@Nasihatuzawaj
@Nasihatuzawaj
Dubartoonni tokko tokko namoota bebbeekkamoo akka Daa'ii, Munshidaa, Qaari'ee fkkf hoggaa jaalatanii itti himatan yoo namni isaan itti himatan sun nama biraa qabaachurraa kan ka'e Jaalala isaanii qeebaluu dhabe.
Maaliif cinqaman, Maaliif of hiraaran, Maaliif rakkoorra of buusan?????
Kana hin godhinaa!
Isinis jaalachuuf mirga qabdan. Isaanis Amantummaa ta isaanii wajjiin qabaachuuf isin diduu mirga qaban. Kanuma.
If hin miidhinaa pls.
Nama rifachiiftan wallahi!.
Obletii tiyaa of hin cinqin kan rabin sif qodee lafa jiraa 😢
@by Sumayaa Bint mukhtar ✍