Nasiihatu Azzawaaj


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Gorsaa fi ergaawwan dhimma bultii diin islaamaa ijaarrachuutiin walqabatee argachuuf chaanaalii keenya join godhaa!!!
Hiriyyoota keessanis affeeraa!!

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


حُرِّمَتْ عَلَيْكُمْ أُمَّهَٰتُكُمْ وَبَنَاتُكُمْ وَأَخَوَٰتُكُمْ وَعَمَّٰتُكُمْ وَخَٰلَٰتُكُمْ وَبَنَاتُ ٱلْأَخِ وَبَنَاتُ ٱلْأُخْتِ وَأُمَّهَٰتُكُمُ ٱلَّٰتِىٓ أَرْضَعْنَكُمْ وَأَخَوَٰتُكُم مِّنَ ٱلرَّضَٰعَةِ وَأُمَّهَٰتُ نِسَآئِكُمْ وَرَبَٰٓئِبُكُمُ ٱلَّٰتِى فِى حُجُورِكُم مِّن نِّسَآئِكُمُ ٱلَّٰتِى دَخَلْتُم بِهِنَّ فَإِن لَّمْ تَكُونُوا۟ دَخَلْتُم بِهِنَّ فَلَا جُنَاحَ عَلَيْكُمْ وَحَلَٰٓئِلُ أَبْنَآئِكُمُ ٱلَّذِينَ مِنْ أَصْلَٰبِكُمْ وَأَن تَجْمَعُوا۟ بَيْنَ ٱلْأُخْتَيْنِ إِلَّا مَا قَدْ سَلَفَۗ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ غَفُورًا رَّحِيمًا

Haadholeen keessan, shamarran keessan, obboleettiwwan keessan, adaadowwan keessan, haboowwan (obboleettii haadhaa) keessan, shamarran obboleessaas, shamarran obboleettiis, haadholeen keessan kan isin hoosisanis, obboleettiiwwan keessan kanneen hoosisa irraa ta’anis, haadholee niitiiwwan keessaniis, shamarran isin guddiftanii gola keessan keessa jiran kan niitiiwwan keessan itti seentan irraa dhalatan (fuuchuun) isin irratti haraama godhamteetti; yoo isaan irra kan hin seenne taatan immoo badiin isin irra hin jiruNiitiiwwan ilmaan keessan kanneen dugda keessan irraa ta'anis, obboleettiiwwan lamaan walitti qabuunis (akkasuma haraama)Garuu kan duraan dabre (isiniif dhiifamaa dha)Dhugumatti Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha.

@Nasihatuzawaj

Suratul An_nisa'a
@Sumayaa Bint mukhtar ✍


وَٱلْمُحْصَنَٰتُ مِنَ ٱلنِّسَآءِ إِلَّا مَا مَلَكَتْ أَيْمَٰنُكُمْۖ كِتَٰبَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْۚ وَأُحِلَّ لَكُم مَّا وَرَآءَ ذَٰلِكُمْ أَن تَبْتَغُوا۟ بِأَمْوَٰلِكُم مُّحْصِنِينَ غَيْرَ مُسَٰفِحِينَۚ فَمَا ٱسْتَمْتَعْتُم بِهِۦ مِنْهُنَّ فَـَٔاتُوهُنَّ أُجُورَهُنَّ فَرِيضَةًۚ وَلَا جُنَاحَ عَلَيْكُمْ فِيمَا تَرَٰضَيْتُم بِهِۦ مِنۢ بَعْدِ ٱلْفَرِيضَةِۚ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِيمًا حَكِيمًا

Dubartoota irraayis isaan (dhiiraan) tikfaman kan harki keessan dhuunfatte malee (dhorgamaa dha)Heera Rabbiin isin irratti murteesse (qabadhaa)Warra kanneeniin ala jiran of tiksaa sagaagalummaa irraa fagaataa taatanii qabeenya keessaniin barbaaduun isiniif eeyyamameeraIsaan irraa (warra qunnamtii saalaa waliin raawwachuun) ittiin qananiitan mahriiwwan isaanii haala dirqama ta'een isaanii kennaaWaan erga mahriin murtaa’ee booda ittiin wal jaalattan keessa badiin isin irra hin jiruDhugumatti Rabbiin beekaa, ogeessa ta’eera.

@Nasihatuzawaj suratul

An-nisa'a

By Sumayaa Bint mukhtar ✍


~●♡Bultii Islaamaa♡●~

❤️Yaa hadhaa manaa tiya qalii nati hin jijiramiin adara😭

Naf hubadhu yaa habibati tiyaa

✍ NAFA HUBADHUU👌

👁‍🗨ijii ko wan baduu akaa sirati hin arkine

👁‍🗨Guri ko wan baduu akaa siraa hin dhagenye

👁‍🗨Funyaan ko akaa wan xirawaa {ajawaa) siraa hin funfane ( ugofane ) hin ( dhofane)

👁‍🗨Qalbii kee kesati wan baduu akaa natii hin yanee hin ( asabane)

👁‍🗨Harkii kee wan badaan akaa nati hin demane narati hin (hojane)

👁‍🗨Milii kee anaa male nama birati aka 😭zinatii😭 hin demane

👁‍🗨icitin Kenya akaa alaa hin banee

👁‍🗨Yaa dogongore naa gorfadhu

👁‍🗨Wan barbadee hunda nati himadhuu

👁‍🗨Wan ani sin je'u hunda nara fudhadhu

👁‍🗨Gamachuu fi gadaa ko hundaa nara qodadhu

👁‍🗨🙈Nan sodatin harkaa kee nara kawadhu😁😔✍ itii fufaa✍


@Nasihatuzawaj

By @Sumayaa Bint mukhtar@ ✍


Yaa habiibi sila ati akaa ani si jaladhuu ni bekata 😊

Yaa habibati atu hanagaa ani si jaladhuu ni bekata 😌

Yaa Habiibi ani jalallaa si jaladhuu mal sif tahe sif ibsa 😢
Yaa habibati tiyaa wan naf gotu
👉 yero ani si ilalluu ijaa ke naf bane
👉 yero ani alaa galu fulaa ifaan na egii
👉 yero ani si yamu sagalee te baredu sanin wayeeee nan je'i🥰
👉 kophaa na dhifate alaa keysa hin demin
👉 iciti anf si jiduu nama birati hin himin jiduu tiyafi te namani akaa hin sene
👉 haqaa kiyaa dabarsite nama biratif hin latin
👉 sobamate bulati te halallaa hin facasin
Fi k k f k fa'a

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍

@Nasihatuzawaj


@Nasihatuzawaj

@Nasihatuzawaj

ٱلرِّجَالُ قَوَّٰمُونَ عَلَى ٱلنِّسَآءِ بِمَا فَضَّلَ ٱللَّهُ بَعْضَهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ وَبِمَآ أَنفَقُوا۟ مِنْ أَمْوَٰلِهِمْۚ فَٱلصَّٰلِحَٰتُ قَٰنِتَٰتٌ حَٰفِظَٰتٌ لِّلْغَيْبِ بِمَا حَفِظَ ٱللَّهُۚ وَٱلَّٰتِى تَخَافُونَ نُشُوزَهُنَّ فَعِظُوهُنَّ وَٱهْجُرُوهُنَّ فِى ٱلْمَضَاجِعِ وَٱضْرِبُوهُنَّۖ فَإِنْ أَطَعْنَكُمْ فَلَا تَبْغُوا۟ عَلَيْهِنَّ سَبِيلًاۗ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِيًّا كَبِيرًا
Dhiironni dhimma dubartootatiin dhaabbatoodha; (kunis) waan Rabbiin garii isaanii garii irra caalchiseefi qabeenya isaanii irraas waan kennaniifiDubartoonni gaggaariin (Rabbiifi dhirsa isaaniitiif) ajajamoodha; fagoottis waan Rabbiin isaan eegsise tiksitootaIsaan finciluu isaanii sodaattan immoo isaan gorsaa; (itti aansun) ciisa keessatti isaaniin oodaa; (dhuma irratti yoo sirraa'uu didan) isaan rukutaaYoo isaan isiniin ajajaman isaan irratti karaa hin barbaadinaaDhugumatti Rabbiin ol ta’aa, guddaadha.

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍


Sumayaa Bint Mukhtar قال رسول الله ﷺ : ‏يَا أَيُّهَا النَّاسُ ‏تُوبُوا إلى اللهِ dan repost
Assalamuleykum Woramatullahi Wobarakatuhu Ahbaabi Fillah Jirtu❤🙏

Abu Musa{Ra} Irraa Odeffame Ummatni Wahii Akkana Jechuun Ergamaa Rabbii Gaafatan,Yaa Rasula Allah, Nama Muslima Akkam tu Gaari Dha Jedhanin
Rasulli {ﷺ} Akkana Jedhani Kan Arrabaa fii Harkaaniis Muslima Miidhuu Lakkise Ykn irraa Fagaate Jedhaniin.

{Sahiha Imaamu Bukhari}

Ammalle Ergaaman Rabbi {ﷺ} Akkana Jedhan, Rabbiin Wantoota Sadii Isiniiraa Hin Jaallatu:
🔃Hinaaffaa
🔃Qabenya ykn Horii Ofii Qusaachu Dhiisu Ykn Akka Hin Taaneetti Qisaasu Ykn Ballessu
🔃Waan Hin Fakkaanne Gaggaafachuu

{Imaamu Bukhaarii Gabaase}

Ammale Rasuuli Nii Jedhanii Inaffarraa Fagadha,Akkumaa Ibidda Qoraan Nyaate Ballesse Daara Godhu Hojii Keyirii Kessan Isiin Jala Ballessa
{Abu Daawud Gabaase}

Ahbaabi Fillaah Inaaffan Ykn Haasidummaan Dhukkuba Ajrii Ittiin Hin Argaamne,Balaa Sawaaba Ittiin Hin Argannee Dha.Namni Dhukkuba Kanaan Mokkarame Keessi Isaa Nii Balbala Hanga Du'uu.

Haasidummaan Dhukkuba Qaama Ilma Namaa Keessatti Faca'ee Waan Hamtuu Isa Yaachisa.Namni Haasidni@ S@ Hin Argatu. Hasidni Keessi Isaa Akkaan Miidhama,Fayya Hin Argaatu Sirri Dubbatu Namatti Dalgisama Yero Kamu Nama Hasidarra Jecha Keyiri Fi Hojiin Keyiri Hin Argamu.

RABBIN NAMA HASSADURRA NU TIKSEE KARAA SIRRI IRRAA NUYAA DEMSIISU.
Obleewwaan Islaama jirun duniyaa tuni gababadudha jiru gababadu tana kota keyari keysati dabarsinaa
Check out SUMAYAA Offical..خير الكلام دُرُوبُ الخير: https://t.me/joinchat/LDMtJFlkNGptVH3OfWN3gQ
Obleewwaan keysan link kana ergafi akaa qabatani sinanif




@Nasihatuzawaj

#Akkam_Feeta
Mee maal sii godheetin
Si gammachiifadhaa
Waan feete himadhuu
Feetus deymaa dhadhaa
Jireenyan jiraadhus
An siiniin jiraadhaa
Badhaasni ken jiruu
Jiraatus takkee dhaa
Jiruun siif haa toltu
Tanaan siif karadhaa

Ji'iin khaa Jaartii teetiin!
😁🙊😁😔😁🤨😁🤗😁😏😁🤔😁😎😁😘😁🙄😁

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍






Yaa hadhaa manaa tiya yoon si arguu oneen ko na owitii❤️🙊

Yaa abaa mana kiyyaa kotu gaa sin qabaneysa ❤️😁

Yaa abaa mana kiyaa otu ani jiru maf oneen ke najalaa si owiti kotu sin qabanesa❤️🙈

Yaa hadhaa manaa tiyaa akam gote 😭

Yaa abaa mana kiyaa otu ani si hamadhe sira gala orun ofura ko sira bahe ni fayitaa ❤️😁🙈

Yaa hadhaa manaa tiya jechaa kan ke mi'awa kakanu na dhise yaa qalii tiyaa ❤️🙈😘


Yaa hadhaa manaa tiya mee hara'a waa si gafadhu 😔

Abaa mana kiyaa eye na gafadhu ❤

Hadha mana tiyaa mee hara'a na dhungadhu 😂😂😄

Aba mana kiyaa qilensaran mo😁

Hadha mana tiyaa eye qilensaran na dhungadhu 😢

abaa mana kiyaa xayib sin dhungadha 😒

abaa mana kiyaa garu sin dhungadha 😁😁 garu kan qilensarani kuni wa si miti foda mobile kotiti😂😂😂😂😂😂😂😄🙈🙈🙈

Jechotaa wara bulati halalaa ijarate iti fufaa

By @Sumayaa Bint mukhtar ✍

@Nasihatuzawaj


መጠንቀቅ አለብህ‼
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️
ለሁላችን ለአንተም ሆነ ለኔ፡
ማየት በሽታ ነው እንንቃ ወገኔ፡
ምን ያስተያይሀል ይችንም ያችንም፡
በአንዷ ወስን ግባ ሁሉ ያንተ አይሆንም፡
በአንዷ ጀምርና ሌላም ካስፈለገ፡
ጌታ ፈቅዶልሀል አትበል ዛሬ ነገ፡
አደራ ወንድሜ ግን ማየት ይቅርብህ ፡
ከዘመኑ ፊትና መጠንቀቅ አለብህ፡
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️

➖ወንድሜ ሆይ በዚህ ፊትና ዘመን #አይንህን ሰበር አድርግ።
➖ግደለህም እሷን ማየት ይቅርብህ ያቺ ያልተፈቀደችልህን ማለቴ እንደሆነ ገብቶሀል።

➖ልብህ ላይ በሸይጧን ቀስት በሽታ
ትጨምርብሀለች እንጅ እሷን በማየትህ ምንም አትጠቀም።
➖ፊትናው ከባድ ነው ተጠንቀቅ።
➖ወደሴት ልጅ መመልከት ፈተና ያስከትላል።
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️▶️

የአሊሞችን ጣፋጭ ምክር እንስማ‼
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

ሸኽ ሙሀመድ ሷሊህ አል_ዑሠይሚን አላህ ይዘንላቸውና እንዲህ ይላሉ፡–
ወደ ሴት ልጅ አይኑን የሚጥል ሰው ፈተና ላይ መውደቁ አይቀሬ ነው።
ምክንያቱም _ አላህ ይጠብቀንና _ ማፍጠጥ ከሰይጣን መርዛማ ቀስቶች አንዱ
ነውና!
አንድ ሰው ቆንጆ ሴት ባለፈች ቁጥር አይኑን እርሷ ላይ የሚወረውር ከሆነ ልቡን
ማስሸፈቱ፣ ኢማኑ መቀነሱ እንዲሁም ራሱን ሊያላቅቅ ወደማይችልበት ነገር
ውስጥ መውደቁ አይቀሬነው።
✅➡️➡️➡️➡️➡️▶️▶️▶️▶️
t.me/Kennaapost


@Nasihatuzawaj

@Nasihatuzawaj

Dubartoonni tokko tokko namoota bebbeekkamoo akka Daa'ii, Munshidaa, Qaari'ee fkkf hoggaa jaalatanii itti himatan yoo namni isaan itti himatan sun nama biraa qabaachurraa kan ka'e Jaalala isaanii qeebaluu dhabe.

Maaliif cinqaman, Maaliif of hiraaran, Maaliif rakkoorra of buusan?????

Kana hin godhinaa!

Isinis jaalachuuf mirga qabdan. Isaanis Amantummaa ta isaanii wajjiin qabaachuuf isin diduu mirga qaban. Kanuma.

If hin miidhinaa pls.
Nama rifachiiftan wallahi!.

Obletii tiyaa of hin cinqin kan rabin sif qodee lafa jiraa 😢
@by Sumayaa Bint mukhtar ✍


Ergaa Jaalala with you :

Namoota kanneenirra of fageessi
1. kan sitti kijibu
2. kan sin kabajne
3. kan sitti fayadamu
4. kan gad si qabu

@Nasihatuzawaj

@Nasihatuzawaj
@ By Sumayaa Bint mukhtar ✍


🌹😆🌹😆🌹😁🌹😆🌹😆🌹😆🌹
Heeraa si gaafataa
Dhugaan na jaaladhu
Anuu siin jaaladhaa
Mee na jabeeyfadhu
Na jaalachuu keetiif
Mataas ol qabadhu
Shakkii takka malee
Na waliin jiraadhu
Dhandhama jaalalaa
Na waliin qooddadhu
By@ Sumayaa Bint mukhtar @

@Nasihatuzawaj


عن عائشة رضي الله عنها قالت: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: خيركم خيركم لأهله، وأنا خيركم لأهلي، 
♡Rasuulli ﷺ akkas jedhan
💕 isin keessaa namni erra caalaan nama haadha manaa isaatiif gaarii taheedha ani haadha manaa kiyyaaf isin caalaa erra gaariidha.💕

@Nasihatuzawaj
@by sumayaa●♡~


@Nasihatuzawaj

✦ ✧ ✦ ✧ ✦ ✧✦ ✧ ✦ ✧ ✦

★وَقَولِهِ:《تَرَكْتُ فٍيكُمْ مَا إنْ تَمَسَّكْتُمْ بِهِ لنْ تَضُلُوا بَعْدِي: كِتَابَ اللّٰه وَسُنَّة رسُولِهِ ﷺ》•


♻️Ergamaan rabbii(ﷺ) Akkana jae…

̤۝ ิ Isin kessatti lakkise waan Yoo isa qabattan #Hin_jallanne eega kiyyaatii,
✹Qur'aana rabbiiti fi
✹Sunnaa ergamaa Rabbiitiﷺ

✺اللهم صّلِ وسَلّمْ عَلۓِ نَبِيْنَامُحَمد ﷺ
✺اللهم صّلِ وسَلّمْ عَلۓِ نَبِيْنَامُحَمد ﷺ


✍Dubartii qofaaf Iccitii dhiiraa Obasaan dubbisa 🙄😅
dibattee uffata qaama isiitti maxxanee boca qaama isii muullisu uffattee kararra demti
💞Dubarti akkanatiin wanti
jachuu barbaadu hin sodaatin ija dhiiraa kessa ni seenta akkasuma yeroofis akka si jaalatan godhuu dandessa.Ukhtii,wanti beekuu qabdu garuu dhiirri fedhe yeroof si jaalatee si jala deemus akkasuma haadha
manaatin si godhadha je'dhee si sobus yeroo fuudhuu barbaade dubartii akka ketitti of rakasisesite kana haadha manaa godhachuu hin barbaadu😔
💞Dhiirri abaa fedhte dubartii akkamii fuudhuu barbaadda jechuun yoo gaafatame dubartii qajeeltuu
💞kan naamusa qabdu,dhiraa wajjiin kan hin haasoofnen barbada jadha kun shaaki hin qabuu hubadhuu
💞Atillee hin gowwomin iccitii dhiira kana beekii of qaalessi.
💞Hijaaba kee sirritti uffadhu,kabajaafi naamusa keetis eggadhu
💞yero san dhirri hundinu si argachuf hawwa.Haadha manaa cimtu akka Aa'ishaa fi khadijaa tahuf of qopheessi
💞Diree fb fi bakaa gararagara ira of qoxobi✍ @by Sumayaa♡

@Nasihatuzawa


KENNAA dan repost
Islaamummaa keessatti barri haaraan kabajamu tokkolleen hin jiru.
✍Nutis akka hordoftoota amantii islaamaatti seera Shari'aa alatti ayyaanni kabajnu hin jiru.
✍Akka amantii keenyaatti ayyaanota gurguddoo waggaatti deebi'anii dhufan lamaa fi kan torbanitti dhufu tokko qabna.
✍Hundumti isaaniituu jalqabaa hanga dhumaatti seeraa fi dambii mataa isaanii qabu.
🌹Maàrree otoo amantii akkanaa kana qabnuu maaliif faranjootaa fi kaafiroota wajjiin ayyaana jaraa kabajnaa!!❓❓❓❓❓❓‼️

✍Ofii keenyaafis kabajuu baannu maaliif baga geessan jennee namaaf ergaa erginaa❓❓❓‼️‼️

🌹Rabbiin hunda keenyaafuu dhiifama nuuf godhee , diin isaatiif ajajamuu nuuf haa mijeessu!‼️‼️‼️‼️

T.me/Kennaapost


Rasuulli ﷺ akkana jedhan. "Namni sunnaa kiyya jaalate na jaalate, namni na jaalate immoo jannata keessatti na wajjiin taha" (Tirmiiziitu gabaase)

Kanaaf yaa obboleessa koo, yaa obboleettii too yoo rasuula keenya dhugaan kan jaalannu tahe yoo jannata keessatti ollaa rasuulaa tahuu kan feenu tahe, sunnaa yahuudaa osoo hin taane sunnaa rasuula keenyaa haa hordofnuu!!


https://telegram.me/Nasihatuzawaj

@by Sumayaa@

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

242

obunachilar
Kanal statistikasi