BASHASHAA CHANNEL


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


@bashashaa
@barattootaaf
Just join ....u get
Profile pic
Lov pic
Video#pic
#Funny video
Music record
music In box. @liteeee
t.me/anis_muslima
Facebook live com gurop join
@liteeee @Yeejimmalijnen gp
Arif channel join @arif_nen

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Mujahid Habo dan repost
#XIIFOO_XIIFOO
~~~~~~~
Irraa deebi'een jedhaa
Baga ittin ga'e
Ituu dhiphaata deemtu
kaayyoon kee siif milkaa'e

Baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
osoo dhiibbaan meeqa
keessooke injiruu

Rabbiin sigargaarraan
hardha keessa baate
Jaalako Dhugabaas
baguma milkooftee

Dhugabaas Badiruu
Goota walaleessaa
Jechoota jajjabaan
walaloo barreessa

jechoota Filatee
yeroo waa barreessu
namni akkasaa kamuu
Danda'ee hin barreessuu

''XIIFOO'' Keenyaa dhaamsuuf
Guboon Ol utaalee
Galaana Cuqqaalus
Roobnis wal ijaaree

Dukkana Limixii
Kurreentin hin jirree
Xiifoo nurkaa dhaamsuuf
Isaanis hin illee

Nutis xiiqefatnnee
hin dhaamsinee Xiifoo
Qurcii Sodaaf miti
duruu qabna Ciigoo

jedhee walaleessee
jechoota gaggaarii
Gurbaa XIIFO Kana
Yaa Rabbii gargaarii

Abdii kutuu dhiisee
ciniinfata as ga'ee
baayyeen siif gammade
baga kanaan siga'ee

baga kanaan siga'ee
Galanni isaa aga'u
Eebbaa isaatinis
Rabbin nuun haga'u

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@legna_gram

@mujehabo

@jifartvh

@bashasha join godhaa🌹


Mujahid Habo dan repost
Imala daandii dheeraaf
Waan qaban galaa godhatuu
Firiin ga'ee hammachuufis
Barii ka'anii qotatuu

Gaaffii maafan dhaladhee?
Tooftaa shallaggiin furuutii
Filannoon biraas hin jiruu
Dirqama lubbuun turuutii

Takko lama jedhanii
Kumaaf kitila lakkaa'uu
Ifaajanii yoo hojjatan
Shakkii malee milkaa'uu

Qananiin biyya lafaa
Aarsaa kaffallaan dhufaa
Ta'uu baannaan beeloftee
Mannis sirratti kufaa

Garbaaf galaana ce'uuf
Bidiruuf doonii yaabbatuu
Gaaddisa egeree taa'uuf
Har'a biqiltuu dhaabbatuu

Xiqqaaf guddaa hin qabuu
Hojiin hunduu kabajaa
Gaafa garaan beelofte
Sammuunuu nu ajajaa

Mootummaa komachuu taanaan
Teenyee oduu dhimbiibaa
Gaafa kufnee cabnemmoo
Eenyutu nu dhidhiibaa?

Onneen dhiiga raabsiteef
Oliif gad sochoo'amaa
Waanjoo deegaa gatanii
Barri badhaadhan ammaa

Looreeticha noobeelii
Abbichuu qabatanii
Dukkanaa gara ifaa
Amma kan baqatanii walaloowwan miidhagduu argachuuf👉 @legna_gram jion🌹🌴 @mujehabo jion🌹 @jifartvh join🌹 @bashasha jion🌹 godhaa dubbisaa.


BBC CORENA VIRES dan repost
Itoophiyaatti namoonni 7 haaraa Covid-19n qabaman argaman
*
Itoophiyaatti sa'aa 24 dabran keessa namoonni 401 vaayirasichaaf qoratamanii namoota torba irratti covid-19 argamuu Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.
Kanaanis lakkoofsi namoota waliigalaa gara 92tti ol guddateera.
Namoonni jahan kan biyya alaarraa deebiyan oggaa tahu, iddoo turmaataa keessa kan turanidha jedhameera.
Tokko ammoo gara biyya alaa kan hin imalledha.
Itoophiyaan haga ammaa namoota 5389 koroonaavaayirasiif kan qoratte wayita tahu, namoonni 15 vaayirasicharraa bayyanataniiru.
Kanneen sadi ammoo lubbuun darbeera. T.me/bbc_corena


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
📹Akkamiin sirnaan maaskii kaawwatu?

▶️ 3.2 MB @bashashaa

👉 @bbc_corena


Yaadaaf Gaaffii kan qabdan 👇yaddaa kan jedhuu nuuf ergaa/quunnamaa.!

@bashashaa
@bashashaa

Bashashaa channel

@bashashaa
@bashashaa

YADDAAF 👇 NUUF ERGAA⁣⁣

Qannoo: Oroomiyaa keessa namoota meeqatu koroonan qabamera . IFA naaf godha.

🔒 Table closed


#Manzuuma #UmareAli
👥Umare Ali
🗣Yaa Rabbi Diin Nu Barsiisi
ALBUM: Manzuuma Umare Ali Track 4 of 14
________________________________
Join&Share @bashashaa


Mujahid Habo dan repost
#COVID19

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 401 gaggeeffameen namoota dabalataa 7 irratti vaayirsichi argameera.

Kana hordofuun biyyattitti lakkoofsa namoota COVID-19'n qabaman 92 gaheera.

Odeeffannoo Haaraadhaaf join godhaa 👇👇👇👇👇

@legna_gram jion❤

@mujehabo jion❤

@jifartvh join❤

@bashasha jion❤ gochuun argachuu dandeessu.


Ana (me)
👉 Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
👉 Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
👉 Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
👉 Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
👉 Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
👉 Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu

Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
👇👇
@bashashaa
@bashashaa


🚑🚑BEELLA🚑🚑
MEE DHAGGEEFADHAA NAMOOTA BEEKTANIIFIS DABARSAA WAAN HUNDUMTI KEENYA BEEKNU GARUU WAL YAADACHIISUUN BARBAACHISAATI!!!
@BASHASHAA
@BASHASHAA
@BASHASHAA


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
AY! YAA WAAN NYATAN DHABUU WAAN ISIIN NAMA GOOTU...
@bashashaa


Baga Guyyaa Gootota Oromootiin Isin Gahe. @bashashaa @bashashaa


Galatomaa yoo jetan👍


Waa'eekeen haasa'a
Iddoo hundumaatti
Dhugaa jaalala keen
Odeessa namatti
Isa ati anaaf jecha
Maatii keen jibbamte
Beellama koo dhufuuf
Obbolaan dhorkamte
Jaalala kee addaa
Isa ati naaf qabdu
Isan raajeffadhee
Afaan koo qabadhu
Anatti agarsiisaa
Jaalala isa guddaa
Kumaatama caalta
Kan hin qabne mudaa.
#Oolmaa_Gaarii
channel keenya join godhaa👇
@bashashaa
@bashashaa
@bashashaa
Admin @ABC_PROMOTION

Like ❤️

➥ ❤️LOVE❤️ [64]


As wr wb 👇👍


Mujahid Habo dan repost
Akka Addunyaatti baay'inni namoota vaayresii Koronaatiin qabamanii miliyoona lama guute.Odeeffannoo guutuu argachuuf👇👇👇 @legna_gram join @mujehabo join @jifartvh join godhaa!


​​JAALALA

👉Jaalala jechuun dubartii miliyoona tokko jaalachuu miti.
✔️Karaa miliyoona tokkoon dubartii tokko jaalachuudha.

👉Dhiirummaa jechuun dubartoonni hedduun si jaalachuu miti.
✔️Dhirummaan kan madalamu, dubartii tokko hundaa ol calchiiste jaalachuu fi isheef amanaa fi murataa tatee argamuudha.

@bashashaa
@bashashaa
@bashashaa


#Ani_Anuma

An ka namuu miti
Kan kophaa dhalatee
Kan jaalala jibbee
Jibbansa filatee
Kan qaxara cabee
Jaalalaas komatee
Ani kan kootumaa
Kan mataa kootii
Kan onneen saa tokkoo
Isa kumaas mitii
Abaarsa jaalalaa
Kan eebbaatii mitii
Kanaafu ani anaa
Kan namaatii mitii

By {@bashashaa}
👇👇👇👇👇👇
@barattootaaf
@barattootaaf
@barattootaaf


🔐BARATTOOTAAF dan repost
Yaadannoo Gabaabaaa Barnoota Ku- 8 @BARATTOOTAAF


🔐BARATTOOTAAF dan repost
የመማሪያ ቆንቆቸው አማርኛ ለሆነ የተዘጋጀ የ8 ክፍል Handout @BARATTOOTAAF


🔐BARATTOOTAAF dan repost
Reference book for Grade 11 and12 @BARATTOOTAAF

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

3 550

obunachilar
Kanal statistikasi