Gosoota Qaama saalaa dhiiraa.
○•••••••••••••••••○••••••••••••••••○
■ Qaama saalaa dhiiraa bakka gurguddoo lamatti qoodnee ilaalla. Isaanis afaan ingliffaatin Shower fi Grower jedhamuun beekamu. Haalli qoodinsa isaanis, hamma guddina isaan yeroo ka'anii fi hin ka'in qabaatan irratti hundaa'eeti.
■ Inni "Shower" jedhamu kun yeruma hin ka'in iyyuu baay'ee guddaa fakkaatee mul'ata. Osuma hin ka'in dheeraadhas. Haa ta'u malee namoonni gosa kana qaban, yeroo qaamni isaanii dhaabbates achumatti jabaata malee, guddinni ykn dheerinni isaa baayyuma hin dabalu.
■ Faallaa kanaa, gosti "Grower" jedhamu immoo yeroo hin ka'in xiqqaachuu irraa kan ka'e qaama saalaa daa'ima xiqqoo fakkaata. Maaligaa kanaan akkamitti waan sanuu goota jedhaniifaa itti qoosu namoonni. Garuu akka qeerransaa, yeroo ka'u dachaa hedduu dabaluudhaan baay'ee guddaa ta'a.
Kanaafuu, qaamni saalaa dhiiraa osoo hin ka'in hammam akka gahu baruun hin danda'amu.
○••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○
© Aliyi kedir