Mujahid Habo


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Beekumsaafi dandeettii qabnuun ergaa wol biraan ga'uu

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


#XIIFOO_XIIFOO
~~~~~~~
Irraa deebi'een jedhaa
Baga ittin ga'e
Ituu dhiphaata deemtu
kaayyoon kee siif milkaa'e

Baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
osoo dhiibbaan meeqa
keessooke injiruu

Rabbiin sigargaarraan
hardha keessa baate
Jaalako Dhugabaas
baguma milkooftee

Dhugabaas Badiruu
Goota walaleessaa
Jechoota jajjabaan
walaloo barreessa

jechoota Filatee
yeroo waa barreessu
namni akkasaa kamuu
Danda'ee hin barreessuu

''XIIFOO'' Keenyaa dhaamsuuf
Guboon Ol utaalee
Galaana Cuqqaalus
Roobnis wal ijaaree

Dukkana Limixii
Kurreentin hin jirree
Xiifoo nurkaa dhaamsuuf
Isaanis hin illee

Nutis xiiqefatnnee
hin dhaamsinee Xiifoo
Qurcii Sodaaf miti
duruu qabna Ciigoo

jedhee walaleessee
jechoota gaggaarii
Gurbaa XIIFO Kana
Yaa Rabbii gargaarii

Abdii kutuu dhiisee
ciniinfata as ga'ee
baayyeen siif gammade
baga kanaan siga'ee

baga kanaan siga'ee
Galanni isaa aga'u
Eebbaa isaatinis
Rabbin nuun haga'u

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@legna_gram

@mujehabo

@jifartvh

@bashashaa join godhaa🌹


Imala daandii dheeraaf
Waan qaban galaa godhatuu
Firiin ga'ee hammachuufis
Barii ka'anii qotatuu

Gaaffii maafan dhaladhee?
Tooftaa shallaggiin furuutii
Filannoon biraas hin jiruu
Dirqama lubbuun turuutii

Takko lama jedhanii
Kumaaf kitila lakkaa'uu
Ifaajanii yoo hojjatan
Shakkii malee milkaa'uu

Qananiin biyya lafaa
Aarsaa kaffallaan dhufaa
Ta'uu baannaan beeloftee
Mannis sirratti kufaa

Garbaaf galaana ce'uuf
Bidiruuf doonii yaabbatuu
Gaaddisa egeree taa'uuf
Har'a biqiltuu dhaabbatuu

Xiqqaaf guddaa hin qabuu
Hojiin hunduu kabajaa
Gaafa garaan beelofte
Sammuunuu nu ajajaa

Mootummaa komachuu taanaan
Teenyee oduu dhimbiibaa
Gaafa kufnee cabnemmoo
Eenyutu nu dhidhiibaa?

Onneen dhiiga raabsiteef
Oliif gad sochoo'amaa
Waanjoo deegaa gatanii
Barri badhaadhan ammaa

Looreeticha noobeelii
Abbichuu qabatanii
Dukkanaa gara ifaa
Amma kan baqatanii walaloowwan miidhagduu argachuuf👉 @legna_gram jion🌹🌴 @mujehabo jion🌹 @jifartvh join🌹 @bashasha jion🌹 godhaa dubbisaa.


ABC PROMO dan repost
COVID 19
(KORONAA)
ISLAAMNI MAAL JEDHA
SAAYINSIIN HOO?
@bbc_corena


ABC PROMO dan repost
COVID 19
(KORONAA)
ISLAAMNI MAAL JEDHA
SAAYINSIIN HOO?
@bbc_corena




#COVID19

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 401 gaggeeffameen namoota dabalataa 7 irratti vaayirsichi argameera.

Kana hordofuun biyyattitti lakkoofsa namoota COVID-19'n qabaman 92 gaheera.

Odeeffannoo Haaraadhaaf join godhaa 👇👇👇👇👇

@legna_gram jion❤

@mujehabo jion❤

@jifartvh join❤

@bashasha jion❤ gochuun argachuu dandeessu.


Nashiidaa Ustaaz keenya Raayyaa kan guyyaa har'aa gadi lakkifame argachuuf👇
@legna_gram

@jifartvh

@mujehabo

@Bashasha

@yee_jimma_lij_nen

irraatti kallattiin waan gadhiifamuuf join tuquun dhaggeeffadhaa.


Qualitymovbot dan repost
Channeloota bebbeekamoo armaan gadii keessaa isa kamtu isinitti tola kan isinitti tole keessaa filadhaa join godhaa








Ana (me)
👉 Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
👉 Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
👉 Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
👉 Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
👉 Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
👉 Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu

Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
👇👇
@bashashaa
@bashashaa


ABC PROMO dan repost
COVID 19
(KORONAA)
ISLAAMNI MAAL JEDHA
SAAYINSIIN HOO?
@bbc_corena


ABC PROMO dan repost
Koroonaavaayiras: 'Covid19 Naannawa Finfinneetti weerara lafaafi ijaarsa seeraan alaa hammeesse' jedhu jiraattonni 👇




BBC CORENA VIRES dan repost
#Covid_19
Nama 8⃣5⃣gahee jira
Itoophiyaa keessatti ammas namoonni dabalataa 3 dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti nama 85 gahee jira.
8⃣5⃣ ደርሷል

በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ሰማንያ አምስት (85) ደርሷል፡፡
@bbc_corena
@bbc_corena
https://t.me/bbc_corena


BBC CORENA VIRES dan repost
Yaadachiisa Labsii.

Labsiin Yeroo Muddamaa dhiyeenya kana ragga'e harka wal-fuudhuu dhorka, naannoo uummanni baay'atetti haguuggii afaanii godhachuus nama dirqisiisa.
Namni labsii kana hin kabajne hidhaa hanga waggaa 3 fi adabbii qarshii hanga 200,000 isa eeggata.

@bbc_corena
@bbc_corena


....typing life....? dan repost
As wr wb akkami nagumaa maqaa rabbittin wan tokko nuu gargaraa group kenyaa @Anis_muslima kan jedhu iraati woren hojechuu barbadaa garaa kanan nuu qunamun yadda keessan nuuf ibsaa @abc_promotion 👈 garaa kanan Jzk t.me/anis_muslima


ABC PROMO dan repost
RAMADHAAN IS CALLING


Akka Addunyaatti baay'inni namoota vaayresii Koronaatiin qabamanii miliyoona lama guute.Odeeffannoo guutuu argachuuf👇👇 @legna_gram join @mujehabo join @jifartvh
@abbaajifaar
join godhaa!

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

534

obunachilar
Kanal statistikasi