﻲ ﺻﺤﻴﺢ ﺃﺑﻲ ﺩﺍﻭﺩ
: ﺣﺴﻦ ﺻﺤﻴﺢ . ﺑﺮﻗﻢ ( 3401 ).
● Abdallaah ibn Umar irraa ergamaan rabbii (saw) "Namni ummata tokkotti fakkate isaanumarraahi" jedhan.
√ kana jechuun muslimni kaafiratti fakkate, kaafirumarraahi, dubartiin dhiiga hidhiitti dibattee shallee(dubartii zinaa gootutti) fakkaatte isumarraahi, kan shittoo dibattee dubartii kaafiraatti fakkaatte yeroo manaa baate jechuudha isumarraahi. Kana jechuun isii wajjiin taati jechuudha. Mee obboleeyyan Ibaadaa gootee yeroo kaafira wajji taatu maal ofiin jettu?
●Dhiirtiniis akkanuma. Kan surree/kofoo firratti ciree, mataa jala qoree, qalamaan of buburreessee kaafiratti fakkaate isaanumarraahi. Yaa obboleeyyan nuti shari'aa 100% guutuu taate qabna. Kaafirri yoo gara rabbii otuu hin deebi'in du'e rabbirraa humaa hin qabu. Atihoo, Anihoo akkami jiruun teenya? Rabbirraa maal khajeella?
★★★Of haa qorannu, osoo qorannaan rabbii nutti hin dhufin.★★★ @Kennaappst