Qalbifadhaa Dubbii Tana:
"QALBII teessan bakka saditti qulqullummaa isii qoradhaa.
-Yeroo salaattan,
-Yeroo Qur'aana qaraatanii, fi
-Yeroo Kophatti Rabbiin faarsitan. Bakka sadan kanatti yoo mi'aa iimaanaa of keessatti gartan, gammadaatiin itti fufaa. Garuu bakka sadan kanatti yoo gogiinsa qalbii of keessatti argitan, hulaan/balballi teessan akka cufaa jirtu hubadhaa"
-Sayyida Taabi'iyyootaa Al-Hasanul Basrii (Rahimahullaahu)
Yaa Rabbi! Rahmata kee kajeella!
telegram.me/OBALUMA