QORII_BEKUMSAA Dawa


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Barnoota Diin Islaamaa
Channel barumsa gargaraa irraa arkattu
Itti wal afeeraa
Instagram Kenya argatuuf
https://www.Instagram.com
Munashida islaamaa
telegram.me/Abdooshaa
Asiin nudubbisaa
👇👇👇👇
@Damoota

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


#WAA_AFUR[4]_HIN_JAALATIN.

~~~~~~~• Dubbii dharaa odeessuu
===>• osoo hin argin dharaan murteessuu
===>• Icciiti kee nama hundatti himachuu
===>• namaa gaditti xiqqaatte jiraachuu

#Waa_afur_dursii_hubadhu

===========•=========
===>• jireenya booda duuti akka jirtu
===>• Qabeenya booda dhabdi akka jirtu
===>• dargagummaa booda dullumti akka jirtu
===>• Gabrummaa booda Bilisummaan akka jirtu

#Waa_afur_hin_ta'in

~~~~• hin boonin hiree dhabdaa
===>• hin aarin daftee dulloomtaa
===>• hin kijibin ni jibbamtaa

#Waa_afur_sirritti_kunuunfadhu

~~~~~~~~• biyya kee
===>• haadha kee
===>• amantaa kee
===>• jaalallee kee

#Waa_afur_yoo_barbaadde

~~~~~~~~• Guddinna yoo barbaadde hojii hin tuffatin
===>• of danda'uu yoo barbaadde harka namaa hin eegatin
===>• milkii yoo barbaadde hadhaaf abbaa kee hin mufachiisin
===>• Bilisummaa yoo barbaadde tokkummaa hin diigin

#Waa_afur_jaaladhu

~~~~~~• dubbisuu jaaladhu madda beekumsaatii
===>• hojjachuu jaaladhu kaa'uumsa guddinaatii
===>• dhiqachuu jaaladhu dursa fayyaatii
===>• seeqachuu jaaladhu madda gammachuutii....

👉 Galatomaa Marree ergaa dubbistee siiti tolee bodaa hiriyyoota kee jalaattuf
#Share_Godhi!.
telegram.me/QORIIBEKKUMSAA




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Gorsa Waa'ee Du'aa.

Mee Yaa Nama Xiqqo itti yaadi!!!

Yaa Ilma namaa kan Du'aa ofirraa Fageysee laalu.??
Duuti sirraa hin fagaattuu beeki...?
Qaaxaroo tee Allaaha qofaatuu beeka ?
Du'aa jechuun waan dullamaa fi dhukkubaan ykn Adagaa qofaan dhuftuu mitii
waan yeroo hunda firraa eganii..

Du'a jechuun waan laaftuu miti
jireenya Addunyaa kan irratti of dagatte kana lakkistee demtaa warra keessan, Saahiba kee, Horii kee, Ilmaan kee waa hunda lakkiftee kan hulii itti deebi'uun hin jirre biraa deemta bar..

Salaata Ruk'aa fi sujuuda hin qabne sirra salaatanii boolla nama meeqaan itti wal dabranii qotan sanitti siin deeman.

Kan boolti san faginni sii namni harka wal qabee keysaa wal baasu.

Ammaas kophatti mana ati keysa ciistu (ladii) siif qotanii bar?

Kan si jalaan biyyee si gubbaan biyyee fiiraashaa makhaddaan teetiis biyyee .

Gara mana kee kan dhumaa kanatti sifidan boolla dukkanaa kan hojiin tee qoftiin siif ibsitu san yaadadhu.

Yaa Allah nuf ibsi ati akka kenya hin laalin yaa Rabbi
rahmata nuf godhi Yaa Allah Nuu Qacelchi amiiiiiin suma amiin Share godha


★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★

"Dubartiin Waa Afuriif jacha Fuudhamti
1"Bareedina isiitiif jacha
2"Gosa isiitiif jacha
3"Qabeenya isiitiif jacha
4"Amantii (diin) isiitiif jacha fuudhamti
Tan Diin qabdu filadhu yoo tana hin filatin Harki kee Lafa sihaa qabattuu" Ja'an Nabi Muhammad (ﷺ)
رواه البخاري ومسلم

#Karaalee_kanaan_nu_hordofaa

telegram.me/QORIIBEKKUMSAA

garee

telegram.me/OBALUMA


Seenaa Bareedduu Tana Dubbisii Irraa Baradhu
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Gaaf tokko Hadha manaati fi Abbaan mana waliin magaalatti bahan isaan kun maallaqa waan jedhamurra qarshuma 100 qofa harkaa qaban ture.

kana osoo deemaa jiranii ijoolle yataamaa gidaara jala haadha isaanii waliin taa'an kan jolleen bochu argan kana abbaan mana garaan isa dadhabee itti goree qarshi dhibba San kenneef . yeroo kana haati mana Isaa gaafatte "ofiifuu maallaqa hin qabnu bar" jetteen ... Kana abbaan manaatiis "nuti maallaqa dhabnuus waan hedduu mana qabna nuun deem garage manaa " jedheen.

yeruma xiqqo achi deemanii haati mana Isaa fiiydee jollee yataama San bira dhaqxee deebite . yeroo kana abbaan mana baayee rifate ijoollee sanirraa qarshi 100 San fuute jedhee . eega manatti galanii booda osuma haasawaa jiranii harkka isii yeroo laalu hamartiin inni itti kaayyate hin jirtu kana inniis rifatee "hamartiin kee si jala badde ?" Je'e gaafate . isiinis " lakki bar yeroon reefu ijoollee yataamaa bira dhaqe San waan bayyee na rifachiisaniif hamartiin koo baasee kenneef sababniis nuti hamartii biroo Boru bitachuu dandeenya " jatte . abbaan mana isii immimaan lolaasee .

YAA ALLAAH arjummaa akkanaatiin nu badhaasi .

Aaamiin Aamiin
By: Ibsaa Abdii
telegram.me/QORIIBEKKUMSAA


*Amaloota Namoota Gammachuu qabanii*.
`
1)  Rabbii waliin hariiroo cimtuu qabu.
2) Hedduu hin dubbatan.
3) Waan haraya baruuf tattaafatu.
4) Nama hundahuu gammachuun simatu.
5) Obboroon/Subiin ka'u.
6) Mul'ata guddaa qabu.
7) Seequ heddumessu.
8) Dhugaa qofa dubbatu.
9) Hiriyyaa gaarii filatu.
10) Waan qaban guddifatu.
11) Obboleessaaf gammadu.
12) Nama gargaaru.
13) Waan hin taane kessa hin galan.


💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐
Sheeeer godhaa
👇👇👇👇👇👇👇
AS WR WB seenaa ajaa'ibaa biyya
Saudi magaalaa Abhaa.

koreen magaalaa Abhaa dandii
magaalattii akka haara'atti
tolchuuf qiyaasa baasan. Qiyaasni
kun naannoo qabrii waggaata 30
ol irraa kan dabruu dha. Kanaafu
koreen kun ulamaai, shekooti
gaafatee hayyama argate.

Jiraatotaa, mangudota magaalatti
irraahis akkasumatti hayama
argatee qabrii kana qotanii lafee
guruu jalqaban.

Qabriin kun waggaa 30 ol tahuu
isaa hin irraan fatinaa, lafee
hedduu ega guuran booda qabrii
tokkotti dhufan. Qabriin kun
shurufkaa(urgaa) bareeda qaba
urgaan naannoo qabrii kan irraa
bahu baayyee bareedaa ture,
qabrii kan qotuu jalqaban....nam
ni hundi waan argeen amanuu
dadhabe: reefki kun qaamnii isaa
akkuma awwaalametti jira. kafanni
(huccuun) isaatis hin nyaadhamne
haarawa, fuula isaa bananii yaroo
argan nama amma du'e fakkaata
(subhaanallah! Allahu Akbar),
namni hundi takbiiraa ja'u egale.
refka kana namni beeku jira?

Manguddoon magaalatti "ee ni
bayna gurbaa abaluuti waggaa 30
dura du'ee nuutu awwaale" ja'an.

Egasii reefka kana qabatanii
abbatti dhaqan. Abbaanis amrii
Rabbiitin baayyee dinqisiifamee
gamadee bakka biraatti deebi'ani
awwaalan.

Egasii, ulamaa'in abbaa isaa
gafachuu jalqaban. "gurbaan kee
hojii gaarii inni hojachaa ture
maalii?" ja'anii gaafatan. Abbaanis
"wallaahi!, mucaan kiyyaa takkaa
salaata jama'aa irraa hafee hin
beeku, yaroo hunda iqaamaa
godhamuun duraatti salfii duraa
(awwala sof) dhaabata, yaroo
salaata subhii isa hin dabartu.

Yaroo hunda salaata subhiif nin
kaasa ja'e deemu deemu inni na
dura ka'e udu'a goodhun itti
dhufa. Yookin nadura masgiida
dhaqee salaatun itti dhufa."
ja'en.

Aboleeyyan Islaamaa salaata
keenya irratti haajabaannu.

Rabbiin hojii khayriiti fi salaata
keenya nuf haalafisu.

@Alburhaan_media

T.me/Almiftah_Tube




*Wantoota 6 kan jireenya keenya keessaa balleessuu (remove) godhuu qabnu.
*
1.miira balleessummaa (Guilt)

2.sababeeffachuu ykn sababa dhiheessuu (excuse)

3.namoota negative ta'an (negative people)

4.yaaddoo (anxiety)

5.Namoota gammachiisuuf carraaquu (pleasing others)

6.yaadota fokkotaa ofitti haasoynu( negative self talk)


SEENAA HUNDA KEENYAAF GORSA GAARII TAATU TANA HAA DUBBIFNUU

Gurbaan Ma'asiyaa hojjachaa guddate tokko intala imaana cimaa qabdu takka fuudhee ilmaan hedduu irraa hore. Joollee isaa keeysaa tokko gurri isaa Hin dhagahu afaan isaa Hin dubbatu.haati isaa akka saaliha tahee guddatu qur'aana barsiiftee masjiidatti akka deddeebi'u waan lenjifteef qalbiin isaa qur'aana qara'uufi Masjiidatti rarraati.

Yeroo umriin isaa waggaa 7 gahu Ma'asiyaa abbaan isaa dalagu waan argaa Ooluuf abbaa isaa kana asxaa adda-addaa agarsiisuun abbaa isaa Ma'asiyaa irraa Dhoorkuuf yaale garuu abbaan isaa Ma'asiyaa hojjachuu irraa of duuba Hin deebine.

Abbaa isaa akka salaata salaatu asxaadhaan numa gorsa garuu abbaan gorsa isaa gurratti Hin qicatu.

Garuu tasa guyyaa tokko gurbaan kun sagaleen gumgumaa haalaan Aaree dubbatuu waan dadhabeef gaddaa imimmaan buusee sagalee baafatee abbaa isaatti waa dubbatuu fedhuus Rabbiin Isa Hin dubbifne.

Kana booda gurbaan kun ka'ee Qur'aana qabatee dhufee abbaa isaa bira gad taa'ee Suuraa Maryam banee bakka tana abbaa garsiise. " Yaa Abati inni Akhaafu an yamasaka azaaba mina rahmaani fatakuuna Li sheyxaani waliyaa" (yaa Abbaa kiyya an ati akka qixaanni Rabbii si tuquu fi sheeyxaanaafiis saahiba taatu siifiin sodaa dha.) bakka jettu agarsiisuun gurbaan hiq...hiq..hiq je'ee imimmaan mallaa isaa irraan gadhiise.

Abbaan isaatiis haala isaa arkee imimmaan qabachuu dadhabe. Rabbiin (SW) sababa gurbaa saaliha kanaa abbaa isaa kanaas Islaamummaatti deebise.

*ALLAAHU AKBAR*

Nutiis Rabbiin nu haa Qajeelchuu.

*Obboleeyyan Islaamaatiif share godhuu Hin dagatinaa*






# Seenaa..
Sa'ad Ibnu muaz
Seenaa akkaan Na boochiftuu
By.SUDEYS
🎋بسم الله الرحمن الرحيم الحمد لله والصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم أما بعد
🌹seenaa akkaan namatti toluu fi garass nama booressu😭
سعد بن معاذ أسلم وعمره 30عام
🌹sa'ad Ibnu muaz Ergaa umriin isaa 30 ta'ee islaamee shabaaba jechuudha
🎋 مات وعمره 36عام
🌹ammoo isaadhaa umriin isaa 36 du'e waggaa 6 qofa islaamummaa keessa jiraate
🎋 6سنوات فقط في الاسلام
🎋 إهتز لموته عرش الرحمن
🌹waggaa 6 qofa islaamummaa keessa jiraatus gaafa inni du'e arshiin sababaa du'a isaatiif jecha sochoote subihaanallaah rabbiin qul-qullaawe
🎋شيعة 70 ألف من الملائكة
🌹malaayikaa kuma 70tu janaazaa isaa dhufan
🎋خرج المسك عند حفر قبره
🌹shittoo foolii akkaan urggooftutu qabrii isaa keessaan bahe
🎋توفي وهو ابن ستة وثلاثين سنة وعند وفاته جاء جبريل إلى رسول الله -صلى الله عليه وسلم- ،
🌹 yaroo inni du'e jibriil dhufeetu erggamaa rabbiittin
🎋فقال : من هذا العبد الصالح الذي مات ؟
🌹akkas jechuun rasuula rabbii saw gaafate garbichi gaariin du'e kun eenyu? Jedhee gaafate
🎋 فتحت له أبواب السماء ، وتحرك له العرش ،
🌹sababaa du'a isaatiif jecha ulaan samii banamteef arshiin rabbii sw ni sossooteef
🎋فخرج رسول الله -صلى الله عليه وسلم- ،
🌹Ergasii rasuulli rabbii saw mana isaaniitii fiigaa bahanii
🎋 فلما أخبر النبي صلى الله عليه وسلم أنه سعد
🌹rasuulla Rabbii s a w kan du'e sa'ad Ibnu muaz akka tahe itti himame booda
🎋قال لأصحابه : إنطلقوا إليه ،
🌹 rasuulli Rabbii saw akkas jedhan sahaabota isaaniitiin haaya nuun deemaa gara sa'ad Ibnu muaz
🎋قال جابر : فخرج وخرجنا معه وأسرع حتى تقطعت شسوع نعالنا
🌹jaabir akkas jedhe rasuulli rabbii ariifataa bahe nutis rasuula rabbii waliin ariifataa baane.haga jerjerssuu keessatti funyaalessi ykn bakki quba keessa seensifannu kan kophee keenyaa nutti cituti
🎋 وسقطت أرديتنا فتعجب الصحابة
🌹Gaabiin rasuulli rabbii saw ceekuu isaarra buufatee jiru hangaa isaan jarjaranii jecha ceekuu ykn gateettii isaarraa buute Inumaa sahaabonni hunduu ajaaibaa godhan
من سرعته
🌹 jerjjera rasuula Rabbii saw kana ajaaiba godhan
🎋فقال: «إني أخاف أن تسبقنا إليه الملائكة فتغسله كما غسلت حنظلة»
🌹Ergasi rasuulli Rabbii saw akkas jedhan an nin sodaadhe osoo nuti sa'ad Ibnu muaz bira hin geenye malaayikaan dura keenya achi geessee qaama isaa dhiquu akka hanzalaa gaafa inni du'e qaama isaa irraa dhiqxetti kanaaf ariifannee bira gahuu qabna jedhan
🎋 فانتهى إلى البيت فإذا هو قد مات
🌹Ergasu rasuulli Rabbii saw akkssuma sahaabonni dhaqanii mana sa'ad jiru gahan yeroo achi gahan sa'ad du'ee jira 😭
وأصحاب له يغسلونه
🌹Yero rasuulli Rabbii saw bira gahan sahaaban sa'adin qaama isaa dhiqaa jiru
وأمه تبكيه
🌹haati sa'ad immo obsa dadhabdee boossi
🎋فقال النبي صلى الله عليه وسلم : «كل باكية تكذب إلا أم سعد».
🌹Ergasii rasuulli Rabbii saw ummaa sa'ad boossu kana argganiitu akkas jedhan cuftti warreen boossu ni sobdi sobdeetu boossi haadha sa'ad malee jedhan
ثم حملوه إلى قبره
🌹 eega sa'adin qaama isaa dhiqanii fixaniin booda isa kefananiitu gara qabrii isa geessan. Janaazaa isaatti salaatanii
🎋ولما وضع في قبره كبر رسول الله وكبر المسلمون حتى ارتج البقيع.
🌹 Rasuula Rabbii S A W eega sa'aadin Awwaalaniin booda wahayyiin wahii itti godhamnaan rifatanii allaahu akbar jedhan sahabonni hundduu rasuula Rabbii saw waliin allaahuu akbar jedhan haga dirreen madiinaa sossotutti takbiiraadhaan sahaabonni waan tahes hin beekani
🎋فقال رسول الله : «تضايق القبر على صاحبكم وضم ضمة لو نجا منها أحد لنجا سعد»،
🌹Ergasii Rasuulli Rabbii saw akkas jedhan qabriin sa'adin qabaa jabduu walitti qabde cinaacha isaa lamaan wal jela dabarsite osoo qabaa ykn cinqaa qabrii irraa namni bilisa bahu jiraatee silaa sa'ad Ibnu muaz kanatu nagaayabbaha jedhan ...Subhaanallaah...Ka innii Guddaan kun sanirraan Sahaaba Rabbi ta'ee kun akkana ta'ee nuti hoo maalumaa taanaa Yaa Rabbii..😭😭😭😭😭😭
🌹 eega akkasitti qabriin walitti qabdeen booda rabbiin isaarraa laaffise jedhan
🎋ولما انصرف من جنازته ذرفت دموعه حتى بلت لحيته.
🌹 eega sa'ad Awwaalanii gara mana isaaniitti deebi'uuf karaa seenanii Rasuulla Rabbii s.a.w ijji isaanii....
telegram.me/QORIIBEKKUMSAA

@OBALUMA


Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhanii jiru "Namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin isa irratti salawaata kudhan buusa"

"Qabrii kan koo kuusaa aadaa hin godhinaa, ana irratti salawaata buusaa, eessallee taatanis salawaatni isin gootan na bira ni gaha."

"Doqna namaa jechuun nama maqaan koo isa biratti kaafamee salawaata narratti hin buufnee dha."

"Rabbiin maleeykota qaba, maleeykota ummata koo biraa salawaata naaf ergamu na bira geessan. Namni tokko yommuu salawaata narratti buusu Rabbiin nafsee natti deebisee deebii kennaaf!" (Hadiisotni armaan olii hundi Abudaawudiin Tirmiizii fii Muslimiin kan gabaafamanii dha.

Nabiyyii Keenya irratti salawaata buusuun faayidaalee hedduu qaba. Yoo doqnummaa keenya taate malee adaduma salawaata tokko goonuun Rabbiin nurratti salawaata kudhan oola........

Mee har'a hoo Nabiyyii irratti salawaata buufneerraa?

Allahumma Salli alaa sayyidinaa Muhammad, Sallalahu Aleyhi wesallam!!!

By: Abu Huzeyiifa




HUBADHU MEE YAA NAMA WAA HUBATU !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1 Ganamaa lafaa ka'ii subhii salaati

2 Yero obboleessa keetiin walitti dhufte seeqadhu

3 Yero obboleessa kee argarte, dura salaamtaa je'iin

4 Yero namni haasawu oobsaan nama caqasi

5 Nama hoggaa yaamtu maqaa isaatiin yaamin, hadaraa qoosaadhan hin yaamin

6 Yero namaa tokkoo wajjiin haasoftu, akka irra jabaa nama addunyaa tanarra jiru isa godhiitii wajjin haasawi (kabaji)

7 Obboleessa kan kee yooniif jaalte sin jaaladha je'ifii ibsiif

8 Yoo namni sitti balleesse irra namaaf darbi yero namni wa tokko sif godhe nama san galatefadhu

Waan gaarii hojjalattu cufa kessatti sawaaba niyyadhu, rabbiin nama gaaarii sihaa godhu

By: Abu Huzeyiifa
telegram.me/QORIIBEKKUMSAA


Qalbifadhaa Dubbii Tana:

"QALBII teessan bakka saditti qulqullummaa isii qoradhaa.
-Yeroo salaattan,
-Yeroo Qur'aana qaraatanii, fi
-Yeroo Kophatti Rabbiin faarsitan. Bakka sadan kanatti yoo mi'aa iimaanaa of keessatti gartan, gammadaatiin itti fufaa. Garuu bakka sadan kanatti yoo gogiinsa qalbii of keessatti argitan, hulaan/balballi teessan akka cufaa jirtu hubadhaa"
-Sayyida Taabi'iyyootaa Al-Hasanul Basrii (Rahimahullaahu)

Yaa Rabbi! Rahmata kee kajeella!
telegram.me/OBALUMA


Galmee qorannoo duraa Obbo Jawaar Mahaammadfaa irratti abbaan alangaa ragaalee namootaa 15 dhaggeesifachuuf karoorfatee kan ture yemmuu ta’u isaan keessaa afur jechasaanii akka hin kennine har’a beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2YZacOE



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

599

obunachilar
Kanal statistikasi